1 Gaafa utaalloon si qabu Waan ho'aa nyaatta. Innimmoo garaacha si dhukkubsa.
2 Garaachakee fayyisuuf immoo Waan qabbanaayaa nyaatta innimmoo Taayifooyidii si qabsiisa . 😭
3 Taayifooyidiirraa fayyuuf Waan gubaa nyaatta innimmoo Ammas garaacha si dhukkubsa. 😭
4 Amma immoo nyaatuma lagatta
Hin huuqqatta lafarraa badda.☠️
5 milishaan karaarratti sitti dhufa .eessa haadhakeetti huuqqatte caakkaa turtee jedhee SI tuma si caccabsa
6 Alanammoo qaamakee hundasaa sidhukkuba.😭
7 Fayitee si'ii bakkee keessa deemuu !
Qabamtee mana hidhaa seenta!!
8 Achi keessattis nyaata qabbanaaye nyaattee,!! Taayifooyidii keetti ,deebita😭
9 Akka Kanatti dhukkuba wajjiin degree 360 ofirra naannofta Kun Biyya ixoophiyaa jedhamtu keessat
ti
Share➬
@qoosaa_oromoo
Share➬
@qoosaa_oromoo