𝚀𝚘𝚘𝚜𝚊𝚊😅FT🎖


Гео и язык канала: Эфиопия, Сомалийский


OUR SALARY IS YOUR LAUGHTER!❤
MIINDAAN KEENYA KOLFA KEESSANI❤
NUESTRO SALARIO ES TU RISA!❤
ʙ4 ᴜ ʟᴇᴀᴠᴇ ᴘʟᴇᴀsᴇ ᴛᴇʟʟ ᴜs ᴛʜᴇ ᴘʀᴏʙʟᴇᴍ😔
CEO:- @martin_odeegard

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Сомалийский
Статистика
Фильтр публикаций


Haadha Manaasaa Wajjin Wal Lolanii Erga Wal Hiikanii Ji'a 6 Guuteera🥹

Garuu Isheen Abbaa Manaashee Isa Haaraa Itti Heerumtee Wajjin Ayyaana Waggaa 1ffaa Ishee Kabajachaa Jirti😁

Isheen Durumayyuu......😁


Share➬ @qoosaa_oromoo
Sh
are➬ @qoosaa_oromoo


✅Total under 3.5

👉Odds 1.637

👉Use Registration Code: 1XWELCOME

🎁Get up to $130 on 1st deposit  

REGISTER HERE 👉  bit.ly/1X_BONUS
REGISTER HERE 👉  bit.ly/1X_BONUS
REGISTER HERE 👉  bit.ly/1X_BONUS

Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo


Wantoota sasalphaa dhalli nama hedduun gochuu hin dandeenye.

1, Ciqilee harkaa ofii dhungachuu

2, Gurra ofii sochoosu

3, Arraba baasa qillensa karaa afaani fudhachuu


Anoo Nan qallade Arrabake ooldeebisi 🙌🤣

Share➬ @qoosaa_oromoo
Sha
re➬ @qoosaa_oromoo


Jaalalli Maaloodha Beektuu😁

Isa Jaallatameef DV😊
Isa Jaallateef HIV🥹
Isa Taa'ee Ilaaluuf DSTV dha😁


Share➬ @qoosaa_oromoo
S
hare➬ @qoosaa_oromoo

2k 0 13 10 82

Ramadan ......... Loading❤️


Bara Itti Dhiirri Wal Waamee Baarakaa Itti Deeffatee Taa'ee Nama Hamatu Keessa Jirra😁

Barattiin Bara Mitiim🥹


Share➬ @qoosaa_oromoo
Sha
re➬ @qoosaa_oromoo


Wal barree guyyaa sadii booda kaardii abbaa shanii naa guuti jettee😡



Durumayyuu akkaa isheen qabeenya koof na barbaaddee naa galee tureem🤦‍♂

Sha
re➬ @qoosaa_oromoo
Sha
re➬ @qoosaa_oromoo


😊Fam Keenya Utuuma Waliin Qoosnuummoo Daataatti Qarshii Keessan Hin Baasinaa Channel Koo @LALO_DISH Join Godhadhaa Free Internet Fayyadamaa

Admin Keessan
@Lalokajela ti🥹

Kunoo Asumaan JOIN Godhadhaa Maatiikoo Ta'aa👇

LALO_DISH


Share➬
@qoosaa_oromoo
Share➬
@qoosaa_oromoo


Class-tti Ijjoolleen Dur Wajjin Barumsa Barachaa Turre Har'a Eessa Jiru?😁

1.Gara Duraa 1ffaa Irra Kan Ta'aa Turan Baankii Keessatti Miindeffamanii 10K Birr Ol Nyaachaa Jiru😔

2.Gara Gidduu Taa'aa Kan Turan Ijoolleen Shamarranii Biyya Arabaa Jiru.Ijoolleen Dhiiraa Immoo Liibiyaa Irraan Lafa Ka'aaniiru Jedhan Amma Akkasaan Ta'aan Hin Beeknu😁

3.Teessuma Isa Dhumaa Irra Taa'aa Kan Turan Immoo,YouTube Irratti Video Hojjetanii Jireenyi Darbeeraaf Kaanimmoo V8 Qabuyyuudha😏

4.Haadhumashee Kan Class Galanii Hin Barannemmoo Kunoo Biyyi Itti Kennamee Aanaatii Amma Federaalaatti Nu Bulchaa Jiru😑

5.Yerooma Barannu Sana Group'n Raastaa Wayiimmmoo Jiru Turan Kan Wal Guuranii Wal Duukaa Yaa'an Isaanimmoo TikToker Taa'aanii Followers 100K ol Qabu Nagaayyuu Nama Hin Gaafataniyaa😄Maaliif Jennaan Tiktoker dhaka

🥹Malee Haadhooko Anaa Nyaatuutii Ati Yeroo Amma Kana Eessa Jirtagaa Warra Kana Keessaa😁


Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo

3k 0 3 88 86

Akka qoraannon tokko ifomseeti Durbii finniisa qabduu jaalallee
hin qabdu.

🙂

Shar
e➬ @qoosaa_oromoo
Shar
e➬ @qoosaa_oromoo


Goooooooooooooooooooool Arseeeeenaal

Meerinooooo

Nothingham 25 Arsenaal 1

😁

Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo

3.7k 0 0 10 115

Yoo arsenal mo'e nama tokkoof kaardii abbaa kudhanii nan guutaa booddee na eegaa yoo isinitti bayyete shan naaf deebistu.


Barsiisaankee,Gaaffiin Ani Isiniif Fidu Baay'ee Salphaadhaa Waan Tokko Hin Yaadda'inaa Salphaatti Deebistuutii Jedhee Gaaffii Inni Fidu🥹

👆Kamtu Diimaadha?

Mee Isin Kamtu Diimaadha Jettu?😁


Share➬ @qoosaa_oromoo
Sh
are➬ @qoosaa_oromoo


😂Haadha Manaatu Mana Yaalaatti Yaalamtee Erga Deebitee Booda Abbaa Manaasheen Akkas Jette

Doktariin Akkas Naan Jedhe "Ji'a Tokko Qarqaraa Galaanaa,Torban Lama Biyya Keessa,Torban Tokkommoo Biyya Alaa Deemtee Yoo Bashannante Malee Ati Takkaa Hin Fayyitu" Naan Jedhe Jalqbarratti Eessa Na Geessita Dammako? Ittiin Jette😊

Abbaan Manaa Yoo Maal Jedhe Gaariidha Seetan😂

Gara Doktarii Biraattin Si Geessa Ittiin Jedhe😁

Jarattiin Harkaa Qul'aatti Nu Hambisuu Barbaaddiim Mala Hin Dhabinaa Malee Dhiiroochee😁


Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo


Warrii pkg qaamaa midhamtootaa fayyadamaa jirtan garuu

waa!!!!!🤚

Shar
e➬ @qoosaa_oromoo
Shar
e➬ @qoosaa_oromoo


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Akkatti anaa fi qarshiin wal shawwadaa jiraannu 😭

Share➬ @qoosaa_oromoo
Shar
e➬ @qoosaa_oromoo


#MESSI Fi #RONALDO Xiqqaaf Guddaatu Isaan Beeka Lamaan Isaaniiyyuu Taphataa Urjii Addunyaati😁

Garuummoo Guyyaa Tokko Ethiopia-tti Goolii Galchanii Hin Beekan😜

🚶Abboo Ethiopia'n Keenya Haa Jiraattu😁


Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo


Hancaqqee(mastikan)Xeerii sareerraa hojjetamaa😂😂

Sha
re➬ @qoosaa_oromoo
Sha
re➬ @qoosaa_oromoo


Soba Yeroo Ijoolluumma Sobamaa Turtan Keessaa Kam Yaadattu😁

Ani Isheesaan Yeroo Nuyi Ija Burtukaanaa Liqimsinu Beqqaa Si Keessatti Biqilee Si Ajjeesa Ykn Immoo Bara Eger Achi Keessaa Cirannee Nyaanna Malee Gabaadhaa Burtukaana Hin Binnu Jedhanii Nu Naasisan Sana Yoomiyyuu Hin Dagadhu🥹😁

Mee Soba Orginaalasaa Sobamaa Turre Nu Yaadachiisaamee😁


Share➬ @qoosaa_oromoo
S
hare➬ @qoosaa_oromoo

4k 0 1 28 96

Durbaa waggaa soddomaa darbitee ati fayyaadhaa jennaan yoomdha cidhi keenya siin jettii😅😅😅😅

S
hare➬ @qoosaa_oromoo
S
hare➬ @qoosaa_oromoo

Показано 20 последних публикаций.