Репост из: النساء السلفي
🔥Ijoollee teessan towhiida barssiisaa
Osoo isaan sibiilaa fii bootaa kabajamttuu jedhanii boota mara hin dhunganne
Osoo muka balbalaa irratti hin sujuudne oso gargaarssa hin barbaanne nama du'e irraa
👉Barssiisi rabbiin malee kan kadhatamu hin jiruu kadhaan rabbiif malee nama biraatiif hin taatuu
Isaan barssiisaa rakkoo hunda jalaa nagaya bayuun rabbiin irratti irkatuun malee hin argamttuu rahmta isaa kajeeluun malee hin argamttuu sababaa dalaguun wajji
👉Isaan barsiisaa dawaan rabbi harka jiraa kan nama fayyisu isaa harka nama tokkoo hin jiruu namni dawaa siif kennuufii dawaan sunis sababa malee .
👉Isaan barsiisaa waanni fuuldura keetii harka rabbii jiraa beekkumsa rabbii tokkichaa qofa keessatti tahaadhaa
👉Isaan barssiisaa hajaa wahii barbaaduun rabbiin irraa malee nama biraa irraa barbaaduun hin tahuu kan samii fii dachii ufumaa jalqabee uume fakeenyi tokko dura dabruun maleti . Yoo waan isa sodaachiisu uf irraa deebisuu barbaades waan san namni isaa argmssiisu hin jiruu rabbii olta'e malee ..
👉Isaan barsiisaa namni waan ani fedhe ykn haajaa tiyya naaf guuta jedhanii qalbii irratti rarraasanis rabbiin qofa gargaarssis rabbuma qofa irraahi qodhaan ykn silatnis rabbuma qofaaf
WARROONNI rabbii asitti kadhataman kun osoo amrii uumamttootaa kana olii gadi oofuu dandahanii dura lubbuma isaanii fayyadan ..
👉Isaan barssiisaa nabiiyyiin rahmataafii nageenyi isaan irratti haa jiraatuu du'an dubarttoonni isaanii qabrii keesatti isa hin kadhanne sahaabonnis hin kadhanne rabbiin isaan irraa haa jallatuu ..
Isaan dirree lolaa meeqa seenan ka dhibee xaa'uun jedhmuun mokkoraman beelaan mokkoraman dhibee garagaraatiin mokoraman isaan irraa namummaan tokko rabbii isaa malee nabiyyii hin kadhanne ..
Isaan irraa warroonni gurgudaanis birmannaa hin barbaanne rabii isaanii irraa malee rabbiif malee waan biraatiif hin sujuudne rabbiif malee waan biraatiif hin boonne
Imimmaan isaanii hin buune rabbiif malee qulqullaahee olta'ee
👉Ijoollee teessan barssiisaa aqiidaa qulqulluu isaan fageessaa isaaniin fagaadhaa bootaa bid'aa shirkii irraa
✋TUNI itti gaafatamummaa teessan fuulduree rabbiititti
::::::::::