Biyya Biritaaniyaa keessatti Dubartii tokkotu iddoo itti taaksii eeggatan dhaabbattee qullaa ishee taaksii eeggatti.
Dubartiin kun qullaa ishee kan deemtuuf rakkattee osoo hin taane, ammayyuummaadha jettee waan yaadduuf ture. Turtii daqiiqaa muurasaan booda taaksiin dhufee jennan itti ol seente!
Akka carraa ta'ee konkolaachisaan taaksiichaa nama lammii #chaayinaa ture. Dubartii kana Xiyyeeffannoo dhaan miilla isheetii hanga rifeensa isheetti sirriitti ilaale. Isheen garuu akka waan homtuu hin uumamneetti gara isheen barbaaddetti akka deemuuf mallattoo kenniteef. Inni immoo ammas irra deebiidhaan akkuma duraatti sirriitti xiyyeeffanoodhaan ishee ilaale.
Yeroo kana dubartiin kun bifa aarii wayiin "Dubartii qullaa jirtu argitee hin beektu moo maal taate? Garan itti barbaadetti deemi!" ittiin jette.
Yeroo kana Konkolaachiisaan Kun akkas jedheen "Qullaa ta'uun kee illee inni #dhimma_keeti! garuu iddoo ati barbaaddu kana yoon si geesse maal naaf kaffalta? Qarshiin hoo harka kee keessa hin jiru" jedheen!
Yeroo kana dubartiin kun taaksicha keessaa buutee deemte! Jireenya kee keessatti akkuma konkolaachiisaa warra Chaayinaa kanaa wanta si fayyadu irratti xiyyeeffadhu, wanti ati argaa ooltu hundi waan si hin fayyadneef.
🌅 🤝🏾
🌐