DAMBALII BEEKUMSAA💡


Гео и язык канала: Эфиопия, Амхарский
Категория: Новости и СМИ


✨♦️ Chaanaalii kana irratti maaltu argama🤔?
🎴 Seenaale barsiisoo
🎴 Dhugaalee ajaa'ibsiiso
🎴 taateewwan nama kofalchiisan fi kkf..
👉 yaada kamiifu 💥 @Firosol24 💥 asiin na dubbisaa
Buy ads: https://telega.io/c/Dambalii_beekumsaa

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Амхарский
Категория
Новости и СМИ
Статистика
Фильтр публикаций


Seenaa Olompikii ammayyaa keessatti Abebee Biqilaa duras ta'ee booda atileetiin miila qullaa fiiguun fageenya dheeraa injifate hin jiru😍

Abbabee Biqilaa kanneen jaallattan kana tuqaa darbaa❤️❤️❤️

⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🔔


⭐️ Waantota addunyaa garaa garaa keessa jiran suuraa tokkoon 📸

😱 vs 😢

⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🔔


✅ Roobert Mugaabee yeroo tokko akkas jechuun dubbatanii turan ⬇️⬇️

💫 Roobert Mugaabee ▶️| "Afriikaa keessatti Maatiin kee dhukkubsachuu kee kan baran gaafa ati nyaata nyaachu diddu qofadhaa" . 😕

⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🔔


ᡕᠵ᠊ᡃ່࡚ࠢ࠘ ⸝່ࠡࠣ᠊߯᠆Killeen gaafa humna keessatiin cabde cuucii taati🐣,Yoo dhiibbaa alaatiin cabde immoo jireenya ishii badaa.🥚

"Albert einstein" tu dubbatee😍

⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🔔


✅ Uummata nagaa dararuun haa dhaabbatu!!


⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🔔


✅ Saamanta Raamisdeel jedhamti.Lammiin biyya ameerikaa yoo taatu, bal'inni afaan ishee 6.52cm dha. 😭

✅ Bal'ina afaan ishee kanaanis galmee dinqisiisoo addunyaa irratti galmaa'u dandeessetti.

⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🔔


Kana beektuu❓

⭐️ Giddu galeessaan namni tokko abjuu isaatiin konkolaataa afur bita.

⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🔔


#Salaale 😞

⚠️  #Salaale qe'een Magarsaa Badhaadhaa, Abbichuu Bayyanaa, Agarii Tulluu, Jimaa Tulluu, Jeneraal Taaddasaa Birruu, Hayilamaaram Gammadaa, Wasanuu Diidoo fi  Ababbaa Biqilaa har'a akka kanatti mad*oftee yoo boottu arguu caalaa wanti nama dhukkubsu hin jiru, haadhoo koo rabbi dhi*ga keessan hin gatin. Waan biraa homaa waan jennu hin qabnu.! 😢😭

⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🔔


Kana beektuu❓

✅ Akkuma namni ashaaraa qubaa qabu, adurreen ammoo ashaara hidhii qabdi.

⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🔔


✅ Suuraan kun ▶️bara 1938 dura namoota biyya indooneshiyaa keessatti ilkaan isaanii qaratanii jiraachaa turan agarsiisaa!! 🤓

✅ Osoo isinii kaffalamee ilkaan keessan akkas ni gootu 🧐❓

⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🔔


Lammiin Kanaadaa Roorii Vaan daa'ima addunyaa irratti cimtuu yoo taatu, umurii 7tti kg 80 ol kaasuu dandeessi!

Me al tokko shamarree kanaaf👏👏👏👏👏

⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🔔


Akkuma beekamu har'a akka addunyaatti guyyaatti ayyaanni dhiirotaa kabajamudha; Baga geessan!! 🎉🎉🎉🎉🎉

Halkan Gaarii qabaadha ❤️❤️

⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🔔


Kana beektuu❓

✅️ Waan tokko dubbisuu caalaa sagalee ol kaastee yoo dubbatte yaadachuuf carraan kee %50 guddaadha.

⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🔔


Kana beektuu ❓

Isnaayipariin yoo si rukute sagalee caalaa saffisaan waan imaluuf homaa utuu hin dhaga'in duutaa.

⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🔔


⭐️ Seenaa nama kanaa amma dhumaatti dhaggeeffadha!!

Waa guddaa irraa barattu!!


➙ Manni suuraa armaan olii irratti argitan kun mana maatii yoo ta'u manni kun daangaa Beeljiyeem 🇧🇪 fi Nezerlaand 🇳🇱 keessatti argama. Haaluma kanaan walakkaan manichaa biyya Nezerlaandii; Walakkaan biraa ammoo biyya Beeljiyeem keessatti argama.

Yaadimee nezerlaand keessa raftee, beeljiyeemitti hirribaa ka'uu. 😁

⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🔔


Kana beektuu ?

✅ Taphataan kubbaa miillaa duraanii Zinedine Zidane umurii isaa kubbaa miillaa irratti dabarse keessatti seera offside takkaa illee cabsee hin beeku!🔥🔥

✅ Mee namoonni taphataa kana jaallattan ▶️ ❤️❤️

⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🔔


Kana beektu❓

Yoo iyyitanillee bakki sagaleen keessan itti hin dhagahamnee...... 🙄

😎 Hawwaa keessatti yoo iyyitanillee sagaleen keessan hin dhagahamuu sababni isaas moolikiyuulonni daddarbuu sagaleef tajaajilan waan hin argamneefidha!!

⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🔔


Kana beektu⁉️

🏪 Doonii Taayitaanik, hojjetanii fixuuf Doolara Ameerikaa Miiliyoona $7.5 kan ta'utu, itti baafame.

✨ Akkasumas immoo, Fiilmii Taayitaanik hojjetanii fixuuf, Doolara Ameerikaa Miiliyoona $200 kan ta'utu itti ba'ee jira.😧

React gochuun nu jajjabeessuu hin dagatina.🥰


⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🔔


🚨 OFFICIAL

Gareen biyyaaleessaa Itiyoophiyaa Waancaa Afrikaa bara 2025 Moorookoon qopheessituun ala tahu ishee dursitee mirkaneeffattetti.

Halkan Gaarii qabaadha ❤️

⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🔔

Показано 20 последних публикаций.