ከካናዳው ጠቅላይ ሚኒስትር ጀስቲን ትሩዶ ጋር በሀገራዊ እና ቀጣናዊ የጸጥታ ጉዳዮች ላይ ውጤታማ ውይይት አድርገናል። ካናዳ ለኢትዮጵያ የዘወትር አጋር ሆና ቆይታለች። ባለፈው ግንኙነታችን ላይ ተመሥርተን ትብብራችንን እናጠናክራለን። ስለ ገንቢው የውይይት ቆይታችን ጠቅላይ ሚኒስትሩን አመሰግናለሁ!
Ministira Muummee Kanaadaa, Justiin Tiruudoo waliin dhimmoota nageenya biyyaafi naannoo irratti marii milkaa'aa gooneerra. Kanaadaan Itoophiyaaf yoomiyyuu michuu cimaa kan taateedha. Walittidhufeenya keenya darberratti hundoofnee walta'insa keenya kan cimsinu ta'a. Marii gaarii gooneef isaanin galateeffadha.
Productive call with Prime Minister of Canada Justin Trudeau on national and regional security issues. Canada has always been a strong partner of #Ethiopia and we will continue to build on the existing partnership. Thank you for the constructive conversation.