Ergaa Ganamaa
❍ Yoh. 14:1-2
¹ "... Garaan keessan hin raafamin, Waaqayyotti amanaa, anattis amanaa!
² Mana abbaa koo keessa iddoon jireenyaa baay'eetu jira; utuu inni hin jiru ta'ee, isinitti nan himan ture; iddoo jiru sana isiniif qopheessuudhaaf nan adeema.
Yoh. 14:1-2
* Yoh. 3:15, Far. 4:5
@Maaranaataa_Yesuus ➕