Beeksisa Gita Hojii Banaa!
Dhaabbanni ARKA GENERAL CONSTRUCTION PLC Namoota Ulaagaalee armaan gadii guutan Qacaruun hojitti bobbaasee dhaabbiidhaan hojjechiisuu barbaada.
1.Gita hojii- marketing, Gurgurtaa Meeshaalee Ijaarsaa fi Raabsaa akkasumas Haala Mijeessitoota hedduu.
2.Mindaa- 6,369 hanga 10,000 fi Qarshii 750 kan bilbila fi Geejjibaa.
3.Iddoo hojii- Finfinnee,Adama,Dire Dawa,Shashamane,Bale Robe,Neqemte fi Magaalaa Jimmaa.
Ulaagaalee fi Dandeettii
1.Sadarkaa barnootaa-Kutaa 12ffaa fi Degree Kamiyyuu.
2.Koorniyaa-Lachuu
3.Afaan hojii naannichaa sirritti kan dubbatu/ttu.
4.Guyyaan Galmee hanga:25/05/2017.
5.Galmeen Online:https://arka-gc-job-registrations-formats.tiiny.site/?mode=suggestions
Carraa kanatti akka fayyadamaniif hiriyyoota Keessaniifis Qoodaa