Yeroo hunda hojjechuun furtuu milkaa’inaati
💵 Tokkoon tokkoon galii kee irraa yeroo hunda maallaqa yoo qusatte, waggaa tokko booda maallaqa guddaa qabaatta.
⚡️ Nyaata fayya qabeessa yeroo hunda yoo nyaattan coomni sun ni bada, fayyaa taata.
🏋️♀️ Sochii qaamaa yeroo hunda yoo gootan qaama bareedaa ni qabaatta.
🔝 Qabiyyee yeroo hunda yoo uumtan gaaf tokko gorsa keessan keessatti ni mul'ata.
📊 Tarkaanfiin hundi, irra deddeebiin hundi gara galma keetti si geessa.✅
Yaali......
✅
@MIIRA_JECHOOTA