Фильтр публикаций




🗣️ Dubbiilee Hayyootaa

1. Maartiin Luuter Kiing: ✉️
- Dukkanni dukkana hin balleessu, ifa qofatu balleessuu danda’a. Jibbi jibba hin balleessu, jaalala qofaatu balleessuu danda’a.
– Humni guddaan diina ofii ofitti firoomfachuu nama dandeessisu jaalaladha.
– Jaalalatti qabamee jiraachuuf murteesseen jira. Jibbi ba’aa ulfaataadha.

2. Maahatama Gaandii: ✉️
- Yeroo hundumaa yaada, dubbii fi hojii kee guutummaatti tokko gochuu yaali. Yeroo hundumaa yaadota kee qulqulleessi, inni kaan hundinuu gaarii ta’uuf jira.
– Gammachuun, yeroo wanti ati yaaddu, dubbattuu fi hojjetu tokko ta’udha.
– Cubbuu jibbi, cubbamaa garuu jaalladhu.
– Eenyummaa koo guutummaatti ibsachuuf bilisummaa na barbaachisa.
– Namni dadhabaan dhiifama gochuu hin danda’u.Kan dhiifama godhu haala nama jabaadha.
– Qooda ijaa iji haa ba’u kan jedhu, guutummaa addunyaa jaamaa godha.

3. Abrahaam Liinken: ✉️
- Dhuma irratti kan siif lakkaa’amu waggoota jireenya kee keessa jiran miti. Jireenya waggoota kee keessa jirudha!
– Abjuun koo, Amerikaan abdii adduunyaa kanaa yeroo taatu arguudha. Miilli kee bakka sirrii dhaabbchuusaa mirkaneeffadhu, isa booda qajeelii dhaabadhu.
– Muka kana akkan muru sa’atii ja’a yoo naa kennitan, jahan keessaa sa’atii afran qottoo koo qarachuudhaanan dabarsa.
– Kan na yaaddessu Waaqayyo nu cina dhaabachuu isaa miti; guddaa kan na yaachisu nuti toora Waaqayyoo irra dhaabachuu keenyadha, Waaqayyo yeroo hundumaa sirriidha waan ta’eef.
– Tooftaan cimaa diina ofii itti balleessan, fira ofii godhachuudhaani.
– Yeroo murtaa’eef namoota hundumaa ykn namoota muraasa gowwomsuu dandeessa ta’a, garuu yeroo hundumaa gowwomsuu hin dandeessu.
– Abbaan abbaa kootii eenyuyyuu yoo ta’e dhimma koo miti. Kan na yaachisu ilmi ilma isaa eenyu ta’uuf akka jirudha.

4. Maazer Tereezaa: ✉️
- Waaqayyo akka milkoofnu nurraa hin eegu, akka nuti milkaa’uu yaallu qofa nurraa eega.
- Namoota dhibba tokko nyaachisuu yoo dadhabde, nama tokko nyaachisi!


Dirilis Ertugrul kutaa 5ffaa ...


Fataa jedhaaga
Har'a Ertugrul fi Destan haa gadhiifamu moo haa dhiisamu?


Luq 24:34 "GOOFTICHI DHUGUMA DU'AA KA'EERA."

Hordoftoonni amantaa kiristaanaa marti baga ayyaana du'aa ka'uu gooftaa keenya yeesuus kiristoosiin isin gahee.

Ayyaana gaarii ❤️❤️


Fam gidduu gidduutti jechoota akkas akkasii isiniif gadhiisnuu?

Eeyyee 👍


Lakki🥰


AKKAMITTI OF KABAJJA?
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
(1) Kan si hin barbaanne barbaaduu dhiisi!
(2) Nama akka keetii Kadhachuu dhiisi!
(3) Waan barbaachisu caalaa dubbachuu dhiisi!
(4) Namoonni yeroo si hin kabajne hatattamaan isaan dura dhaabbadhu!
(5) Nyaata namoota biroo kan kee nyaatan caalaa hin nyaatin!
(6) Akkaataa namoota tokko tokko itti daawwattu hir'isi, keessumaa yoo isaan deebii hin kennine!
(7) Ofii kee irratti invast godhi.  Of gammachiisi!
(8) Waa'ee namoota biroo oduu bashannansiisuu dhiisaa!
(9) Dubbachuu kee dura yaadi! Namoonni akkamitti akka siif iddoo guddaa kennan keessaa %80 waan afaan kee keessaa bahudha!
(10) Yeroo hunda waan gaarii fakkaadhu.  Akkaataa itti dubbatamuu qabutti uffadhu!
(11) Nama galma ga’iinsa argatu ta’i.  Kaayyoo kee irratti bobba'i!
(12) Yeroo kee kabaji!
(13) Hariiroo kabajaa fi gatii akka sitti hin dhagahamne keessa hin turiin.  Achi irraa fagaadhaa!
(14) Maallaqa ofii keetii baasuu baradhu.  Namoonni akkasitti baasii siif baasuu ni baratu!
(15) Yeroo tokko tokko hanqachuu!
(16) Fudhataa caalaa nama kennu ta’i!
(17) Bakka hin afeeramne hin deeminaa.  Yeroo affeerramtan immoo simannaa keessan caalaa hin turinaa!
(18) Namoota haala isaaniif malutti sirriitti ilaali!
(19) Maallaqa si irraa qaban malee yaaliin bilbilaa lama gahaadha.  Yoo gatii siif kennan battalumatti siif bilbila!
(20) Waan hojjettu irratti ga’aa ta’i!
Waan hunda caalu ta'i!


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Kurulus osman 317
Afaan Oromootiin

Fiilmii fi diraamaa kamiyyuu Afaan oromootiin akkasumas afaan Amaaraatiin argachuuf channel keenyatti makamuu hin dagatiinaa

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:➲
@ET_433_FILM
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:➲
@ET_433_FILM


Har'a kamisadhaam mana ho'isaa malee


Baayyeen keessan diraama hiree jaalalaa kutaa 2ffaa nu gaafachaa jirtu kan nuti hin gadhiisin jirruufis videosa in argatin jirraa app garaagaraarras barbaannee dhabne kanaaf jenne turre.


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
📹 📹Afla Fiqir Episode 118 | Season 4 Episode 47
🛑 Full quality

Share & React


Dhiifama kutaa 16,17 waan hin gadhiisneef

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:➲ @ET_433_FILM
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:➲
@ET_433_FILM


Qaqqabsiisnee jirra lamaanu🙌


nama 1 qaqqabsiisnee jirra


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
📹 📹Afla Fiqir Episode 118 | Season 4 Episode 47
🛑 Full quality

Share & React


Dhiifama kutaa 16,17 waan hin gadhiisneef

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:➲ @ET_433_FILM
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:➲
@ET_433_FILM


Fam asumaan Channel keenya lammaffaa Join godhaa odeeffannoo gara garaa irraa baradhaa

T.me/WabiTech1
T.me/WabiTech1


@BLUES_BOY_123 fi @The_Blues_boy Warren Kun lamaan Kara username armaan gadii na dubbisuun badhaasa keessan furadhaa

@DuDuroves


Winner 🏆🏆

@BLUES_BOY_123


1st Comment Win


React 😍😘❤️🔥👍





Показано 20 последних публикаций.