Jaalala Dhugaa


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Религия


🎯 Ergaa Macaafa Qulqulluu
🎯 Ergaa Ganamaa
🎯 Guddina Hafurraa
🎯 Karaa Guddina
🎯 Kaayyon jiraachuu
ContactUs:

Связанные каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Религия
Статистика
Фильтр публикаций


✅ Shaayii Ganama dhuguun Faayidaa akka qabu beektuu?... See More

         👇👇👇👇
     👉✨See More✨👈
     👉✨See More ✨👈
             👆👆👆👆


✍️ Faayidaan shaayii dhuguu 12 armaan gaditti ibsamanii jiru seenaa dubbisaa!... See More


🌲🎄🌲🎄🎄🎄🎄🎄

👋Hi!

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Afoola_Oromoo24 ✍️
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@timevalue24 🕖
┃_
@miira_jaalalaa ❤️
┃_
@hariiroo_jaalalaa ❤️
┃_
@BPEMBASSY 📖
┃_
@prophetamo
┃_
@Online_job724 💰
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English
┃_
@English_Oromoo 📕
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
Bible Quotes 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Diraamaa_Hirkoo99 📷
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
Beka Sport
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
Goal Tv 🔝
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
@English_Oromoo 🧾
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@Dargaggootaaf1 👭
┃_
@Afoola_Oromoo24 🪶

┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 🛒

Contact: @Getu_Abera




akeeki ati qabdu guddaa dha, hojiin kees humna-qabeessa; ati wanta ilmaan namootaa godhan hundumaa in argita, tokkon tokkon isaaniitiifis akka gochaa isaanii fi akka hojii isaaniitti in kennita;
Ermiyaas 32:19

@Jaala_Dhugaa


AD:
 2Qor. 6:14-18 Warra hin amannee wajjin walitti hin hidhatiinaa! … ifnii fi dukkanni tokkummaa maalii qabuu? … inni amane isa hin amanne biraa qooda maalii qabaree?
 1Mot. 11:4 Solomoon yeroo dulloometti dubartootni isaa yaada isaa gara waaqayyolii kan biraatti ni jal’isan.
 Kes. 7:2-3 …
1.5. Saalaan gargar ta’uu qabu
Yeroo amma kana qorannoon garaa garaa akka argisiisutti waldaan kiristaana rakkoo guddaa keessa jirtti. Sababiin isaa hojii ishee irraa eegamu yeroon waan hin hojeenneef gaa’elii saala wal fakkaatu gidduutti biyya hambaatti/alaatti saala wal fakkaatu gidduutti( dhiiraa fi dhiira, dhalaa fi dhalaa) raawwatamuu erga eegalee tureera. Waldaan kiristaanaas seerri mootummaa biraa waan ba’eef akkasumas ofiisheetii ofirraa mormuudhaaf qophii ga’aa waan hin qabneef gaa’ela saala wal fakkaatu kana simatee waldaashee keessatti geggeessaa jirti; garuu waldaa biyya alaa jiru hunda

@Jaala_Dhugaa


1) Hiriyaa Gaa’laa akkamiin filadhu?
--------------------------------------------------------
Hiriyaa gaa’ela akkamiin filadhu gafiin jedhu yeroo baayyee namoota gaa’ela hindhaabbanne irraa ni dhagahaama. Hiriyaa gaa’ela filachuu jechuun isa waaqayyo naafilate akkamiin adda baafadhu jechuudha. Kan adda bafachuuf qabixiilee armaan gadii hubannadhaan ilali:-
1.1. Qajeelfama waaqa biraa fudhachuu
Qajeelfama waaqa biraa fudhachuu jechuun akkaataa sagaleen waaqayyo jedhuun geggeeffamuu jechuudha. Waaqayyo qajeelfama kan inni kennu karaa sagalee isaati qofa. Kana irratti hubachuun kan nuuf malu qajeelfama waaqayyo irraa fudhachuu jechuun; gaa’ela jecha rajoonni dubbataniin dhabbachuu jechuu miti. Gaa’elli dhabbachuuf jiru sirrii ta’uu fi ta’uu dhiisuu isaa kan nuuf mirkaneessu raajota utuu hintaane sagalee waaqayyo qofaadha.
Yeroon kana jedhu Waaqayyo gonkuma karaa raajoota hindubbatu jechuu koo miti; dubbachuu ni danda’a yoo dubbate iyyuu kan inni ittiin qoramee ilaalamuu sagalee waaqayyootiin ta’u beekuun gariidha.
 Isa 48:17 waaqayyo inni si furu inni qulqulluun kan Israa’el ”ani waaqayyo gooftaan kee isa wanta waa’ee siif baasu si barsiisuu fi isa karaa ati adeemtu irratti si geggeessuu dha.
 1Yoh. 4:1 Michoota ko warra hafuuraan ni dubbanna jedhan hundaa hin amaniinaa Waaqayyo biraa yoo ta’an hafuurota isaan ittiin dubbatan qoraatii ilaalaa malee raajotni sobduun baay’een gara biyya laffaatt ba’aniiru
1.2. Bareedina alaa osoo hin taane bareedina keessaatti xiyyeefffachuu
Amala dhala namaa keessatti bareedina keessa caalaa kan nama harkisu bareedina alaati; yeroo kana jennu bareedina alaa hin barbaachisu jechuu utuu hin taane bareedina isa keessa irratti xiyyeefachuutu caalmaadhaan bu’a qabeessa nama godha jechuudha.
 Fak. 31:30-31 simboon namarra darbiti miidhaginnis nama ni gowomsiti dubartiin Waaqayyoon sodaattu garuu ni jajamti.
Kutaa sagalee waaqayyo dubifame kana irratti waaqayyoon sodaachuun bareedina keessati. Mootiin Daawit akka inni gowomfame Bershaabeh wajiin cubbutti kufu kan isa taasise bareedina alaan mul’atuun waan boji’ameef.
 1Phe 3:3-4 ofkuuluun keessan wanta alaan mul’atu mataa tolfachuudhaan warqee naqachuudhaan uffata babba’eessa uffachuudhaanis hin ta’in.Garuu of kuuluun keessan inni hin badne keessa namummaa keessanii isa dhokataadhaan haa ta’u.
1.3. Jaalalli dhugaan jiraachuu isaa mirkaneeffachuu
Gaa’ela dhabbachuuf waan nuti mirkaneefachu qabnu keessa inni hangafaa jaalala dhugaa waliif qabachuudha. Jalaalli dhugaan kun isa onnee irraa madde,miiraafi haalarra kan hin dhaabbanne ta’uu qaba. Innis boqonnaa fi nagaatu namatti dhaga’ama malee fedhii foonii duwwaan namatti hin dhaga’amu. Nama hin jeequ namas hin maraachu sababni isaa miiraan hin ogganamu. Kun jaalala keessaa; onneerra foxxoqee mul’atuudha. Sababni jaalala dhugaan jiraachu mirkaneeffachuun barbaachiseef jaalalli sobaa bayyeen waan jiruuf. Namoonni tokko tokko jaalala dhugaa utuu hin qabaatin; jaalala kee irraa kan ka’e midhaan naaf nyaatamuu didee, bishaan na dhugamuu didee jedhu. Kun soba ta’uu isaa baruun gariidha sababni isaa jaalalli dhugaan akka dhahaa galanaa tasa kan namarra yaa’u utuu hin taane wal baruu fi walitti dhihaachuudhaan kan uumamuu fi kan guddatu ta’uu isaa beekuun gariidha. Inni kan biraa jaalala dhugaa jechuun jaalala haala irratti hin hundoofneedha. Gaa’elli jaalalaan hundaa’a; gaa’elli jaalalarratti hin hundoofne dhaabachuu hin danda’u. Jaalalli kunis jaalala lamaan isaaniirraa madde ta’uu qaba.
 1Qor 13:4-8 …jaalalli yoom iyyuu hin badu.
 Uma 24:56-58 … “Mee intala waamnee wanta isheen jettu ni gaafanna” jedhan. Ribqaanis …eeyyeen nan dhaqa jette.[ Hisiyaaq fi Ribqaa ]
1.4. Amantaan tokko ta’uu
Namni kiristoositti amane tokko hiriyaa gaa’elaa filachuu keessatti waanti inni/isheen of eeggachuu qabu/du amantaan tokko ta’uu mirkaneeffachuudha. Kufaatii namoota baay’eef sababa kan ta’e keessaa tokko namoota hin amannee wajjin akkaataa hin taaneen walitti michoomuudha. Akkuma kanas namoota hin amanne yookaan gooftaa Yesuusiin hin beeknee wajjin gaa’ela dhaabbachuudha.


❤️ "Jaalala dhugaa keessatti wantoota 5n kana dhiirronni adda baafatanii beekuun gaaridha,...👉 See More

👉 See More
See More


🚨 Shamarran miira namaa ariitidhaan booji'an,.. See More


Yihudaan Yommus Yesusin Dabarsee Kennuudhaaf Walii Galuu Isaa
(Mar 14:10-11; Luq 22:3-6)
14 Yommus warra kudha lamaan keessaa tokko, Yihudaa nama biyya Keriyot inni jedhamu, gara luboota warra angafootaa dhaqee, 15 “Isa dabarsee yoon isinitti kenne, maal anaaf laattu?” ittiin jedhe; isaan immoo meetii soddoma muraniif. 16 Yihudaan yeroo sanaa jalqabee dabarsee isa kennuudhaaf fucha in barbaada ture.
*15 Yoh 11:57; Zak 11:12; 1Xim 6:9-10

@Jaala_Dhugaa


Kanaaf Yesus, “Dhuguma, dhuguman sitti hima, eenyu illee bishaanii fi Hafuura Qulqulluuttii yoo dhalachuu dhaabaate, mootummaa Waaqayyootti galuu hin danda'u. Nama fooniittii kan dhalate foon, hafuurattii kan dhalate hafuura. Olii dhalachuun isiniif in ta'a siin jechuu kootiif hin dinqifatin. Qilleensi gara fedhetti in qilleensa'a, qilleensa'uu isaa in dhageessa, eessaa akka inni dhufu, eessas akka inni dhaqu garuu hin beektu; egaa hafuurattii kan dhalate hundinuus akkuma kana” jedhee deebiseef.
*1 7:50; 19:39
*2 9:16,33; Mat 22:16; HoE 10:38
*3 1:13; 1Phe 1:23; 1Yoh 3:9
*4 2Qor 5:17
*5 His 36:25-27; Efe 5:26; Tit 3:5
*6 1:13; 1Qor 15:50
*8 Lal 11:5
Yohannis 3:5-8


@Jaala_Dhugaa


namni ogeessaa wajjin adeemu, ogeessa in ta'a; miiltoon gowwootaa garuu in bada.
Macaafa Fakkeenyaa 13: 20




Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate; kun immoo isatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf malee, haa baduuf miti! Waaqayyo biyya lafaatti farachiisuuf miti, biyyi lafaa isaan haa fayyuuf ilma isaa biyya lafaatti erge malee.
Yohannis 3:16-17

@Jaala_Dhugaa


Warri kooluu sitti galan hundinuu garuu haa gammadan, bara baraanis haa ililchan! Ati warra maqaa kee jaallatan waan eegduuf; isaan sitti haa gammadan!
Macaafa Faarfannaa 5: 11


🌹 Amaloota dubara ogeettii 6 waliin haa ilaallu... See More

👉 See More
       See More


💍 Amaloota gurguddoo 6,... See more




akeeki ati qabdu guddaa dha, hojiin kees humna-qabeessa; ati wanta ilmaan namootaa godhan hundumaa in argita, tokkon tokkon isaaniitiifis akka gochaa isaanii fi akka hojii isaaniitti in kennita;
Ermiyaas 32:19

@Jaala_Dhugaa


Hundinuu yakkaniiru, ulfinni Waaqayyoos isaanitti hir'ateera. Isaanumti immoo ayyaana Waaqayyoo isa karaa furii Yesus Kristos tola isaaniif kennameen, qajeelota in ta'u. Inni dhiiga isaa dhangalaasee du'uudhaan warra isatti amananiif mi'a araaraa haa ta'uuf, Waaqayyo isa dhaabe. Waaqayyo ofii isaa qajeelaa akka ta'e mul'isuudhaaf kana godhe; obsa isaatiinis cubbuu namoonni kanaan dura hojjetan irra darbeeraaf. Bara sanaattis Waaqayyo qajeelummaa isaa argisiisuuf inni ofii isaa qajeelaa ta'uu isaa, nama Yesusitti amanus qajeelaa gochuu isaa mul'iseera.
*21 1:17; HoE 10:43
*22 Gal 2:16; Filp 3:9
*23 3:9; 1Yoh 1:8
*24 5:1; Efe 2:8-9; Tit 3:7
*25 Lew 16:5-15; Efe 1:7
Roomaa 3:23-26


Waaqayyoof Hojjechuudhaaf Jiraachuu
12Ammas yaa obboloota ko, araara Waaqayyoof jedhaatii namummaan keessan qulqullaa'aadhaa fi Waaqayyo duratti fudhatamaa akka ta'utti, aarsaa jiraatu gootanii akka isa dhi'eessitan isin nan gorsa; akkasittis hafuuraan Waaqayyoof in sagaddu. 2 Fakkeenya jireenya bara isa darbu kanaa duukaa hin bu'inaa! Jaalalli Waaqayyoo isa kam akka ta'e gargar baasuudhaaf, yaada garaa keessanii haareffachuudhaan of diddiiraa! Jaalalli Waaqayyoo immoo waan gaarii ta'e, waan isa duratti fudhatamaa ta'e, waan akeeka isaa fiixaan baasus hubachuu dha.
*1 6:13
*2 Efe 4:17, 22, 23; 5:10, 17


🎚🌟🎚 2⃣0⃣2⃣5⃣ 🏍🏍

🚨"Yeroo soba dubbannu ho'iinsi funyaan keenyaa ni dabala"... See More

➡️ See More
See More


⭐️ Sababa ho'iinsaa irraa kan ka'e,... See More


🌲🎄🌲🎄🎄🎄🎄🎄

👋Hi!

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Afoola_Oromoo24 ✍️
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@timevalue24 🕖
┃_
@miira_jaalalaa ❤️
┃_
@hariiroo_jaalalaa ❤️
┃_
@BPEMBASSY 📖
┃_
@prophetamo
┃_
@Online_job724 💰
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English
┃_
@English_Oromoo 📕
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@OrooNetflix 😀
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
Bible Quotes 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Diraamaa_Hirkoo99 📷
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
Beka Sport
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
Goal Tv 🔝
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
@English_Oromoo 🧾
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@Dargaggootaaf1 👭
┃_
@Afoola_Oromoo24 🪶

┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 🛒

Contact: @Getu_Abera

Показано 20 последних публикаций.