Yoona kana silaa
Kokkofallee seeqna
Hamtu gootee abaarree
Diina keenya jeeqna
.
Ammawoo fagoodha
Fiigee dhufuuf karaa
Si obsee taa'uudhaaf
Hin dandeenye garaa.......
Maal fallisaa?....see more......@Danbalii_jaalala
Kokkofallee seeqna
Hamtu gootee abaarree
Diina keenya jeeqna
.
Ammawoo fagoodha
Fiigee dhufuuf karaa
Si obsee taa'uudhaaf
Hin dandeenye garaa.......
Maal fallisaa?....see more......@Danbalii_jaalala