Akkuma beekamu projectoonni blockchainii Ton irratti tarreeffamanii turan hundi isaaniiyyuu yeroo muraasa booda gatiin isaanii gadi bu'a! Sababni isaas blockchainii Ton irratti investeroonni baay'een hin jiran waan ta'eefiidha!
Paws blockchainii Solana filachuun isaa turtii fi gatii isaa akka guddatu taasisa
Paws blockchainii Solana filachuun isaa turtii fi gatii isaa akka guddatu taasisa