🪴🪴🪴Baga geessan...🌲🌲🌲
Kabajamoo Maatii channel Keenyaa; baga yaadannoo du'ee du'aa ka'uu gooftaa keenya Yesuus Kristoosiin nagaan geessan, Inni nu'iif du'uudhan du'a keenya jireenyatti,Salphina ulfinatti, boo'iicha kolfatti nuuf jijjiiree jireenya bara baraatif kan nu kaadhime Yesuus haa galateeffamu. Ameen!!👏👏
“Inni as hin jiru, akkuma jedhe ka'eera; kottaa iddoo reeffi isaa ka'ame ture iyyuu ilaalaa!”
— Mat. 28:6
https://t.me/GrowInChrist2024