⭐️Yeroo simbirroon lubbuun jirtu saree nyaatti.
Yeroo simbirroon duutu sareetu isii nyaata.
📢 Mukni tokko ulee kibriitii miliyoona tokko gochuun ni danda'ama garuu ulee kibriitii tokko qofatu muka miliyoona tokko gubuu danda'a!
🌹 Haalli yeroo kamiyyuu jijjiiramuu danda'a...
🔘 Jireenya kana keessatti nama kamiyyuu gatii hin hir'isinaa ykn hin miidhin.
🔘Har'a humna qabaachuu dandeessa
garuu YEROON humna guddaa qaba!
✔️Share📢 MIIRA JECHOOTA
✔️Like 👍 MIIRA JECHOOTA