#OpenAI dhaabbatni #ChatGPT hundeesse amma irratti ammoo AI ajaa'ibaa tokko kan #sora jedhamu qabatee dhufee jira.
AI Kunis #text ykn barreeffama kennameef tokko gara #video tti jijjiiruu kan danda'u yommu tahu, AI tool kana fakkaatan kanneen duraan qaama garaagaraatiin hojjetamanii jiran waliin wayita madaalamu garaagarummaa guddaa kan qabuu fi imala AI gara fuulduraa sodaa keessa kan galcheedha.
#OpenAI yoom irraa kaasee fayyadamtootaaf akka dhiyeessu wanta beeksise hinqabu. Amma irratti fayyadamuuf #public miti.
Odeeffannoon teeknooloojii wayitawaan yeroo yeroon akka isin qaqqabuuf channel keenya join gochuu hindagatinaa.
📢 | ■ @Oro_Tech_Tipz