Dirree Ispoortii


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Криптовалюты


Buy Ad:-https://telega.io/c/DirreIsporti
CEO: @Ummiikoooooo
On this channel
👉🏻 You will learn about Crypto and ways to earn money
👉🏻You will learn about Airdrop And Tech
👉🏻 You will find various prize competitions

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Криптовалюты
Статистика
Фильтр публикаций


🌟Airdropii Tokko Tokkof Star Fee Botii Itti Argatanidhaa Yaalaa።

✔Start Erga jettanii Boda Channaliwwan Lamaan Dhufan Join Gotanii Linkii Sinii kenun Invite Godhaa

●2 Star Per Refer
●Minimum Withdraw = 15 Star

Jalqabuuf🔗  StartRefstars

->𝐀𝐦𝐚𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚 𝐀𝐦𝐦𝐮𝐦𝐚 𝐞𝐞𝐠𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐨𝐬𝐨𝐨 𝐕𝐢𝐫𝐚𝐥 𝐡𝐢𝐧 𝐛𝐚𝐡𝐢𝐢𝐧!!


Hiriira Maanchistar Yuunaayitid Fi Hiriira Everton

09:30 🔰 Everteen Maan Yunaayitid waliin

🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti   
🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Tilmaama 90 min taphoota Pirimer Ligii Ingilaand torbee kanaa irratti baase kana Fakkata

🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti   
🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Maanchistar Yunaayitid dursee namoota Ruuben Amoorim bakka bu'aniif qopheessaa akka jiru gabaafameera.

Zinedine Zidane fi Mauricio Pochettino lamaan isaanii tarree kana keessa jiru

    📑𝐌𝐚𝐝𝐝𝐚[𝐅𝐢𝐜𝐡𝐚𝐣𝐞𝐬]

🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti   
🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🗣𝐄𝐝𝐞𝐧 𝐇𝐚𝐚𝐳𝐚𝐫𝐝: "𝐀𝐧𝐢 𝐄𝐫𝐥𝐢𝐢𝐧𝐠 𝐇𝐚𝐚𝐥𝐚𝐧𝐝'𝐟 𝐤𝐮𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐦𝐢𝐢𝐥𝐚𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐮.
𝐓𝐚𝐩𝐡𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐁𝐞𝐫𝐧𝐚𝐫𝐝𝐨𝐨 𝐒𝐢𝐢𝐥𝐯𝐚𝐚, 𝐊𝐞𝐯𝐢𝐧 𝐝𝐞 𝐁𝐫𝐮𝐲𝐧𝐞, 𝐉𝐮𝐝𝐞 𝐁𝐞𝐥𝐥𝐢𝐧𝐠𝐡𝐚𝐦, 𝐉𝐚𝐜𝐤 𝐆𝐫𝐞𝐚𝐥𝐢𝐬𝐡 𝐟𝐚'𝐚𝐚𝐟 𝐤𝐮𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐦𝐢𝐢𝐥𝐚𝐚 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚😄

🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti   
🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


𝑻𝒂𝒑𝒉𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒍𝒊𝒊𝒈𝒊𝒊 𝑨𝒘𝒖𝒓𝒐𝒐𝒑𝒂𝒂 𝒉𝒂𝒓'𝒂𝒂 𝒕𝒂𝒑𝒉𝒂 𝒎𝒂𝒓𝒔𝒂𝒂 𝒌𝒖𝒇𝒇𝒊𝒔𝒂𝒏𝒊𝒊 𝒅𝒂𝒓𝒃𝒖𝒖 𝒕𝒂𝒑𝒉𝒂𝒕𝒂𝒎𝒂𝒏 𝒔𝒖𝒖𝒓𝒂𝒂𝒅𝒉𝒂𝒏 𝒌𝒂𝒏𝒂 𝒇𝒂𝒌𝒌𝒂𝒂𝒕𝒖

ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @DirreIsporti   
ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Rodrigoon tapha kaleessaa booda , amma dafee saffisaan gara manaa deemuu qaba , sababa Saantoosiif Neeymaar tapha waan qabaniif.

Rodrigoo × Neeymaar 🎈


ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @DirreIsporti   
ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Liyooneel Meesiin har'a goolii isaa 851ffaa galcheera.

Akkasumas taphata tapha murasaa irratti goolii baayy'ee galchee ta'uu danda'eera.

🔥🐐🐐🐐🔥


ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @DirreIsporti   
ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ 
@DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🚨 Lamine Yamal 🎙

👉Liivarpuul qofatu nu caalaa carraa waancaa Champions League injifachuu qaba,

👉sababni Ramaddii nu caalanii waan xumuraniif."

ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @DirreIsporti   
ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🧑‍🎓Afaan furtuu waa maarati Afaan meshaalee dhalli nama hundi ittiin tajaajilaamudha.🗣

➡️Marre kana sababeefachuudhan namonnii mana kessan tettani karaa telegramni afaa Ingiliffaa Afaan oromootin barachuu barabadan hunduu @English_Oromo1 furmaata hundaa isiinf qabate dhufe jira.🫂

➡️Namonnii afaan Ingiliffaa barachuu barbaddan qofti chaanaalii kanatti makama afaan Ingiliffaa baraadha.👥

https://t.me/English_Oromo1
https://t.me/English_Oromo1


Hiriira Riyaal Maadriid

05:00tti | Riyaal Maadriid fi Maanchistar Siitii


🎙Antooniin Riyaal Beetisiif mallatteessuun isaa akka sirri ta'e dubbateera:

"Ammas ofitti boona... Guyyaa hunda kolfaa hirribaa ka'ee halkan kolfaa ciisa. Anaaf wanti hunda bareedadha 🥹💚."

ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @DirreIsporti   
ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Taphataan Baayermuunik Jooshuwaa Kiimiich bara kana carraa gooli 30 nama uumu dandehedha.

ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @DirreIsporti   
ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Taphattoonni bara darbee as Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa irratti baay'inaan dribble godhan:

◎ 58 - Vinicius Juuniyeerii
◎ 57 - Raafaa'eel Liyaawoo
◎ 50 - Kiiliyaan Mbaappee
◎ 49 - Laamiin Yamaal
◎ 49 - Jamaal Musiala

ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @DirreIsporti   
ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ 
@DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Goolii eegaa haaraa Liivarpuul Giyoorgi Mamardashviiliin bara dhufu gara kilabii Ingilizii kan tahe Liverpool itti kan makamu yoo ta'u, goolii eegdota cima bara kana Laaligaa irratti hirmaatan keessaa isa tokko.

Goolii eegaa kun Laaligaa keessatti dhibbeentaa save sadarkaa lammaffaa (%61.5) qaba.

[Daily mail ]

ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @DirreIsporti   
ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ 
@DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


⚽️ BREAKING NEWS

Maanchistar Yunaayitid kasaaraa maallaqa keessa seene.
liqiin yeroo amma kanatti garee kana irra jiru Yuuroo biliyoona 1 ta'e jirachuus beekamee jira.

Kana irra kan ka'e hojjatoota hir'isuu fi gatii tikkeetti seensa dirre dabaluf akka ta'an himama jira.

Madda [Melissa Reddy]

ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @DirreIsporti   
ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ 
@DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Takiroo Toomiyaasuu yaalii baqaqsanii hodhuun booda.

Bara dorgommii kana gara dirree hin deebi'u.


ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @DirreIsporti   
ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Peep Gaardiyoolaa 🗣

"Carraa darbuu %1 qabna jedhee ture, garuu qoosaa qofa ture"

ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @DirreIsporti   
ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Tilmama 90M tapha Shaampiyoonsi Liigii torbee kana irrati baase kana Fakkaata.

ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @DirreIsporti   
ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Riyaal Maadriid tapha Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaatiin Maanchistar Siitii waliin taasisan irratti garee isaanii ifoomsaniiru.

ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @DirreIsporti   
ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Показано 20 последних публикаций.