Madda Ispoortii


Гео и язык канала: Эфиопия, Амхарский
Категория: Карьера


On this channel
👉 Free internet
👉🏻 You will learn about Crypto and ways to earn money
👉🏻You will learn about Airdrop And Tech
👉🏻 You will find various prize competitions

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Амхарский
Категория
Карьера
Статистика
Фильтр публикаций


Free internet in🇪🇹


Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi.


🔞 viidiyoo sukaneessaa kana kanneen umuriin keessan 18 gadi tahe akka hin ilaalle!! 🔞


Deeggartoonni liivarpuul erga Aleksander Arnord Riyaal Maadridiif mallatteessuuf waliigalee aaruudhaan shamsi isaa gubaa jiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Barcelona 🏟

Haala ijaarsi Istaadiyeemii Baarseloonaa Niwkaamp yeroo ammaa kana irra jiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


✅Taphoota nuusa xummuraa FA Kaapii torbee kanaa.

💠Sambata
09:15 🔰 Fulhaam Kiristaal Paalaas waliin
02:15 🔰Biraayteen Notinghaam Foorest waliin

💠Dilbata
09:30 🔰 Piristeen Astonviilaa waliin
12:30 🔰 Bornmaawuz Maan Sitii

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@madda_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@madda_Ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Taphotaa ciccimoo ji'aa Ebilaa kessaa taphataman

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Neymar junior toora Instagram isaa irrattii

This duo 🔥🔥

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Maan Yunaayitid hanga paawundiin miliyoona 80 baasuun maatiyaas Kuunaa Woolvis irraa mallatteessuuf hojjetaa jira jedhameera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Brazil 🇧🇷

Leenjisaan garee biyyoolessaa Biraazil hojii irraa gaggeeffamuun isaani dubbatamaa jira.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Dani Alves 💯

Yakka dirqisiisanii gudeeduun Himatamee mana hidhaa kan ture Daani Alvees bilisa baheera.

Yakka kanaan qabeenyi isaa hundi dhorkamuun isaa ni yaadatama.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Taphataa urjii kubbaa Miillaa Messut Ozil daandii konkolaataa Turkii irratti namoota sooman fursiisuuf nyaataa fi bishaan qoodaa ture.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Suuraa taphattoota hundaa iddoo tokkotti argachuu dandeessu iddoo SUURAA jettu tuquun join godhaa 👇👇👇👇👇


Luuk Shaaw, Harii Maguweer, Lenii Yooroo fi Altaayi Baayndir shaakalaatti deebi'aniiru.

Join👉 @Oro433Ispoortii

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


#SEENAA

🇨🇴Faabiyaan Vargas dubbata 🗣️-

"Bara 2010 keessa kilaba ispeen Almeeriyaafin taphadha ture Baarseloonaa waliin tapha qabna ture hiriyyoonnikoo naa bilbiluun Hidhannookoo akkan erguufii isaanis Caalbaasiin gurguranii balaa lolaa Kolombiyaa keessatti mudateef maallaqa sassaabuu akka barbaadan natti himan.

Anis yaanni wayii naaf dhufe osoo taphichi hin jalqabiin Meesiittin haala balaa tasaa mudate sanaa hundumaa itti himee xumura taphichaa booda hidhannoo isaa akka naaf kennu gaafadheen tole naan jedhe.

Taphni itti fufe haala hin eegamneen 8-0n moamne anis waanan aareef Meesii osoo hin gaafatiin gara kutaa keenyaatti qajeele.

Osoo boqonnaa irra jiruu itti gaafatamaan garee keenyaa tokko na waamuun akka bakkeedhaa namni na barbaadu natti hime. Anis gara bakkeetti yommuun bahu Meesiin arge borsaa wayii qabatee ture.

kunoo Wanta ati na gaafatte hundumaa naan jedhe , anis hammadheen galateeffadhe gara kutaakootti deebi'e.

Yeroon borsaa sana banee ilaalu nan na'e hidhannoo baayee ture kan inni naaf fidee dhufe kan Ineestaa, kan Piikee, kan Jaavii, kan puyool fi kan isaa naaf fidee dhufe. 

Gocha Meesii kana yoomiyyuu hin dagadhu. "

Kubbaan Miillaa Jaalala.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ




Daani Olmoo torbee 2 oliif dirree irraa akka fagaatu ibsameera

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Andria Berta Sporting Director haaraa Arsenaal ta'uun muudameera.

Arsenaal Yeroo dhiyootti ifa taasisa.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


✅Baarseloonaan taphoota 19 darban osoo hin injifatamin imalaa jiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@madda_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@madda_Ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


👉 Baarsiloonaan Tapha Qixxeessituu Halkan edaa taphateen Osaasuunaa Injifachuun garaagarummaa

Riyaal Maadriidiin wajjiin qabu gara qabxii sadihitti guddifateera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Показано 20 последних публикаций.