OF-IJAARUU


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Психология


Jireenyi keenya akkuma ijaarsa manaati. ni ijaarama.
1️⃣ Self discovery
2️⃣ Spiritual mind set
3️⃣ we filter out anything we don't want to have show up by Gods word and Focus on what we Desire!
4️⃣ Waan jireenya fooniif Hafuura Ijaarutu dubbatama!

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Психология
Статистика
Фильтр публикаций


Waaqayyo Caba Garaa Namaa hin hubata, hin dhaga'a waan Namni utuu Jechoota Qundeeesse Afaan isaan isatti hin dabbatiin Keessi Namummaa Namaa isaatt haasa'u!!


“Akka Waaqayyo biratti fudhatamutti gadduun yaada garaa geddarachuu fida; inni immoo gara fayyinaatti geessa malee, nama hin gaabbisiisu; akka biyya lafaa keessatti fudhatamutti gadduun garuu du'a fida'o.”
— 2Qor. 7:10


“Ani garuu ittuma fufeen si eeggadha, isa ani ittiin si jajadhu hundumaas ittan caalchisa.”
— Far. 71:14


Hojiin Lafa kanarra Jiru hundumtuu Xiqqaaf Guddaa Qaba,Yookii Qarshii inni Argamsiisuuf irratti hunda'e ta'a ykn Ogummaa inni Gaafatu irratti hundaa'e ta'a!


Mana Waaqayyo Keessatti
Garuu Hojiin Waaqayyo Namatti Kenne Hundumtuu Hojii Guddaadha!


Hundumaa Gararraatti ammoo kanan Amana ,Ayyaanni Waaqayyo Inni hamma yoonatti na fide,Kana Caalaas Fagoo Na Adeemsisa!!


“Namni qoramsa isatti dhufu obsaan danda'e, haa gammadu! .....
— Yaq. 1:12

Galgala Nagaa isiniif haa Ta'u ♥️


Bau. 4
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁰ Museen garuu Waaqayyoon, "Yaa gooftaa ko, ani duris nama arraba qajeeluu miti, erga ati ana garbicha keetti dubbattee jalqabes ani nama akkasii hin taane; ani afaan koo hidhamaa dha, arrabni koos anatti in ulfaata" jedhe.
¹¹ Yommus Waaqayyo immoo, "Afaan namaa eenyutu uume? Eenyutu didaa yookiis duudaa, kan argu yookiis jaamaa isa godha? Ana Waaqayyo mitii ree?
¹² Kanaaf amma ati dhaqi, ani immoo akka ati dubbattuuf sin gargaara! Waan ati dubbattus sin barsiisa!" jedheen.


Ariifachuun Keenya Yoo Dudduubatti Nu hambise malee Gara Dhimma Keenya Dafee Dhufuu Dhiisuun Gooftaa Dudduubatti Nu hambisuu hin Danda'u!
Gooftaa Duuukaa Deemaa Karaan ittiin Dudduubatti Hafan hin jiru!


Akkam Jirtu.?
Link Armaan Gaditti tuquudhaan Unka Qophaa'e Jiru irratti Deebii barbaachisa ta'e Akka Guuttanii Nuuf Deebistan Jaalala Gooftaan isin Gaafadha!

Gaaffilee 4 Qofa waan ta'aniif yeroo bal'aa isin hin Gaafatu,Garuu Adeemsa kana Booda Qabaannuuf Bu'aa Guddaa waan Qabuuf! Akka barbaachisummaa isaatti Akka Naaf Deebistan Jaalala Gooftaan isin Gaafadha!

Haala Itti unkicha guuttan irratti waanti isiniif hin hin Galle yoo Jiraate link kanaan @yooonnnm ykn ammoo @a4gbB kanaan Gaafachuu Dandeessu!

Waan Abbooomamtaniif ulfaadhaa!!

https://forms.office.com/Pages/ResponsePage.aspx?id=sIYabxxTJkSacFQNEUtuq_PjsnwoYttPkdqK1bNjx7NUOTc3OVZLTFk4MlpUTVFJWDI1T09XOFIzVi4u


“Abdiin gooftaan kenne akka raawwatamu beektee, kan amante, attam kan ayyaanomtee dha...
— Luq. 1:45


Waan yaada Kee/Laphee Kee Cabsetu Jiraa??
Yeroo Kamiinu Caalatti Yerootti Gooftaan sitti dhiyaatu yeroo akkasiidha! Waaqayyoo Yeroo Akkasii Kaayyoodhaan itti gargaarama!

Yeroon Akkasii yeroo itti Waaqayyoo Namarraa achi fagaatu miti,yeroo itti Gooftaan Calliseeman Nama ilaalu miti ittuu Namatti Dhiyaate yeroo inni Itti Nama Fayyisuudha!

Namni Waaqayyo Daawwit Fars 119 irrati ATI Garuu Yaa Waaqayyo Dhiyoodha Jedha!
Dhiyoodha Waaqayyoo obboloota Koo Cabi Keessa Namaatti ta'uu Waaqayyoon hin dhukkubsa!

Yesuus Gaddi martaaf mariyaam Waayee Du'a Obboleessa isaanii irra Kan Ka'e Keessa Jiran Isa dhukkubse? Dubbiin Sagalee Waaqayyoo Yesuus in Boo'e Jedha!
Itti dhaga'ameeti,Cabi Yaadni Garaa Namaa Qabu Waaqayyoon In dhukkubsa!

Namni Waaqayyoo Daawwit Fars 143:7 irratti Waaqayyo warra Garaan isaanii Cabe in fayyisa,Madaa isaaniis Walitti Qabee isaaniif hin hidha jedha!

Yeroon Akkasii yeroo Namni ittuu Waaqayyoon barbaaddachuutti/Waammachuutti Gad+of Dhiisuu Qabuudha Waaqayyo Yeroo Kanatti Waaan Guddaa Hojjeta!


Obboleessa/tti Ergaa kana Dubbifachaa Jirtu Gooftaan Dhiyoodha

HALLELUJAH 🙌🏿🙌🏿🙌🏿


GOOFTAAN
DHIYOODHA!


“Waaqayyo saba isaa hin buusu, warra dhuunfaa isaa ta'anis hin dhiisu!”
— Far. 94:14

Waaree Gaarii isiniif haa Ta'u 👋🏿


“Ani siif amanamee akkan deddeebi'utti, yaa Waaqayyo, karaa kee na barsiisi, maqaa kee safeeffachuufis nama garaa tokkichaa na godhi!”
— Far. 86:11

Galgala Nagaa isiniif haa Ta'u 👋🏿👋🏿


Fayyummaa Hafuura Keetii Iddootti yoo Eegde, Jireenyi Kee Guutummaatti Nagaa ta'a!


Ifatan hin goru milli Koo Gara Keetti marmaara
Jiraatanii baru Gaarummaa Mana keetiis Argeera!

Far. Adisu!


Akkam Jirtu?👋🏿👋🏿


“Ati anaaf golgaa koo ti, gaachana koo tis, ani dubbii kee abdiidhaan nan eeggadha.”
— Far. 119:114


Refuse to make little plans for your life because of present circumstances


Waamicha Guddaa Qabna, Kaayyoon Waamicha Keenyaas Guddaadha!


Namootni Hammam Gad+jabeeffamte Dhaabbattee akkati Jirtu Kan Arguu Danda'an Waqtii Qorumsa Jireenya Kee Keessatti Dabarsituti Akkamitti akkati Jiraattu Gaafa arganiidha!

Jabaatte Dhaabbadhu!

Показано 20 последних публикаций.