👉Hasbarruuwwan Gorsaaf Oolan Kutaa 57ffaa 👇👇👇🙏
👉Nama namummaan itti hindhagahamneefi miira isaaf malee kan nama biraaf iddoo hinqabnerraa fagaadhu.
👉Wantoonni akka rakkinaatti gara kee dhufaniifi si quunnaman bakkaafi sadarkaa irra jirtu sanarraa tarkaanfii tokko fuulduratti si butuufi. Kanaaf sirriitti itti fayyadami. Akkasuma, wantoonni ati keessa jirtu yoo sitti ho'aniifi namoota wajjin waccu keessa jiraachuun si quunname dafii itti dammaqi. Sababnisaa, bakkaafi sadarkaa irra jirtu sanarra ykn isaa gadi akka jiraattuuf si qopheessaa jira.
👉Jireenya kee keessatti waan hojjettu dursa itti amani, sana booda itti gaaatamummaa guddaafi ofitti amanamummaadhaan hojjedhu. Kana gochuu keetiin jireenya gaabbii irraa oolta.
👉Mee amma ati inni hasbarruu kana dubbistu waan keessi kee barbaadu argattee jirtaa? Moo hinarganne? Yoo hinarganne ta'e naannoofi haalota keessa jirtu keessatti dhugamtee hintaa'iin. Tarkaanfii jijjiirama sirratti fidan fudhachuu jalqabi.
👉Namoonni naannoo kee jiran qabeenya keeti. Itti fayyadami. Irraa baradhu, muuxannoo irraa qooddadhu, wantoota gaggaarii irraa argattu hundatti fayyadami.
👉🙏Ani Gammadaa Milkaa'ina Koofi Namootaati.