MUL'ATAA KEENYA


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Психология


Warraa of ta'etu,Wal ta'a
Warraa Wal ta'etu, Abbaa Biyyaa ta'a!

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Психология
Статистика
Фильтр публикаций




Репост из: BEST ቪዲዮ
ከ17 ደቂቃ ቦኃላ ይጠፋል

የ 200 ብር ካርድ የሚያስሸልም ጥያቄ!

በኢትዮጵያ በጣም አስቸጋሪ የነበረዉ  ረሀብ መች አመተምህረት ነበረ
Add your channelAbove 1k+
@AB_WAVER


Репост из: Crypto news
Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
JOIN OTOTOCEE FAIRLAUNCH ON PINKSALE! 🚀🚀 🚀  

The ONLY ✅ Cristiano Ronaldo ✅ FAN's token on SOLANA BLOCKCHAIN 🔥🔥🔥

🔥 💥 Key Details:

🏆 Token Name: . . . . . . . . . . . .Ototocee

🏆 Token
Symbol: . . . . . . . . . . .OHCEE

🏆 Launch Platform: . . . . . . . . PinkSale

🏆 Fairlaunch Start: . . . . . . . . . 2025.03.07 15:00 (UTC)

🏆 Fairlaunch End: . . . . . . . . . . 2025.03.13 14:00 (UTC)

🏆 Listing On: . . . . . . . . . . . . . . . Raydium AMM V5

🏆 Liquidity percent: . . . . . . . . 52%

🏆 Liquidity Lockup Time: . . . 365 days after pool ends

🔗 CLICK HERE TO JOIN THE FAIRLAUNCH ON PINKSALE

🔥 💥 Why Participate?

🏆 Fair & Transparent Launc

No previous private sales

No pump and dump!

📈 Huge Profit Potential

🌍 Community Focused

✅ The token is about the GOAT himself

 🔥 💥 Join our TG community to learn more:

🫵 Telegram Group




Jabaadhuu hojjedhu, hiyyeessa gaafa taatu nagaan ati nama gaafattu illee kadhaa fakkaata waan ta'eef.

     Read every day


Репост из: Fast promo
✅Akkamitti miidhaa Phonography irraa fagaannaa❓
Barnoota ajaa'ibaa dargaggootaaf
👇kunoo OPEN CHANNEL tuqaa seenaa👇
Phonography jalaa haa baanu‼️


➢, እውነተኛ የፍቅር ታሪክ 😲😲
             ❤❤
ሁለት ልጆች ነበሩ እናም በአካል ሳይተዋወቁ ለአንድ ዓመት ያክል በ fb ያወራሉ ።

ይኸን ያክል ጊዜ ሲያወሩም አንድም ቀን ቢሆን ፎቶ ላኪልኝ አላላትም እርሷም በተመሳሳይ ፎቶ ጠይቃው አታውቅም ።

ሁለቱም ሳይተዋወቁ በፍቅር ለአንድ ዓመት ከቆዩ በኋላ አንድ ቀን ሊገኛት እንደሚፈልግ ነገራት ።

እርሷም ይኸ ስሜት ስለነበራት እሽ ግን አንድ ነገር ቃል ግባልኝ አለችው።

ምን አላት😲 ። እርሷም ከቀጠርከኝ ቦታ አበባ ይዠ እጠብቅሀለሁ እናም በሩቅ አይተኸኝ ካልሆንኩህ ሳላውቅህ ተመልሻለሁ አላገባሽም ብለኸኝ ተመለስ ።በአካል ከየውህ ከተገናኘን በኋላ ብትለየኝ ልቤ ይሰበራል አለችው ።

እርሱም እሽ ብሎ ሔደ ሲያያት መልክ ቁንጅና ውበት ፅዳት የሚባል ነገር ፈፅሞ የሌላት ልጅ ሆና  አበባ ታቅፋ እየጠበቀችው ነበር......

Free promoter👉 @Smile_waverbot






#Tujjarummaafi hirriibni kadhaa fedhan janne bira taaha jirra😋🤪🤪🤪🤪🤪😳🙄🤗🤗🤗🤗😥
⇣⇣
Share➬ @MULATAAKEENYA
Share➬ @MULATAAKEENYA

Share➬ @MULATAAKEENYA
Share➬ @MULATAAKEENYA


Khabajamtota ilmaan ilmaan ilmaan Kiyyaa
wal argu baanus post tana Rabbii isiin haa
garsiisu an akhakhon keessan😁 heddun isin
jaaladha barakalahu fikum 🥺Respect 🙏❤️
Share👉@MULATAAKEENYA


Toom Joon namichi jedhamu dubbii cimaa tokko akkas jedhee dubbate

☞"Adaraa yaa waaqayyo wantoota lama akkan sirriitti beekuuf na gargaari.Isaanis;tokkoffaa jireenya koo keessatti wantan gonkumaa jijjiiruu hin dandeenyeef obsa  naaf kenni".

☞ "Lammaffaa immoo wantan jireenyakoo keessatti jijjiiru yoo jiraataniif jecha akkan jijjiiruuf onnee naaf kenni jedhe''.

☞ Lafan yaade hin geenye yoon ta'ellee lafan yaade ga'uuf hin teenye !

☞ jecha hin danda'amu jedhutti gonkumaa hin amaniin !

☞ Never believe in never !

☞ Barrisuu kan dandeessu hanga barrisuu dandeessu yoo of amansiiste qofaadha !

☞ Your attitude means the difference between success and failure !

☞ Ati of daangessitee teessa taanaan eenyu daangaa si ceesisaa ?
Of beekuuf murtoo hin qabdu taanaan yoo of beektes murtoo hin murteessitu.

☞ Of beekuun beekumsa beekumsa caaluudha.
Barachuun beekuu hin ibsu.Beekuun garuu barachuu ibsa.

☞ Hirkattummaan diina of beekuuti.
Osoo of hin beekiin du'uun osoo hin dhalatiin du'uu wajjin tokkuma.

☞ Qabeenyi guddaan addunyaa kanaa dhala namaati.
Namni lakkoofsa guutuuf dhalate hin jiru.Lakkofsa guutuu ta'ee dhalate malee.

☞ Dammaqi waan haaraa siin dalagamutu jiraam.
Waanti haaraan siin dalagamummoo gati si kanfalchiisu of keessaa qaba.

☞ Addunyaa keessa jirramoo addunyaatu nu keessa jiraa ?
Yoo qophaa'aa taate guyyaan borii qabeenya ati qooddachuuf eeggattuudha.

❖ Nama jechuun bu'aa yaada isaati.Namni waanuma nyaate fakkaata.

❖ Ilaalchi ati ofiif qabdu eenyummaa ati mul'ata kee dhugoomsuuf taasisaa jirtu mul'isa.

❖ Namoonni ofittoon summii mul'ataa qabu malee , sammuu mul'ataa hin qaban.

❖ Carraan amma qabdu kan guddinaati malee kan badiisaa miti.

❖ Meeshaa ammayyaa caalaa sammuu injifannoo qabaadhuutii gara dirree seeni.

  
📖Kitaaba  pirof. Miratuu Shaanqoo Giddii  SIIF GALEERAA jedhu irraati.


Репост из: FREE INTERNET
Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Despite heavy Israeli restrictions, thousands of Palestinians performed Taraweeh prayers this evening at al-Masjid al-Aqṣā.

May Allah (subḥānahū wa taʿālā) protect al-Masjid al-Aqṣā and liberate it from the hands and evils of the oppressors.


۞-Ramadaan Mubaarak»ღ


Репост из: @MALKAA_MILKII 💜
Gurbaa tokkotu bar! Jaalallee isaa waliin taphachaa ooleeti, galgalli geenyaan galuuf yeroo ka'u roobni itti cabse! Kana isiin" roobni si jiisaa baqqaa buli" jetteenii bakka hirriibaa toolchuuf gola seentee toolchitee yeroo as baatu gurbaan jiidhee jira "hay maaltu si jiise?" Yeroo jettuun, "Mana dhaqeetiin uffata hirriibaa fidadhee dhufe" 🙆‍♀🫠💀😂😂


"Addunyaan kun wantoota hundumaan guutamte jirti. Hundi keenyayyuu akka mootiitti gammadnee jiraachuu dandeenya."   #RoobartLuuwiis

      Read every day


👆Tiraafikoota Yeroosaan Galgala Manatti Galanii Surree Baasan Waanta Kiisii Isaanii Keessaa Yaa'u😁

Tiraafikii Ta'uun Hawwe🥹😁

guys react👍😁😝🙈


Репост из: @MALKAA_MILKII 💜
❖ Fakkeenyummaa Jireenyaa

☞ Boofti,yeroo lubbuudhaan jiru, Goondaalee soorata!!
☞ yeroo bofti du'u, immoo Goondaaleetu soorata!!
(Yeroon, yeroo isaa eeggatee, jijjiirama!!) Jechuudha

☞ Jireenya kee keessatti, nama kamiinuu gadii buustee hin ilaaliin,
☞ Cimaa ta'uu dandeessa!! garuu, yeroon si caalaa jabina akka qabu beeki!!
.
☞ Mukti tokko, kibriitota, kuma dhibba tokkoo ol oomishuu danda'a!
☞ Kibriitiin ijii tokko garuu, Mukootii kuma dhibba tokkoo ol balleessuu dandeessi.
(Gochi badaan, hojiiwwan gaarii ni balleessa ykn ni barbadeessa!!)jechuudha
.
☞ Wanti sirraa eegamu,
☞ Namoota kan ittiin kabajju, ilaalcha bareedaa fi gaarii qabaadhu!!

Obboleewwan kiyya chaaneelii kana join gootanii barumsa guddaa akka irraa argattan abdii qabna👇
👇👇@Beki_11A


✉️ Gorsi Dawaa Sammuuti

✓ Gorsa namni si garsu hin tuffatin bakka itti si fayyadu qaba.
✓Anatu beekaa hin baay'isiin kan si caalaa beeku jira.
✓ Hiyyeessa hin tuffatin boru isatu nama ta'a.
✓ Lolaaf hin ariifatin, miidhamuu dandeessa.
✓ Karaa hin beekne irra hin adeemin.
✓ Nama hammeenya kee haasa'u hin jibbin, boru isumatu gaarummaa kee haasa'a.
✓ Kan koo qofti haa caalu hin jedhin, nama si dhaggeefatu dhabda.
✓ Seenaa hin dagatin, dhalootaaf dabarsita
✓ Beeka jettee hin taa'in, waan atii hin beekiin baay'eetu jira.
✓ Balleessuuf hin fiigin, kan si balleessuutti baata.
✓ Sirriidha jettee waanuma hunda hin haasa'in dogoggora qabaachuu mala.
✓ Abdii hin kutatin turullee siif dabarti!
✓ Jal'ina namatti hin yaadiin, jal'aa taatee hafta.
✓ Hojii hin tuffatin, hiyyoomtee haftaa.
✓ Qabeenyaan hin booniin bor ni dhumaa.
✓ Namni ati jaallattu yoo dugda sitti gale daftee hammeenya isaa hin haasa'in, yoo walitti deebitan gaabbita.
✓ Waan na jalaa calliseef na jibbe hin jedhin, tarii haalli inni keessa jiru gaarii miti ta'uu mala!


Waan dubbiftaniif galanni keessan
* Bakka bu'ee hin banne
* Bakka kufee hin cabne
* Bakka hattuun hin hanne
* Bakka shamee hin tortorre isiniif kaa'ee jira. Isin like fi share react fi comment dhaan na jajjabeessaa...
Galatoomaa


Nuu waalin ta'a 

@MULATAAKEENYA


Akka Namoonni Jajjaboon Sadarkaa Ol'aanaa Irra jiran jedhanitti,Tooftaan Sadarkaa gurguddaatti isan dhaqabsiise :

🍎Callisuu dha. Callisuun ammoo ogummaa dha.

🍎 Obsaa fi garaa bal'ina dha.

🍎 Dhugaa,hordofuudha. Dhugaatu bilisa isaan baase.

Akkas Jedhan : "
Dhugaa Dubbachuun, Amaanaa Eeguu  fi wanta ykn dhimma ana hin ilaallanne kamiyyuu dubbachuu dhiisuu.''

Jedha.

Показано 20 последних публикаций.