Manneen hojii mootummaa fi dhaabbileen dhuunfaa, kaffaltii tajaajilaa isaanii, karaa dijitaal baankii CBE raawwatan daran dabalaa jiru.
***
Baankiin daldalaa Itoophiyaa fi Dhaabbanni Tajaajjila Bishaan Dhuugaatii fi Dhangala'aa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Waliigaltee mallatteessan.
Waliigaltee kun maamiloonni kaffaltii tajaajila bishaanii karaa 'CBE Birr Plus' raawwachuu isaan dandeessisa.
Pirezidaantii ittaanaan Dijitaal Baankii BDI obbo Wagaayyoo G/Maaramii fi Hojii gaggeessaa Dhaabbata Tajaajila Bishaan Dhuugaatii fi Dhangala'aa M/Adaamaa obbo Ahimad Abduljaliil waliigaltee kana kan mallatteessan. Kantiibaa ittaanaan Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Obbo Maatiwoos Sobbooqaa tajaajila dijitalaa Kanaan Maamiloonni kuma 92 fayyadamoo ta'u jedhan.
Carraa dijitalaa kana kan mijeesse BDI galateefatan.
Maamiloonni salphumatti kaffaltii bishaanii dabalatee kanneen biroo hedduu ta'anis, CBE Birr Plus fayyadamuun yoo raawwatan, yeroo fi qabeenya isaanii qusachuu danda'u.
Jabana qaroome waliin tarkaanfachuun, murteessaa waan ta'eef, CBE Birr Plus bakka isin jirtan hunda jira.