Deflation Cryptocurrency Jechoota Salphaadhaan...
Deflation maallaqa kirpitoo adeemsa lakkoofsi waliigalaa saantima ykn tookiin naannoo keessa jiru yeroon itti hir’atudha.
Kun sababoota adda addaatiin ta’uu kan danda’uu fi gatii fi dinagdee maallaqa kirpitoo irratti bu’aa qaba.
Sababoota Ijoo Deflation Maallaqa Kiriptoo:
🔺Token Burn Mechanism: Kun adeemsa dhiyeessii waliigalaa hir'isuuf gartokkoon maallaqa kirpitoo itti yaadanii balleessuudha (gubuu). Uumtoonni maallaqa kirpitoo kanaa saantima gara "teessoo du'e" jedhamutti ergu, achirraa argachuun hin danda'amu.
🔺 Dhiyeessii Daangeffame: Maallaqni kirpitoo tokko tokko daangaa guddaa saantima dursanii kaa'ame kan gonkumaa hin darbine qabu. Fakkeenyaaf, Bitcoin (BTC) daangaa saantima miliyoona 21 qaba. Hammi kun erga ga'ee booda bitcoin haaraan hin uumamu.
🔺 Cryptocurrency Argachuu Dhabuu: Fayyadamtoonni sababa password ykn furtuu dhuunfaa dhabuun borsaa crypto isaanii argachuu dhabuu danda'u. Yeroo qaqqabummaan (password,recovery) badu saantima boorsaa kana keessa jiru kana booda itti fayyadamuun hin danda'amu! Badee hafa malee eenyuyyuu hin argatu
Crypto baradhu @cryptomiyaa
#crypto #cryptomiyaa #learn