Galatiya 6;17
17 Egaa ani godaannisa madaa isa Yesus qaba ture namummaa koo irraa waanan qabuuf,
si'achi namni tokko iyyuu ana hin rakkisin!
*17 2Qor 4:10
18 Ayyaanni gooftaa keenyaa Yesus Kristos hafuura keessanii wajjin haa ta'u,
yaa obboloota ko.
Ameen.
*18 Filp 4:23; 2Xim 4:22; Film la 25
@Seenaa_Tube