Mom: Maalimmoo taatee hidhii laga buuftee dhaabattaa?
Me: Ilma abbaa Turaatu Qulisaan darbatee na rukute🥺
Mom: Baga! Maarree ati bishaan Raafuu dhugdee manatti galtamoo, harka kee Jabbituu sirraa nyaate?
Guyyaa biraa yeroo gurbicha karaatti argitu; Gurbaa ati mucaa kiyya maaliif karaa darbaa dhorkita, hiriyaa kee nyaatteet fixxemoo? Mee si'ii lamuu lammaffaa ol jedhee ija ishee ilaalu, ijji koo haa argu!
Ana; Yeroon gurbicha arguu, Koottu yoo dhiira taate akka gaafa sanitti na rukuti, bishaan Raafuun dhugee manatti gala seetee😆
Isa: Harmee keen sodaadhe malee sin dadhabne!
🚶♀️
@Qoosa430