Piriimiyerliigii Itoophiyaa torbee 5ffaa irratti taphni garee kubbaa miilaa dhiiraa CBE fi Faasiil wal qixaan xumurame.
====
Garee bulchiinsa magaalaa Faasiliif daqiiqaa 30ffaa irratti Maartiin Kiizaan goolii tokko kan galche yoo ta'u, Tasfaayee Taammiraat immoo daqiiqaa 85ffaa irratti baankii daldalaa Itoophiyaaf goolii tokko galchuun, taphichi wal qixaan akka xumuramu taasise.
Taphni torbee 5ffaa kun Istaadiyeemii Dirree dawaatti gaggeeffame.