✍️ Itti gaafatamummaa Geggeessummaa.
=================================
Namni tokko geggeessaa ta’uu dura wanti inni hubannoo keessa galchuu qabu wantoota
baay’etu jira.👇👇👇👇👇👇👇👇
✓Tajaajila jijjiirama fiduu danda’u kennuu.
✓Duuka buutota isaa irratti ija argamu fiduu danda’uu qaba.
✓Dandeetti rakkoo furuu qabachuu danda’uu qaba.
✓Duuka buutota isaa dursee wantoota gara fuul duraa xiinxaluu qaba.
✓Duuka buutota gara geggeessummaa fakkeenya qabuutti guddisuu.
✓Dandeettii duuka buutota isaa keessa jiruu adda baafachuu danda’uu qaba.