የሥራ አፈጻጸሞቻችንን መገምገም ቀጥለናል። ዛሬ ጠዋት የአዲስ አበባ ከተማ መስተዳድር የስድስት ወራት የፕሮጀክቶችና የሥራ ክንውንን ካስቀመጥናቸው ግቦች አንጻር ገምግመናል።
Rawwii hojii keenyaa gamaaggamuu itti fufneerra. Har'a ganama raawwii hojiifi pirojektootaa ji'a jahaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee galma keenye waliin walbira qabnee gamaaggamneerra.
As a continuation of our performance evaluation culture, this morning we conducted a review of Addis Ababa City administration’s six month projects and work performance against set goals.