ቀን: -17/04/2017ዓ.ም
ዛሬ (17/04/2017ዓ.ም) በቡልቡላ አጠቃላይ 2ኛ ደረጃ ትምህርት ቤት በአቃቂ ቃሊቲ ክፍለ ከተማ ባህልና ቱሪዝም ጽ/ቤት በባህል ኪነጥበብ፣በባህል ሃብት፣በኪነጥበብ ግብአት፣ቋንቋዎች ልማት ቡድን በአሰታዊ መጤ ባህሎችና በጠቃሚ እሴቶች ዙሪያ እንዲሁም ከውጭ የመጣ ባህል እንደ ስደተኞች የሚል ጉዳዮች ላይ ለተማሪዎች የግንዛቤ ማስጨበጫ ስልጠና ተሰጥቷል።
ስልጠናው የክበባት አባላት ለሆኑ እንዲሁም ልዩ ስጦታ ላበረከቱ ተማሪዎች እንደ ሀገር ከውጪ የሚገቡ ባህል ብዙ ጉዳቶች እንዳሉ መልዕክቱን አስተላልፏል።
አጠቃላይ በነገው እለት ማለትም 17/04/2017ዓ.ም የዛሬውን ስልጠና ያገኙ ተማሪዎች በስጦታዎ መሰረት በሚከተሉት ርዕሶች ላይ በመምጣት እንድትመዘገቡ በአክብሮት እንጠይቃለን። እነሱም፡-
1. ቲያትር
2. ሙዚቃ
3. ስነ-ጽሁፍ
4. ዘመናዊ ዳንስ
5. ማወዛወዝ
6. ስዕል
ውድ ተማሪዎች ዛሬ መጥተው በመልካም ስነምግባር እንደ ትምህርት ቤት ስልጠና ወስደን በናንተ በጣም ደስ ብሎናል እናመሰግናለን!! ይህ መቀጠል አለበት።
ከትምህርት ቤት!!
Guyyaa har'aa jechuun 17/04/2017 Mana Barumsaa Waliigalaa Sadarkaa 2ffaa Bulbulaatti leenjiin gama Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaalliittiitti, Waajjirri aadaafi Tuurizimiin dhimmoota Aartii Aadaa, Qabeenya Aadaa, Qabeenya Aartii, Garee Misooma Afaanota akkasumas aadaa ergifannoo alaarraa akka godaantotaatti dhufan jedhurratti leenjii hubannoo uumuu barattootaaf kennameera.
Leenjiin kun barattoota miseensota gumiichaaf akkasumas barattoota kennaa addaa qabaniif gadifageenyaan miidhaan aadaa ergiffanaan akka biyyaatti geessisuu dandahu hedduu waan taheef barattootni kamiyyuu irraa akka of eegdan jechuun ergaa dabarsaniiru.
Walumaagalatti, guyyaa boorii jechuun 18/04/2017tti barattootni guyyaa har'aa leenjii fudhatani akkaataa kennaa qabdaniin mata dureewwan armaan gadiirratti hatattamaan dhuftanii akka galmooftan isin beeksifna. Isaanis:
1. Tiyaatira (ቴአትር)
2. Muuziqaa (ሙዚቃ)
3. Ogbarruu (ስነ ጽሑፍ)
4. Shubbisa ammayyaa (ዘመናዊ ዳንስ)
5. Shubbisa (ውዝዋዜ)
6. suuraa (picture)
1. Tiyaatira
2. Muuziqaa
3. Ogbarruu
4. Shubbisa ammayyaa
5. Shubbisa
6. suuraa
kabajamtoota barattootaa keenyaa warreen har'a dhuftanii naamusa gaariin leenjii fudhatan akka mana barumsaatti baay'ee isinitti gammadneerra guddaa galatoomaa!! Kun itti fufuu qaba.
Mana Barumsaarraa!!
Today (17/04/2017E.C), a training was given to the students at Bulbula General Secondary School by Akaki Kality Subcity, Office of Culture and Tourism on the issues of: Cultural Arts, Cultural Resources, Art Resources, Language Development Group as well as imported culture as immigrants were given to the students in general.
The training conveyed a message to the students who are members of the clubs as well as students with special gifts that there are many harms that can be caused by imported culture as a country.
In summary, tomorrow 18/04/2017, students who received today's training are kindly requested to come and register on the following topics according to your gifts. They are:
1. Theatre
2. Music
3. Literature
4. Modern Dance
5. ውዝዋዜ (Rock me)
6. By picture
Dear Students who came today and received training with good manners or disciplinary and we are very happy with you; thank you very much!! This should continue.
From the School!!!