🇬🇧 Maanchister Yunaayitid taphatoota isaa iratti qorannoo jalqabeera.
✔️Manchister Yunaayitid taphaan dura hiriirri taphaa haala kamiin dhoksaan bahaa akka jiru fi eenyu baasa akka jiru baruuf taphatoota isaa iratti qorannoo jalqabeera. Amoorim kanna dura Amaad fi Garnachoo kan dubbisan yoo ta'u gocha kana kessaa harka akka hin qabne bira gahaniiru.
✔️Tapha darbii Maanchisterin guyyaa tokko dura hiriirri Maanchister Yunaayitid bahee harka midiyaa gahuun isaa beekameera.
ⓈⒽⒶⓇⒺ➡️➡️@GADAA_ISPOORTI
ⓈⒽⒶⓇⒺ➡️➡️@GADAA_ISPOORTII