Danbalii jaalalaa❤️


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Telegram


WALALOO
JAALALA
channel kana jalatti
argatuu
🥀🥀🥀🥀
🙏🙏🙏🙏🙏
💚💚💚💚💚💚

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Telegram
Статистика
Фильтр публикаций


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Daqiiqaa 17 booda ni haqama,,


Gaaffiii kaardii abbaa 200 badhaasuu dha.

Barri beelaa Ethiopia keessatti baayyee rakkisaa ture bara meeqa?


❤️ "Jaalalli madda nagaan irraa maddu kan ta'eef sababa walitti qabama wantoota gurguddoo afurii waan ta'eef... See More
👇👇

See More...@Danbalii_jaalala
See More...@Danbalii_jaalala


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Daqiiqaa 17 booda ni haqama,,


Gaaffiii kaardii abbaa 200 badhaasuu dha.

Barri beelaa Ethiopia keessatti baayyee rakkisaa ture bara meeqa?


Ati hanga of yaaddu caalaa,

Miidhagina
Beekumsa
Dandeettii
Kutannoo
.
.
.
qabda!

Sammuun keenya eenyummaa keenyatti amanuu caalaa shakkuu filachuu isaa hubachuun qalbii kee yaadota positive dhaan guuti!

@Danbalii_jaalala


Репост из: Seenaa Jaalalaa
Eelaa Simboo

Kutaa 11ffaa
---------
---------

Waan rifatteef harkishee hoollachuu jalqabe. Toora itti aanu irra yeroo geessu " Eeyyee si galaafadheen obbaafadha. Yoon si ajjeese, yoon si mo'adhe malee boqonnaa hin argadhu. Si ajjeesuun anaaf boqonnaa daqiiqaa muraasaa yookaan waggoota muraasaa miti. Barakoo guutuu gammachuudhaan jiraachuuf si mo'achuun dirqama.

Na arrabsan, gowwaa naan jedhan. Maqaa hin malle naaf baasan. Jaalalaaf jecha maraate, ni raata'e jechaa hasaasu. Na dhiibu, mogoleekoo buusu. Hamileekoo cabsu. Isaanmoo?..dhiisimee wanti isaan naan jedhan, kan isaan nan goone, maqaa isaan narra hin keenye hin jiru. Simbookoo hiriyaakoo ijoollummaa dhuguma an maraatuudha? Yoomin raatuu ta'e? Mee natti murteessi. Atillee murtiif hin ariifattu nan beeka. Mee na gorsi. Tarii waggaa meeqan si gorse ati hin jijjiiramtu naan jettaa laata? Dhimmakooti? dogoggorakooti? Gowwummaakooti? Anis hin beeku.

Ilaamee..Simbookoo giiftii onneekootii Ijoollummaa keenya ni yaadatta? An yoo sibira hin jiraanne baay'ee boossa turte. Taphnis na malee sitti hin tolu. Umriin xiqqoo yaadaan nama guddaa, Ogeettii namni hundillee osoo kankoo taatee jedhee hawwu turte. Nan yaadadha maatiin keenyas walbiratti nu jaallatu turan.

Yeroo kutaa shan barattummoo sittan heeruma naan jette. Sababa sanaaf akkan shamarran kaan waliin haasa'ullee hin feetu. Yeroo mana barumsaarraa deebinu maddiikoo osoo hin dhungatin manatti ol-hin seentu. Anis jechakee abdadheen, gochakee ilaaleen si jaalladhe. Hamma maleen si jaalladhe. Siifan mo'ame..." kan jedhu dubbistee callisaan lafa ilaaluu jalqabde. Osoo hin beekin imimmaanni ishee cophe. Fuula isheerraa imimmaan haaxawachaa dubbisuu itti fufte.

Toorri itti aanus akkasheen miira gaabbii keessa galtu ishee taasise. Qananiisaan akkasheen boo'aa jirtu argee waraqicha fuudhee deemuuf kaanaan, dubbistee akka xumuruu barbaaddu itti himte.

Barreeffamicharraa toorri gara xumuraa " Akkan yaade ta'uu didee, atis waadaakee dagattee kutaa 7ffaa yeroo barattu akkan baay'ee si jaalladhe bartee boonuu jalqabde. Narraa fagaachuu, gocha dura gootee hin beekne ijakoo duratti dhiira kan biraa hammachuu fi haasofsiisuu eegalte. Jaalala jalqabde. Osoon ilaaluu Hidhii ittiin maddiikoo dhungatteen Adamiin dhungatte. Harka ittiin mudhiikootti marattu sanaan isa hammatte. Addunyaa jaalalaa hinaafsisaatti seente. Gidiraankoos yeroo sana eegale. Aarii fi hinaaffaatu na waxale. Keessakootti gubachaa jiraachuun itti fufe.

Atis garuu akka yaadde siif hin taane. Jaalalleenkee si gane. Biyya ati hin beekne si geessee, achitti si dhiisee bade. Ijaan argaakee jibbee sirraa fagaate. Maatiinkee fi maatiinsaas warra gumaa ta'an. Sun ta'ee; hamileenkee si bu'ee, yeroo ati gaddaa turte an sirraa hin fagaanne. Si jajjabeessaan ture. Haaloo siin hin qabanne. Mudannoo jaalalaakeetiin sin qeeqne. Inumaayyuu jaalalli an siif qabu ittumaa dabale.

Akkan si malee orma hin ilaalle ofiif kakachuunkoo waggoota lakkoofsiseera. Sanaafin karaa ati hin eegnerra dhufee si mo'uuf murteesse. Yoon jaalalaan onneekee hin mo'anne, mo'adhee jaalalaan ajjeesee yoon sin galaafanne, Jireenyikoo kana boodaa si jaallachaa yookaan si abaaraa jiraachuu taati.

Na keessa jirta. Garuu jireenyakoo keessaa baateetta. Egaa hamma waadaakee yaadattee; akka haaratti na simattee, balbala Onneekee naaf bantutti akkuma ammaa kana jireenya mataakee jiraadhu. Barnootakees jabaadhu baradhu. Hamman tattaafadhee, humna horadhee si mo'adhutti nagaankee eegamee akka jiraattu abdiin qaba. Tumaan harkakoorraa yaadannookeetiifi. Suuraan fakkeeffamee kaa'ame kunis kabajakeetiifi" jedhee xumurame.

Simboon dubbistee yeroo fixxu baay'ee raafamte. Ijoollummaashee yaadatte. Imimmaannishees dhaabbachuu dide. Osoo hin turin Qananiisaadhaan "ammuma kana iddoo Kiyyaan jirutti na geessi" jetteen.



#lookoojalaala.
#Share
#seenaajaalalaa
#join


Badhaasa bankin hojii gamta oromiyaa bifa adda ta'en qopheesse irratti hirmaadhu😍😍

Group isaani irratti add gochuu qofaan hanga qarshii 2000 ti injifadhaa.

Join their group
👇👇👇👇👇👇👇


Репост из: LOOKOO JALAALA
😁 Kolfitanii gammaduu fi bohaartii barbaadaa jirtuu?? Eeyyee akkas malee jireenyi ni ulfaata... 😀 See More
👇👇

✅ See More @lookoojalaala
See More @lookoojalaala

😂 Nu waliin yoo turtan yeroo hundumaa akkuma gammaddanitti itti fuftu,... JOIN US


🚩 "Dhiironni Haadha Manaa argachuu kan dadhaban sababoota 15niin jedhu, Dubartoonni baay'een immoo dhaabbatanii eegdota kan ta'aniif sababoota kanneeniini" jedhu...➡️ See More

➡️See More
    See More.....@Danbalii_jaalala

🖥 Furmaanni isaa immoo,... See More......@Danbalii_jaalala


Репост из: Seenaa Jaalalaa
Eelaa Simboo

Kutaa 9ffaa

---------------
---------------
Doktarri umriin dargaggeessa fakkaatu tokko 'Obbo Kariim daqiiqaa muraasaaf ala naaf turaa' jedhee barcuma siree Simboon irra ciistee jirtu bira jirurra taa'e. Itti fufees "Simbo! qorannaan siif godhame atis mucaan garaakee keessa jiru fayyaa ta'uu agarsiisa. Garuu gaaffii tokko si gaafadhu?" jedhee garashee ilaale.
'Tole Doktar' jette Simboon sagalee baay'ee hin dhagaa'amne dhageessistee.

'Simbo wanti baay'ee si dhiphisu maali?' jedhee Doktarichi gaaffiisaa itti fufe.

Simboonis ija imimmaanni guuteen garasaa ilaalaa "an fayyaakooti,garuu icciitiin abbaakootti hin himnetu jira. Baay'ee akkan dhiphadhu kan na godhe isa qofadha. Maatiinkoos baay'ee waan sodaataniif abbaakootti himuurraa of-qusataniiru. Abbaankoo sababakootiin nama kanbiraa akka hin miineef, akkan ulfa ta'ellee itti himuun nutti ulfaateera. Kanaan duras sababakootiin namaa wajjin wal-lolee mana hidhaa ture "jettee waan garaashee keessa jiru isatti himte.

Doktarichis hammam akkasheen dhiphatte hubachaa, suuta jedhee 'Namni kanbiraan abbaankee miidhuu danda'u eenyudha? Sababa maaliitiif? jedhee gaafate.
Isheenis 'Namni an irraa ulfaa'e abbaakoo waliin ijaa fi mimmixadha, jechuunkoo warra gumaa ta'aniiru. Sunis sababakootiinidha. Abbaankoo an manaa badnaan na barbaacha bahee abbaa jaalalleekootii waliin wal-dhabe. Achumaanis Osoo itti hin yaadamin abbaansaa rasaasaan rukutamee du'e. Namoonni hedduun bakkicha waan turaniif kallattiidhaan itti dhukaasee namni ajjeese ammaaf hin baramne. Garuu Abbaankoo shakkiidhaan to'annaa seeraa jala oolee ji'a 3 oliif hidhameera. Kun hundumtuu sababakootiinidha Doktar...sababakootiin qofadha " jechaa imimmaan gaabbii cophsite.

Doktarichis hamma danda'e gorsee akka isheen hin dhiphanne itti hime. Akka abbaashee amansiisus waadaa galeefii balbala cufee gad-bahe. Obbo Kariimiin kophaatti waamee; "mucaan keessan dhibee kanbiraa hin qabdu garuu baay'ee dhiphatti. Sababni dhiphina isheetii immoo isinidha obbo Kariim. Akkasheen nagaadhaan jiraattuuf nagaashee deebisuufii qabdu. Isheen mucaa garaatti baatti, ulfa ji'a sadiiti. Garuu isinitti himuu sodaattee baay'ee dhiphachaa jirti. Sunumtuu dhibee mataasaa danda'e isheetti ta'eera. Yoo mucaakeessan ni jaallattu ta'e nagaashee deebisaafii' jedhee itti hime.

Obbo Kariim yaadaan fagaatanii morma raasaa akka nama gaddeetti callisaan turan. Deebiis dhabanii 'tole Doktar erga ta'ee maal goona? kanaaf jettee dhiphachuushee hin barbaadu. Akkuma ati jetten godha Doktar galatoomi!' jechaa harka wal-fuuchuudhaan wal galateeffatan.

Abbaan Simboo Kutaasheen jirtutti olseenanii dhiifama gaafatan. Inumaayyuu miira gammachuu fakkaatuun 'haatikee mucaakee siif guddisti atimmoo barnootakeetti deebita' jedhanii jajjabeessan.

Simboon erga kolfitee ji'oota lakkoofsiste waan abbaanshee dubbatan yeroo afaansaaniirraa dhageessu seeqxee obbo Kariimiin haammatte. Dhiphachaa manaa baatee gammadaa manatti deebite. Abbaanshees gammachuushee yammuu argan boqonnaa guddaa argatan. Manattis deebi'anii maatii fi keessummoota waliin yeroo dabarsan.

Itti fufa...

#lookoojalaala
Join godhaa
#join
#seenaajaalalaa
#lookoojalaala.
#forward
#Share


GOOOOOOOOOOOOOOOOOOOAAAAAAAAAL ITIYOOOOOOOOPIYAAAAAA 🔥🔥

Kubbaa ajaa'iba biyyi keenya Sudan irratti lakkofisite daawwachuuf live kan jedhu tuqaa 👇👇


GOOOOOOOOOOOOOOOOOOOAAAAAAAAAL ITIYOOOOOOOOPIYAAAAAA

Kubbaa ajaa'iba biyyi keenya kiyyoo keessa buuste daawwachuuf live kan jedhu tuqaa 👇👇


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Second 30 booda Nii haqama!

Nama Dursee join godhe 20f badhaasnii kardii mobile qophaa'eera!!

Maal eegduree nama 20 qofa!!


GOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOL ITIYOOOOPIYAA

Goolii ajaa'ibaa biyyi keenya kiyyoo keessa buuste GET kan jedhu tuquun seenaa daawwadhaa!!


❏ Ofii keef, namootaaf, addunyaaf ilaalchi ati qabdu gammachuu        siif kenna.

Ilaalcha kee hanga hin jijjiirretti gammachuu fi milkaa'uu akka hin dandeenye hubadhu.

Kanaaf Ilaalchi furtuu milkaa'inaa keeti jechuudha!


🇯‌‌🇴‌‌🇮‌‌🇳‌_‌🇺‌‌🇸‌☟︎』
  ☛ @Danbalii_jaalala
  ☛ @Danbalii_jaalala


GOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOL ITIYOOOOPIYAA

Goolii ajaa'ibaa biyyi keenya kiyyoo keessa buuste GET kan jedhu tuquun seenaa daawwadhaa!!


🥇"Gammachuun waan barbaaddu hunda argachuu miti Waan qabdutti gammadi, sababni isaas qarshiin gammachuu hin bitu. Naannoo kee baay’eetu jiru akkasumas isaan keessaa muraasa qofa argatta, yeroo dadhabbii kee keessatti... See More
👆👇👇👇💘

➖ See More
See More.......@Text_Jaalala

Haalota jirtu keessatti madda gammachuu qlqulluu 4 kanneen hin dagatin haalota 4 kan argachuuf.......☑️ See More.......@Danbalii_jaalala


Репост из: LOOKOO JALAALA
Jaalala hin dulloomne!

Bartokko abbaa manaafi haadha manaa gaa'ela keessa waliin turanii dulloomantu ture. Utuma waliin jiraatanii, Abbaan manaa "Utuu bara dargaggummaa keenyaa deebifnee maal sitti fakkaata?" jedheen.

Haati manaas baay'ee gammadde. "Anuu utuu jaalala bara dargaggummaa keenyaa yaadannee natti tola!" jetteen.

Innis 'egaa kottu akkas goonaa...!' jedheen.

"Ani cina karaa dhaabadheen yeroo Ati darbuu dhuftu si qoccoladha, Atimmoo akka nama nan barbaadneetti of daddarbachaa na bukkee darbi" jedheen. Isheenis gammadaa tole jetteen.

Kanumaan walii galanii inni bahee daandiirra dhaabbatee eeguu jalqabe. Ni eega; hindhuftu. Sa'aatii dheeraaf eegee dhabee maaltu ishee mudate laata jedhee gara manaatti deebi'e.

Yammuu inni mana seenu isheen sireerra teessee hirqinfattee boossi. Naasuu guddaadhaan gara kutaa sireesaaniitti darbee maal akkasheen taate gaafate.

"Karaarra dhaabadheen si eega, kottu siin jedheen ture mitii? Maaltaatee as teessee boossa? " jedhee gaafate.

Isheenis imimmaanshee haxaawwachaa, " Harmeekootu akkan hinbaane na dhorkitee, kutaa ciisichakoo natti cuftee deemte. Kanaafin akkan itti dhufu dhabe! " jetteen.

Edaa jaalalli dhugaan dullumaan hin daanga'u. Waaqni jaalala hindulloomne isiniif ha laatu. Ameen jettaa laata?


As goraa..............!
👇👇👇👇👇👇👇
♻️Join & 🔗SHARE
╔════════════╗
#lookoojalaala.   💌
╚════════════╝


Haala kanaan Maqaa barbaaddanin hojjechifachuf , keessa seenun maqaa barbaaddan barreessa.

👇👇👇👇👇


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Second 30 booda Nii haqama!

Nama Dursee join godhe 20f badhaasnii kardii mobile qophaa'eera!!

Maal eegduree nama 20 qofa!!


GOOOOOOOOOOOOOOOOOOOAAAAAAAAAL ITIYOOOOOOOOPIYAAAAAA

Kubbaa ajaa'iba biyyi keenya kiyyoo keessa buuste daawwachuuf live kan jedhu tuqaa 👇👇

Показано 20 последних публикаций.