Galmee Imala Hajjii fi Umraa bara Hijraa 1446ffaa
Baga imala Hajjii kan bara 1446ffaan nagaan isin gahe!
Imaltoonni Hajii bara kana iddoowwan galmee hajjii Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islamummaa Itoophiyaa qopheessetti galmaa'uun, lakkoofsaa icciitii isiinif kennamu qabattanii dameewwan Baankii Siinqee isinitti dhiyoo jirutti lakkoofsa herreega bankii dhalarraa bilisaa siinqee ihsaan maqaa mana maree islaamumaa Itoophiyaatin banametti galii gochuu akka dandeessan kabajaan isin beeksifna.
የሐጅና ዑምራ ጉዞ ምዝገባ
እንኳን ለ1446ኛዉ የሃጅ ጉዞ አደረሳችሁ እያለ፣
የሃጅ ተጓዦች በኢትዮጵያ እስልምና ጉዳዮች ጠቅላይ ምክር ቤት ምዝገባችሁን ካጠናቀቃችሁ በኋላ ከጠቅላይ ምክር ቤቱ የሚሰጣችሁን የማረጋገጫ ሚስጥር ቁጥሮዎን በመያዝ የሚጠበቅባችሁን የጉዞ ክፍያ በባንካችን በኢትዮጵያ እስልምና ጉዳዮች ጠቅላይ ምክር ቤት ስም በተከፈተ የሲንቄ ኢህሳን ከወለድ ነጻ የባንክ ሂሳብ ቁጥር ላይ በአቅራቢያዎ በሚገኝ የባንካችን ቅርንጫፍ ገቢ ማድረግ እንደምትችሉ በአክብሮት እንገልጻለን፡፡
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ
#EMPOWERED_TOGETHER