🗣️ Caqasoota Macaafa Qulqulluu Waa’ee Gaa’elaa
• “Jaalalli ni obsa, jaalalli gara laafessa.”
• “Hunda caalaa gadi fageenyaan wal jaaladhaa.”
• “Haati manaa abbaan manaa lubbuun jiraachuu isaa haa gammachiiftu, inni immoo isatti heerumuu isheef haa gammachiisu.”
• “Jaalalli waan hundumaa in dandamata, waan hundumaa in amana, waan hundumaa in abdata.”
• “Jaalalli hin hinaafu, hin of jaju, hin of tuulu, amala safuu hin qabne hin agarsiisu, dantaa ofii hin barbaadu.”
• “Jaalala keessatti sodaan hin jiru, jaalalli mudaa hin qabne sodaa ari’a.”
• “Jaalalli yoomiyyuu hin badu.”
• “Garraamii ta'aa, gara-laafessa, obsaa, jaalachuu fi kunuunsuu, nagaa fi arjummaa waliif qabaadhaa.”
• “Jaalalli fakkeessummaa malee haa ta’u.
• Ciminaan wal jaalladhaa.”
• “Waan hundumaa jaalalaan raawwadhu.”
• “Akka obbolootaatti wal jaalladhaa.”
• “Wanti ati hojjettu hundi jaalalaan haa raawwatamu.”
• “Wantoonni sadii bara baraan ni jiraatu – amantii, abdii fi jaalala – isaan keessaa inni guddaan jaalala.”
• “Onnee guutuudhaan gadi fageenyaan wal jaalladhaa.”
“Hiriyaan yeroo hundumaa ni jaallata.”
• “Jaalalli yeroo hunda obsaa fi gaarummaa qaba.”

• “Abboommiin koo kun akka ani isin jaalladhetti wal jaalladhaa.”
• “Hiriyaan yeroo hundumaa ni jaallata.”

@Marriage_Counseling ✉️