GECH PDF


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Книги


AFAAN OROMOO "FREE PDF" TO READ!
Kitaaba Dubbisuun Soorata Cimina Sammuu keenyaf barbaachisuudha; hojii guyyaa guyyaa keenya ogummaadhaan fiixan baasuufis nu gargaara!
🔖📋📗📝🖌📚✏️📘
Afaan Oromoo PDF...
🔖📋📗📝🖌📚✏️📘
Channel 1 : @READING_PDF

Связанные каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Книги
Статистика
Фильтр публикаций


🌷Amanamummaa fi jaalalli ishee qalbii na hatee waan tureef,...▶️ See More

            👇👇👇👇
     👉✨See More✨👈
     👉✨See More ✨👈
             👆👆👆👆


❌ Namoonni baay'een jaalachuu beeku malee gatii jaalalli baasisu hin fudhatani, sababni isaa,....
           ⬇️
➡️ See More
      See More


💓 Namni garaa isaa "beelaaf obsa barsiise" eenyuufuu hin mo'amu! Injifataa dha.

@Gech_pdf


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
DEEBI'ANII KA'UU

— Nick Vujicic
❒ "Daa'ima waggaa saddeetii ta'een of ajjeesuun anarra jira jedheen yaade. Sababiin isaa abdii hin qabun ture. Kanaaf harka kennuun yaale, abdii kutachuu. Yennaa umuriin koo waggaa kudhanii, bishaan mana keessa jiruun of ukkaamsee of ajjeesuuf yaaliin godhe. Abbaa kootti, "bashannanuu barbaadeenii"n jedheenii. Garuu dhugaa dhaan jiraachuu dhaabuun barbaade. Na gaheera ture. Namoonni waan gadi na qabaniif baay'ee natti ulfaate. Ani nama guutuu fi gahaa akkan hin taane amanuun eegale. Nama dadhabaa fi nama kufe akkan ta'e amanuun eegale. Nama namoonni jaalatan yookiin sifeeffatan tasa ta'uu akkan hin dandeenyen amanuu eegale. Haalan keessa ture jijjiiruu hin dandeenye, guyyaa tokko ganama ka'ee, 'harkaaf lukan barbaada, harkaaf luka naa kenni!' jechuu hin dandeenye. Gaaffiiwwan qaba ture, garuu deebii hin qabu ture. Abbaa koof haadha koo "maalif kun ta'e?" Jedheen gaafadhe. Ogeeyyii fayyaadhaan "maalif kun ta'e?" Jedheen gaafadhe.


🗣️ Hiriyaa gaaʼelaa kee wajjin hariiroo cimaa qabaachuu yoo barbaadde, atii fi hiriyaan kee amaloota armaan gadii kana fudhachuu qabdu: 💔
👇👇

https://gaggeessummaa.com/hariiroo-cimaa-qabaachuu


"Wanti guddaan addunyaa kana irraa hangas mara bakka dhaabannu miti, kallattii kamiin socho’aa akka jirrudha malee."
Oliver Wendell Holmes


Kaayyoo kee galmaan gahuuf wantoota 5 kana godhi!

1. Jechoota namaa "Maal naan jedhan" sammuu kee ol otuu hin ta'in miila kee jala kaa'i.

2. Rakkina amma keessa jirtuu fi cinqii sitti jirtu kana kaleessa kee yaadachuun, Fuul-dura kee Abdachuun bira kuti.

3. Ogummaa keetii fi cimina kee namatti himuu osoo hin ta'in hojjachuun agarsiisi.

4. Kaayyoo qabaachuu kee malee kaayyoo kee maal akka ta'e namatti hin odeessin. Maalif yoo jatte? Namni kaayyoo kee yoo itti himte karaa itti kuftu siif mijjeessa waan ta'eef.

5. Taatee argamuu, (Ofitti amantummaan hojjachuu)

🔗 @Gorsa_Ganamaa


🫵 Akkas jedha "falaasamni namoota si dudduuba jiranii, quba sitti qabuu fi hir'ina kee ilaalanii kolfuu."

Quba tokko gaafa namatti qabdu afurtu sitti qabamee jira. Kanaaf quba kee gadi qabi! .....

@Gech_pdf


✍️ "Fiigichi kaayyoo sirriif karaa sirrii irra godhamu baay'ee kan nama dadhabsiisu ta'ullee fiixan ba'uumsa gammachiisaa qaba.
Guutummaa isaa website keenya irraa argattu." 👇👇

https://gaggeessummaa.com/fiigicha-kaayyoo-sirrii/


💐 Obbolootaa, imaanaa keessan nama irra kaa'uun dhuma irratti qisaasa'ummaa (kisaaraadha). Deeggarsi keenya nama irratti kan hundaa'e yoo ta'e, namni akka ulee shanbooqqoo waan ta'eef guyyaa tokko cabuun isaa hin oolu. Gaafa cabus nama waraana. Nu miidha. Waaqayyo garuu abbaa gaarii "inni amanamummaadhaan firdii qajeelaa in kenna." (Isa. 42:3). Inni dhagaa jabaa itti of amanuu qabnudha. Gaafa obomboleettiin ka'uu fi taatee hamaan uumamu, yoomiyyuu nu hin dhiisu. Harka nu qabee nu oolcha.

👇👇
https://gaggeessummaa.com/kooluu-sitti-galeera/


🚩 Eebba Torban kanaa fudhadhaa 👋

Maqaa Yesus Kristoosin abjuu keessaniif jiraachuudhaan Waaqayyo isin haa eebbisu. Mul'ataa fi kaayyoo keessaniif jiraachuudhaan Waaqayyo isin haa eebbisu
👇👇

https://gaggeessummaa.com/eebba-torban-kanaa/


🔅 Sammuun keenya garaa keenya caalaa beela'a

💡 Sammuun soorata yeroo yerootti argachuu fedhu qaba,

💡 Sammuun soorata barbaachisaa hin arganne,

💡 Hin quucara,

💡 Madda yaada gaarii ta'uurra kan yaadota faallaa maddisiisu ta'a,

💡 Bu'aa gaarii argachuuf jiraachuurra, madda summii badiisaa facaasu ta'a,

💡 Waan qabuuf waan hin qabne gargar baasee hin hubatu, dhabuu qofa lakkaa'aa,

Walumaa gala sammuun soorata gaarii dhabee agabaa'e madda rakkooti.

• Sammuu kee soori haa guddatuu,
• Leenjisi yaadota gaariidhaan,
• Dubbisi kitaabota isaaf malu,
• Albuuda qarshii kamiin hin tilmaamamne of keessaa akka qabdu hubadhu,

Ciminnii fi guddinni sammuu kee ofiikeef, maatii keef, naannoo keef, addunyaaf bu'aa gaarii akka argamsiistu si taasisa. 🙏

@Gech_pdf


🤔 "Yeroo tokko tokko Waaqayyo irraa dhageenyee deemsa jalqabuun keenya akka of hin gowwoomsinetti itti yaaduu danda'uutu nutti jiraata. Akkamitti yoo jenne Waaqayyo irraa dhageenyee adeemsa jalqabuun gaarii ta'ee, garuu waanuma Waaqayyo waan goonu hundumaatti gammadu nutti fakkaata."
Guutummaa isaa website keenya irraa argattu! 👇

https://gaggeessummaa.com/fiigicha-karaatti-nama-hambisu/


⏰️ Yeroo Sirrii

Jaalala Jalqabuuf Yeroo Sirrii Beekuun Baay'ee Barbaachisaadha. Guutummaa isaa karaa weebsitii keenyaa seentanii argachuu dandeessu.
👇👇👇

https://gaggeessummaa.com/yeroo-sirrii/


💋 Gaaelaan Dura Dhungoon (kissing), waltuttuquun (warming) saalqunnamtiin (sex) cubbuudhaa? Guutummaa isaa website keenya irraa ni argattu!
👇👇
https://gaggeessummaa.com/dhungoo-kissing/


💬Qajeelfamni kaayyoo yookiin galma waan tokkoo biraan nama geessisu yeroo hundumaa gaaffii "maaliif" jedhu of gaafachuudha. Fiigicha utuu hin jalqabin dura, maaliif akka fiigdu beeki!

🟣Fiigicha kee keessatti wantoota afran kana beekuu qabda... Itti fuftanii dubbisuu fi barnoota baay'ee gaggaarii ta'eef yeroo hundumaa website keenya hordofaa!
👇👇👇

https://gaggeessummaa.com/maaliif-akka-fiigdu-beeki/


🏃‍♂‍➡️🏃‍♀‍➡️ Barnoonni "fiigichi kee maal si argachiisa?" jedhu, barnoota baay'ee bal'aa ta'ee fi bara si'anaa kanatti baay'ee barbaachisaa kan ta'e akkasumas barnoota hafuura namaa boqochiisu dha. Akka seensaatti ibsa kennuudhaan itti fufnee mata duree adda addaa tuquudhaan waliin barachaa itti fufna.
Guutummaa isaa website keenya irraa argachuu dandeessu.
👇👇👇
https://gaggeessummaa.com/fiigichi-kee-maal-si-argachiisa/


✍️ #God will not work your way without working you, God will not change people your way without changing you. He will not guide you in your way without guiding you. Because he who does not 🚫 change does not change anyone, and he who does not justify himself does not justify anyone.

✍️ #God changes you, changes your circumstances, changes your things, and uses you to change a lot. A house must be properly designed and built before it can be inhabited. God prepares a message for you before He gives you a message to the people.

He who hears God will be heard, and he who honors God will be honored. He who loves God remains loved. Amen 🙏

@Gech_pdf


If you want new ideas…✍️

- Study art
- Read history
- Walk in nature
- Watch old movies
- Read classic books
- Visit old architecture
- Follow your curiosity
- Visit your grandparents
- Question what’s normal
- Learn a new language
- Talk to strangers
- Travel regularly
- Eat better food
- Write daily

@Gech_pdf


"Namoonni baay'een hanga ati deeggaramaa fi jaallatamaa taatutti si hin deeggaran, yeroo qofaa turtetti eenyu akka sibira jiruu fi hin jirre xiyyeeffannaa kenni!"

@Gech_pdf


Репост из: SPEAK ENGLISH
• Get used to it.
ልመደው

• What's done is done.
የሆነው ሆኗል (አንዴ ተደርጓል)

• Life moves on
ህይወት ይቀጥላል

• Things happen for a reason
ነገሮች በምክንያት ነው ሚሆኑት

• Actions speak louder than words.
ተግባር ከ ቃል በላይ ይናገራል

❤️ @Now_Speak_English

Показано 20 последних публикаций.