OBSI_KENNAA_HAFUURA_QULQULLUUTI.
“Iji hojii hafuuraa immoo, jaalala, gammachuu, nagaa, obsa, gaarummaa, arjummaa, amanamummaa,”
— Gal. 5:22
Hafuurri qulqulluu wanta si barbaachisu qofa osoo hin taane obsa wanta si barbaachisuus siif in kenna.
Obsi (quality) kee miti. Obsi kennaa waaqaa waaqa ibsuudha.
Al takka takka in dadhabna "obsakoo fixaan jira! Obsikoo dhumee jira!" In jenna. Yemmuu obsi keenya dhumaa jira jennu kana ammoo wanti haaraa akka uumamu eegna malee obsi keenya caalaa akka dabaluu qabu caalaa obsuu akka qabnu hin yaadnu.
Obsi akka nedaajii (ነዳጅ) dha. Wanta bira gahuu qabdu bira hamma geessutti humna ittiin gara galmakeetti adeemtuudha. Kanaaf obsike dhume jettee hin dhaabbattu obsakee dabalattee deemsakee itti fufta.
Obsa ofii guddifachuuf ammoo obsi kennaa hafuura qulqulluu waan ta'eef obsa dhabuuf dadhabiikee sana keessatti kadhachuu, sagalee waaqayyoo dubbifachuuf karaawwan garaa garaa sagalee waaqayyoo akka dhaggeessu godhan raawwachuun karaa hafuuraa guddachuu keessa obsikees in guddata.
Mallattoon nama hafuuraa tokko, obsa isaati.
OBSAAN_IN_DANDA'AMA.
Yaq. 1
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
³ Amantiin keessan qoramee ilaalamuun isaa obsaan danda'uu akka fidu in beektu.
⁴ Isin warra fiixaan ba'an; warra mudaa, hir'inas hin qabne akka taataniif, obsaan danda'uun kun hojii isaa fiixaan haa baasu!
Yeroo baay'ee qoramuu keenyatu milkaa'ina nuuf fida in seena. Garuu qoramaanni namoota baay'eef jabina fide kaan ammoo kuffiisees argineerra.
Garaagarummaan qormaata keessatti milkaa'uuf kufuu qormaata sana waan ittin danda'uuf yaalaniidha. Kaan obsaan yemmuu danda'an kaan ammoo waan ittiin danda'an obsa waaan dhabaniif milkaa'uu danda'uus dadhabaniiru.
Obsaan in danda'ama. kan dadhabdeef obsaan ala waan yaalteefidha.
Eebbifamaa Maatii Waaqayyoo🙏🙏🙏
t.me//Youth4Christ1