Abbaan Amantichaa missirroota gara waltajjiitti yaamuun sirna gaa'ila isaanii raawwachiisaa jira. Gidduutti, "gaa'ila kana kan mormu jira yoo ta'e gara fuulduraatti as yaa ba'u!" jechuun ergaa isaa dabarse 🗣
Wayita kana dubartiin ulfi daa'ima waggaa sadii qomatti qabatte tokko galma sana keessaa gara duubaatii fuulduratti suutuma tirachaa dhufte. Misirrittiin wayita dubartii gara fuulduraatti deemaa dhufte ijaan argitetti, "haadha manaa osoo qabduu ana waliinis gaa'ila raawwachaa jirtaa, maal ati namni badiin kun jettee hedduu arrabsuun galmicha sirni gaa'ilaa keessatti raawwatamaa jiru sana keessaa baa'uun fiigdee deemte.
Namootni sirna gaa'ila sanaa hordofaa turanis taatee uumame kanaan rifatanii gamuma isaanitti dhiyaatuun balbalaan ba'anii galmicha gadi dhiisuun sokkan.
Dubartiin garaatti baattu, daa'ima ganna sadii qomatti qabattee galmicha teessoo duubaa irraa kaatee gara fuulduraatti dhufaa turtes teessoo fuulduraa bira yemmuu geessu cal'isteetuma teesse. Abbaan Amantii sirna gaa'ilichaa raawwachiisaa tures haala uumame kanaan waan jeeqamaniif, "maali rakkoon jira moo yaa obboleetti tiyya gara fuulduraatti maalif dhufte?" jechuun gaafate.
Isheenis, "lakki rakkoon homtuu hin jiru, garuu ammoo gurra kiyyatu rakkoo sirriitti dhaga'uu waan qabuuf sirnicha daraan caqasuuf jecha sagaleen akka natti dhaga'amuuf gara fuulduraatti as dhiyaadhee gaa'uuf malee" jetteen.
@Qoosa430