🚨 Jurgen klopp Dokmentarii isaanii dhiheenya Amazon irratti gadi dhiifame keessatti akkas jedhan;-
🗣;Leenjisaa Mainz gaafa taatu deeggartoonni Mainz hundi si beeku jechuudha.
👌Leenjisaa Dortmund gaafa taatu deeggartoonni kubbaa miilaa Germany keessa jiran hundi si beeku jechuudha.
🔴Leenjisaa Liivarpuul gaafa taatu namni kubbaa miilaa jaalatu Addunyaa irra jiru hundi si beeka jechuudha."
SHARE @ODUU_ISPORTI