Heni Tech


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Технологии


✅ TELEGRAM CHANNEL KEENYA
IRRAA ODEEFFANNOO FREE INTERNET WAJJIN WALQABATANII FI KANNEEN BIROO AFAAN OROMOON NI ARGGATTU.
✅ FREE INTERNET APK
✅ FREE INTERNET FILE
✅ TECH INFO &
✅ OTHERS...

Связанные каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Технологии
Статистика
Фильтр публикаций


GUY'S NAGAAN BULA MAATIIN CHANNEL KO HUNDI KEESSAN

HANGA BOR WAAN HAARAAN WALITTI DEBINUTTI.

al tokko hundi keessan react godha me family 🙏


GOOD NIGHT 😴💤💤


GUY'S WARRI HANGA YOONAA AKKATAN ITTI FAYYADAMAA ISAA ISINIIF HIN GALLE.

VIDEO FI BIFA BARREFFAMAN ISINIIF HOJEDHEE PIN GODHEEN JIRA SIRRIITTI ILAALA.

VOICE MESSAGE DHAGEFFADHAA

🚨warri vpn man connect gootanii itti fuftanii fayyadamtanii takka hojjete isinif hojjete didu dogoggora keessanidha. File ani isnif gadi dhiisuu vpn ani irratti isiniif gadi dhiisu irratti import gochuun connect erga gootani boda data keessan active godhattanii deebitanii immo disconnect gochuun itti fayyadamtu malee. File ani isiniif gadi dhiise kallatiman connect gootani fayyadamtu taanan yeroo tokko Connect isnif ta'a sana booda ni dhaabbata hanga deebi'ee connect in ta'u sim card kan biran yoo ta'e malee hanga guyyaan itti aanu bari'utti. Kanaf akkataa itti fayyadamaa isaText ani isnif barresse sirriitti dubbisa akkasumas video s ilaala text fi video pin 📌 isiniif godhen jira.


Tole baayyeen keessan naaf hojechaa hin jiru jechaa jirtu. maal garuu amma kana akkaataa itti fayyadama isaa isiniif ibsee hin dabbara dhugaa rabbii...

Me amma immo comment dhan kottaa warri isin dide.


Wanti dubbatamaa oole hunduu Saks dha homaa hin ta'u ya sabaa.... Free internet 00 balance fayyadamuun itti fufa.


Guy's isnif hojechaa jira file free data active ittin godhatan?

Eeyye😍
Lakki 👍
Yaada keessan comment irra ka'aa


Guy's Free internet wajjiin kan walqabatu oduu wayii olif gadi fiigaa jira channel garaagaraa irraa anis wanti odeffamaa jiru sirritti qorachaan oole.innis maal ture liqii nama irratti lakka'a jechaa jiru garuu amma ammaatti wanti adda ba'e hin jiru soba garuu isin of eggannoo gochuu qabdu waan kamiifuu. Me isin gidduutti akka inni isin irratti lakka'e ilaala liqii.


Kan isin gochuu qabdan of eeggannoodhaf erga data keessan http injector ykn app kan biroo dhan active gootani booda vpn kanneen akka pispon pro connect gochuun of eeggachuu dandeessuu...


Guy's in rifatinaa homaa miti waan tokko nu gochuu hin dandeessuu Telen.


GUY'S ETHIOTELCOM IBSA WAYII BAASEE JIRA BALINAAN GALGALA KANAN ISINIIF IBSA... NA EEGAA.

Ayi Tele

W8😳


Warri app Linklayer hin qabne link isaa kunooti buufadhaa..

Buufachuuf
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.newtoolsworks.linklayer


App Linklayer namni hin beeknee jiraa guys??

Yoo jiraatef link isaaf logo isaan isiniif maxxansa.


HENI_TECH FREE .lnk (1)
6.1Кб
✅File kanaan interneetii bilisaa fayyadamuu dandeessuu!!

✅Stepin isaa kunooti!! 👇👇

1. App Linklayer play store irraa buustu.

2. File asii olii kana erga download gootani booda Linklayer app tti import gootu

3. Erga connect gootanii booda video 📷 Ani isnif maxxanse sana irra mb 2 hanga mb 2 buustu

4 Kana booda vpn connect gotan san disconnect gotu daatan bilisaan isiniif hojjetaa!! 🤩

React 🙏🙏🥰🥰🥰🥰🥰


REACT GUY'S

💥💥💥💥💥💥💥
UPLOADING FREE INTERNET OO BALANCE FILE...


free internet 00 balance

Speed isaa ajaa'iba active gochuufis akka kan http injector nama hin rakkisu.

Uploading... On Linklayer app

Warri Linklayer app hin qabne play store irraa buufadhaa.


GOOD MORNING FAMILY 🌞🌅


GOOD NIGHT FAMILY 😴 💤💤


📣Yaadachiisa!! Miseensota chaanaalii @Heni_Tech Hundaaf...

📊Akka imaammata (policy) telegram haaraa ba'etti, miseensonni chaanaalii kana MUTE gootan akka waan chaanaalii kana keessa hin jirreetti ilaalama.  kanaafu, UNMUTE gochuun nu hordofaa.

✅Waan nuti maxxansinu yoo ilaalaa jirtu ta'ellee yoo chaanaalii kana MUTE gootani jirtu ta'e akka ilaaltanitti hin lakkaa'amu. 

✅Akkuma suuraa irratti mul'atuutti..
MUTE jedha yoo ta'e hin tuqinaa!!

✅UNMUTE irra jira yoo ta'e yeroo 1 tuquun MUTE tti deebisaa.

👍Filannoo keessan yeroo maraa waan nu taasifattaniif galanni keenya guddaadha!!

🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝
https://t.me/heni_tech
https://t.me/heni_tech
🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝


WARRI KUN HUNDUMATU ISNIF HIN GALLE IMMOO KARAA SALPHAA TA'EE TOKKO AKKAATAA ITTI ISIN ITTI FAYYADAMUU DANDEESSAN ISNIFAN GADI DHIISA.

Garuu hirmanna keessan gadi bu'adha.. react hin jiru garuu malif.
react in bitama mo. guy's in tolu wanti akkasii... namni baayyeen ilaalema dhiisaa jira post keenya.isin dabbare moo free internet 😔😔😔😔


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Video kana irraa mb5 hanga mb10

Buusaa sana booda vpn disconnect godhaa Free internet vpn tokko malee fayyadamaa.


👆👆👆👆👆👆👆👆👆
NAMOONNI FREE INTERNET
AKKATAN ITTI FAYYADAMAA ISAA ISINIIF HIN GALLE VOICE MESSAGE KANA SIRRIITTI DHAGEFFADHAA!


HENI_TECH MAYYA.ehi
10.3Кб
MAYYA PACKAGE 5BIRR 2GB FILE

HTTP INJECTOR APP
FAST SPEED
1 WEEK


HENI_TECH (4).npv4
1.9Кб
MAYYA PACKAGE 5BIRR 2GB FILE

NPV TUNNEL APP
1 WEEK
FAST SPEED

Показано 20 последних публикаций.