Hayyee Gaaffii Keenyaaf Deebii ga'aa Kan argate Nama muraasa qofatu itti siqe Jara keessaas Namni Tokko Qofti Badhaafamaa ta'eera.
Innis ykn isheenis
@Senajes Fi
@Trident_Christana keessaan Nudubbisa karaa
@galaanafaarfannaachat12 kanaan Badhaasa Kee fudhadhu.
Fayyuun maalirraa akka ta'e immoo Guyyaa muraasa booda Deebii isaa isiniif maxxansina.
Waan hirmaattaniif Galatoomaa ammas Gaaffiin keenya itti fufa Torban har'a Galgala badhaafamuuf Qophaa'aa.