Haala jijjiirraa Riyaal Maadriid taphataa Liivarpuul Aleeksaandar-Arnoold?
Kilabiin Laaligaa Ispeen Riyaal Maadriid taphataa sarara ittisaa cinaa Ingilizii Aleeksaandar-Arnoold mallatteessisuuf akka dhihaate The Athletic mirkaneesse.
Loos Bilaankoos Aleeksaandar-Arnoold jijjiirraa bilisaan mallatteessisuuf ciminaan hojjechaa akka jiran himamaa jira.
Riyaal Maadriid ifatti Arnoold kan mallatteesse yoo ta'u, bal'ina jijjiirraa kanaa irratti mari'achaa akka jiran himamaa jira.
Riyaal Maadriid jijjiirraan Aleeksaandar-Arnold xumuramuu isaa Liivarpuul beeksisuuf akka jiru himamaa jira.
Leenjisaa Kaarloo Anchelootiin durfamu Riyaal Maadriid waggoota lamaan darbaniif Arnold fudhachuuf yaalii gochaa akka ture gabaafameera.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲
@Madda_ispoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲
@Madda_ispoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ