Dirree~Entertainment


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Религия


The Honesty is Good policy.👮
https://t.me/DirreeGN
Chanalii kana Join share godhaa!Dhugaa Bahuumsa, Seenaa Fi Muudannoo barsiisoo ta'an argachuuf youtube kana Subscribe godhaa hordofaa👇🥰
https://www.youtube.com/@Dirree_Bashannana1
F/More @JaalalliGNSD

Связанные каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Религия
Статистика
Фильтр публикаций


🥰🎄🎄🎄 "Jireenya waliinii keessatti wanti baay'ee nama gammachiisu keessaa kanneen ijoo ta'an 5 (shan) kunooti As tuquun dubbisaa!"... See More

➡️ See More
      See More


#Jaalalleetu_Jaalallee_Abiddaan_Gube.¿¿¡¡
●~~~~~~●

Jaalallee jechuun silaa kan jaalatanii fi nama jaalatu, kan gubaa itti qabbaneeffatan, gaaddisa itti qabbanaaf dheensan ... ture.

Inni kun ibiddaan gubee ajjeesee obbaafatte jedhame.
Gaafa barri faallaa ta'u akkasi.
#RebeccaCheptegei kanatu mudate.

Meeqan keenyatu- jecha, arrabaan, gochaan jiraatti wal gubee wal qaqqaammataa waliin jiraataa- isaa manni haa lakkaa'u.

Macaafni qulqulluun, "Arrabni abidda... addunyaa jalkina hundumaan guuta. ... ofii isaatii qiliilee abiddaatiin qabsiifamee, naannoo dhaloota hundumaatti abidda qabsiisa" jedha.

Egaa, abiddaan hin gubne jettee yaaddee arraba keen immoo gubaa waliin jiraatta taanaan jiraatti ajjeeftetta.

#Nagaan_Boqodhu.
#VIA_CNN
●~~~~●
@DirreeGN
@Spritpoem




#Nominaliizim_(Nominalism)
●~~~~~~●

Noominaaliizim jechuun, Kiristaanonni gara waldaa waaqeffannaa ni adeemu garuu, Yesuus duuka kan hin buuneefi gonkumaa kan isa hin beekne giddu jiraattota jechuudha.

Namoonni hedduun alaan yeroo isaan argan Kiristaanota jedhuun isaanis ani kan isaati jechuun of waamu haa ta'u malee, abboommiif seera isaa duukaa hin bu'an ittis hin amanan.

Baay'een keenya akkamitti akka isaaf abboomamnuufii isa duukaa buunu sirriitti hin beeknu, sababni isaas duuka buutota isaa warra sirrii waan hin taaneef.

#Waaqayyo_Nu haa gargaaru!

#GYC
●~~~~~~●

@DirreeGN
@Spritpoem

🥰👇👇🥰

https://youtu.be/-Ma7amtGSFk?si=tlzedW5IwFquO6qE


♥️ Ergaalee Jaalalaa fi jechoota miira jaalalaa gadi fageenyaan ittiin ibsachuun danda'amu argachuuf As tuqaa

➡️ See More
See More


#DUBBISUUN_DHORKAADHA🚫🚫🚫
●~~●~~~~●

Waggoota 1️⃣5️⃣0️⃣booda dhaloonni amma lubbuun jiru kun tokkoyyuu fooniin carraan lafarra jiraachuu hin jiru. Har’a kanneen qabsoofnuuf keessaa harki 70 waggaa 150 booda tokkoon isaanii bakki isaaniillee hin argamu.raawwatanii ni badu ni dagatamus.

Mee waggaa 1️⃣5️⃣0️⃣boodatti deebinee haa yaannu. Yeroon isaa naannoo 1872ti. Yeroo sana dhalli namaa akka meeshaaleetti toora galee gabaatti baafamee gurguramaa ture. Yeroo sanatti waan maalalchiisaan (waan akka guddaatti ilaalamu) of ilaallee ittiin fuula ilaallatan ture. Isa bitachuudhaafis namni fira isaayyuu gurguraa ture‼️

namoonni yeroo Sana fullee ykn #of-ilaallee bitachuuf jedhanii firoota isaanii gurguraa turan har’a jiruu? Har’a namni fullee ykn of ilaallee akka qabeenyaatti lakkaa’ummoo jiraa❓
Ashaboo argachuudhaaf, meeshaawwan miidhaginaatiin nama kan geddarataa kan turan lakkoobsa hin qabani.

🧑‍🧑‍🧒‍🧒🧑‍🧑‍🧒‍🧒Har’a irratti namoonni yerosii kan du’aa fi ajjeesaafii turan, kan walganaa fi walgurguraa turan waan hedduun isaa kana kan jedhamu ykn kan bakki itti kennamu hin turre.yerosiif waan guddaa itti fakkaatee ture! Har’a garuu kanumaaf wal gurguranii? Kanumaaf walgananii? Kanumaaf walgurguranii? Nama jechisiisa! Nama kolfisiisas nama qaanessas!!
Yeroo keenya kana ammo intarneetiin ammayyaa’aan yaadannoo keenya nuuf kuusee kaa’a jennee yaanna ta’a! kunis garuu amansiisaa miti!

- [ ] 👉Dhumarratti
Jireenya salphisiima jiraadhu! Itti hin dhiphatiin! Bara baraan kan jiraatu waanti gati jabeessi lafa kanarraa nama gomjaasisu tokkoyyuu hin jiru! Har’a dacheen ati du’uufis namas itti ajjeesuuf ifaajju kun kana duras namoonni akkasuma gochaa turani! Irratti du’anii irrattis ajjeesanii hundumtisaammoo dagatameera!
Waggaa 150 booda ati har’a akka waan gatii guddaatti kan lakkooftu boru waan homaattuu hin galle ta’anii dagatamu!
👉Maal jechuu barbaadeeni?
Jaalalli nu haa bitu! Jaalalli yeroo hundumaa nama duratti yeroo dubbannu afaanii nu hin buune sun laphee keenya keessas haa jiraatu! Wal hidhuu fi wal takaaluun, wal cunqursuu fi dudduubaan wal hamachuun, dhiiga walii hadheessuun ,fakkarsuu fi geerarsi ana malee jedhu nutti haa hafu! Jireenyi falmii eenyu wajjinuu gootu miti!!
Ariifates duubatti hafes dhumni biyyoo biyyoodhuma!
#Nagaan_dhala_namaa_hundumaaf!
#VIA_Kisu_Senbeto_FB
●~~●

@DirreeGN
@Spritpoem

🥰👇👇👇👇👇👇🥰

https://youtu.be/-Ma7amtGSFk?si=tlzedW5IwFquO6q


#Ethiopia keessatti Mirga Daa'imnaniif Shamarranii mitii, Mirgi lubbuun jiraachuuyyuu Eegamaadhaa??!!

Naannoo Amaaraa magaalaa Gondaritti daa'imni hidhattoota finxaaleyyiin ukkaamfamtee fudhatamtee maatiin maallaqa itti gaafataman ajjeefamtee argamuun dhagahame.

Hidhattoonni finxaaleyyiin naannicha keessa socho'an daa'ima Noolaawiit Zagayyee jedhamtu ukkaamsanii erga fudhatanii booddee daa'imattii deebisuuf maatiin maallaqa akka kafalan gaafatanii akka turan jiraattonni himu.

Maatiinis daa'ima isaanii oolfachuuf maallaqa akka kafalan kan himan maddeen, hidhattoonni kunneen maallaqicha erga fudhatanii booddee daa'imni kun ajjeefamtee reeffi ishee akka argame ibsaniiru.
#VIA_OMN
●~~~~~~~~~~~~~~~●
@DirreeGN
@Spritpoem


✅🌺🚨 “Bara jireenya kee isa waa'ee hin baafne hundumaa kana keessatti haadha manaa kee ishee jaallattuu wajjin jireenyatti gammadi! Aduu jalatti isa kanatti akka jiraattuuf Waaqayyotu siif kenne; bara jireenya kee isa waa'ee hin baafne hundumaatti wanta ati aduu jalatti itti dadhabdee hojjetteef qoodni kee isa kana.... 👉 Itti fufii dubbisi
👆👇👌💘
See More
See More




#NuunJiilaa- gara Biyya Taayilaandii fuula keessan hin naannessinaa jedha Obboleessi tokko....
"Akkam bulte nagaa keetii?

Dursa ergaakoo gurra waan itti laatteef galatoomin siin jedha
Akkuman kanaan dura siif ibsuu yaale sana Ani nama finfinnee jiraatudha hojiin idileekoo garaajii, biyyadaa hojjedhee jiraadha otoon kanaan jiraadhuu mucaan hiriyyaankoo ykn nama nuti waliin waan baay'ee dabarsine akkaataa kamiin akka inni deemee hin beeku garuu naaf bilbileetu Ani Thailand deemeen Jira hojii eegaleera miindaan ji'atti kaffalamu Kuma 80-100 dha kanaaf haala mijeeffadhuutii dafii koottu naan jedhe anis isa amaneen haalota baay'ee waan waliin dabarsineerruuf haala mijeeffachuun eegale waanan qabu walitti qabadhee yeroon deemuu Jala ga'u ergaa Gammadaa Show kan jedhu post godheeru tokkon arge innis haalli biyya sana jiru akka gaarii hin taane dubbatee ture deemuuf waanan murteesseeruuf Gammadaaf Nan barreesse innis barreeffamakoo yaadatti hin qabne qaamaanillee Yoon argadhe jedheen biiroonsaa dambal city dha naan jennaan barbaadaan ture garuu argachuun dandeenye isa dhiiseen mucaa isa na waame sana, Ani maatii akkan qabu ni beekta achi gahee ofiikoos maatiikoos akkan hin rakkifne Adaraa jennaan homaa tokko hin dhiphatiin naan jedhe tole jedheen nan deeme asii yeroo waaman Thailand jedhu gaafan achi ga'u Thailand irraa Baasiitiin halkan sa'aatii 12 ol deemeen ammas baasiirraa bu'een taksiidhaan bakka Thailand keessaa ba'ee Laos sana galun ga'e Laos fi Thailand kan adda baasu lagatu Jira Laga sana ce'ee Laos galuuf gaafan jedhu Poolisoonni Laos naqabanii Thailanditti na deebisan gara sa'aatii 5 taa'een ammas Nan deeme yeroo lammaatti akkumasaattin darbe achi gahee mucaaf bilbillaan Company keessaa bahuun danda'u naan jedhe namni biraa na fuudhee bakka siree na geessee isuma faana tureen guyyaa muraasaa booda waan isaan hojii jedhan kana gale hojiin sun akkuma atiyyuu jette ani Computer tokko irratti Facebook 5 ol baneen bakka dubartii bu'een dhiira faana haaso'aan akka nama jaallateetti goyyomsuudhaan qarshii ergisiisuu yaada, Kuni hojii jallinaa akka ta'e otoon beekuu gaafan filannoo dhabu takkaa dhufeera waan ittiin maatii kootti deebi'uu hin qabu jedheen eegale isan eegales ji'a tokko wayiin torbee lama tola hojjetta isuma isaan achiiyyuummoo sababoota namarratti barbaadanii miindaa kukkutanii namaaf laatu takkaa namni miindaa ittiin qacarame guutuu fudhatuu hin jiru otuma kanaan jirruu Mootummaan achiis hojiin Kun akka dhaabatu jedhee ajaja baase torbee qidaamee darbeetii kaafnee naannoo guyyaa 5 ol otoo doormiirraa hin ba'iin oolle poolisoonni Company irra deemanii ijoollee harkaa Bilbila hojii, qarshii fudhataniiru ijoolleen keenyi hidhamaniiranillee Jiru maqaasaanii Yoon beekuu baadheyyuu walumaan galatti namni qarshii liqeeffatee dhufeeru baay'eetu Jira qarshii sana hojjetanii kaffaluuf baay'ee ulfaataadha isaan yoo barbaadan torbee lama nama hojjechiisaniitu nama ari'u
Otoo hojjetanii waan jijjiiramanidha ta'ee Ani halagaa Yoon dhiiseyyuu firakoo waamee akkanni hojjetatun godha ture haalichi garuu hamma malee ulfaataadha

Otoo Gammadaan akkumakee gurra naaf laatee waan Ani isa gaafadhe sana naaf deebi'eera ta'ee anis deemee achitti hin rakkadhun ture ammas homaa miti guyyaa rabbi as keessaa na baasen haaso'aa Yoo siif danda'ame Otoo miidi'aa jiruun namni biyya kana dhufee akka hin rakkanne naaf dhaamtee gammachuunkoo guddaadha kanan siin jedha waan ifa siifin taane yoo jiraate na gaafadhu
#VIA_Abdisa_B
●~~~~~●

@DirreeGN
@Spritpoem


✅🥰 HOPE PROMOTION

Walitti qabama Channelee armaan gadii Join taasisuun Ergaalee Adda addaa nama bashannansiisaniif barsiisan argattu! 💯
💡💡💡💡💡💡💡💡
⭐️ 10K+ Telegram Channels ⭐️
👇
𝚆𝙰𝙻𝙸𝚃𝚃𝙸 𝚀𝙰𝙱𝙰𝙼𝙰 ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ᴛᴇʟᴇɢʀᴀᴍ 10,000+ ta'an ᴀʀᴍᴀᴀɴ ɢᴀᴅɪᴛᴛɪ ᴅʜɪʜᴀᴀᴛᴀɴ ʜᴜɴᴅᴜᴍᴀᴀ ғɪʟᴀɴɴᴏᴏ ᴋᴇᴇssᴀɴ ɢᴏᴅʜᴀᴅʜᴀᴀ


┃ 🔤 Join All Channels 🔤
┃ _
┃30K - Gaggeessummaa 🌱
┃_
┃24K - Reading PDF 📚
┃_
┃12K - Gaa'ela Gaarii 😀
┃_
┃6K - Barruu beektotaa ™️😀
┃_
┃7.8K - Singer Megertu Official🙏
┃_
┃7K - Kakuu Studio 😀
┃_
┃2K -Mammaaka Oromoo😀
┃_
┃1K -⃝𖣔 Amharic Proverbs
┃_
┃2K - Research Help 📃
┃_
┃11K - Getu Official ✍️
┃_
┃9K - Plumbing Work 😀
┃_
┃4K - Tv Lattuu 🎆
┃_
┃1K - Best classical 🎧

┃1K - Haniko Official 😀
┃_
┃1K - Miira Jaalalaa 😀
┃_
┃6K - Top Books 😀
┃_
┃1.5K - Spiritual PDF
┃_
┃1K - Students Library 🚸
┃_
┃3K - Walaloo_Jaalalaa24 💛
┃_
┃7K - Arara Tv World Wide 🎡
┃_
┃2K - Kiisii Tube 🎇
┃_
┃2K - Dirree Gn 🔎
┃_
┃2K - Gech PDF 💻
┃_
┃1K - Students Books🔺
┃_
┃1K - Learn English Free💐
┃_
┃1K - Dhimma Fayyaa 🔺
┃_
┃1K - Daily Quotes 🔸
┃_
┃1K - Oro Inspire Center 😀
┃_
┃1K - Biiroo Barnootaa Oromia ‼️
┃_
┃2K - Kottaa Kolfaa 📌
┃_
┃2K - Walaloo Faaruu
┃_
┃1K - Online Job 😀
┃_
┃1K - Grow In Christ 😀
┃_
┃ 1K - Spiritual Books 🖼
┃_
┃ 1K - Books Wallpaper 📖
┃_
┃7K - Saayikoolojii🕯
┃_
┃14K - Laga Jireenyaa😀
┃_
┃17K - Michuu📌
┃_
┃4K - Ergaa Ganamaa 🔻
┃-
┃5K - Coba Yaadaa 🛡
┃-
┃4K - Dhaloota💐
┃_
┃7.4K+ Oro Lawyer Family ✍️
┃_
┃ 28K - Jireenya Boruuf😀
┃_
┃ 14K - Grace Media🕊
┃_
┃ 26K - Miira Jechootaa🎁
┃_
┃1K - Leaders Love 🥰

┃1K - Daandii Guddinaa😀
┃_
┃ 1K - English Books 🔥
┃_
┃3K - Qaroo Business
┃_
┃2.2K - Day Star Books
┃_
┃4.1K - Top Books Store
┃_
┃5.9K+ Ephrem Diriba ➡️
┃_
┃34.7K+ School Tech
┃_
┃ 🔤 Join All Channels 🔤


▬▬▬▬▬▬▬
Sponsored by ➡️ [Gaggeessummaa]

¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
    Thιʂ ιʂ 𝙷𝙾𝙿𝙴 𝙿𝚁𝙾𝙼𝙾𝚃𝙸𝙾𝙽
          αԃʋҽɾƚιʂιɳɠ ƚҽʅҽɠɾαɱ
                ƈԋαɳɳҽʅʂ/ɠɾυσρʂ

                 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯

𝙰𝚍𝚜: 🔺
@hopepromotion
@bittaafigurgurtaachannel


ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ
🔻 Free Promotion: @Getu_Abera


🔻✅🥰 “Jaalalleen (haati manaa koo) amanamtuudha. Isheen nama biraa jaalattee jirti jedhee gonkumaa hin shakku. Isheen anaaf amanamtuudha, onneedhuma ishiirraa na jaalatti, Sababni ani yoomillee ishee amanuuf... 👉 See More

👉 See More
     See More




Namichi kun Gucci Mane jedhama.dhalataa Ameerikaa fi Raapperiidha. Jaalalleen isaa Kunimmoo Kayshah Ka'ori jedhamti. Bara 2013 M/M hidhaa wg3 fi ji'a3 itti murteesse. Innis Qr Baankii qabu hunda $M3 jaalallee isaatti kennee M/hidhaa seene. Hiriyoonnif maatiin isaa "Akkamiin Qr kana hunda amantee itti kennita, isinhoo gaa’ila hin godhanne?" jechuun qeequ turan. Inni garuu jecha namaa mara diduun jaalallee isaa amanee itti kenne. Yeroo inni hidhaarraa 2016 bahu maallaqa sana dachaa 3 taasiftee $M9 gochuun isa eegde. Mana jireenyaa Qaalii $miliyoona lamaan bittees isa eegde. 2017 Gaa’ila guddaa ta'een wal fuudhanii amma ijoollee dhiira fi dubara 2qabu.
Dubartii jechuun kan akkanaati. Gochi Gucci Mane kun jecha Chaayinootaa tokko na yaaddachiise. " Hojjetaa hin amanne hin qacarin ; Qacarraan amani " jedhu. Innis kanuma raawwate. Yeroo ammaa kana isheen dhaabbata Guddaa Kosmootiksii fi miidhaginaa ' Ka'ori Beauty ' jedhu Qabdi.
Seenichi natti tollaan siniif Qoode😎
●~~●
@DirreeGN
@Spritpoem


⬜️ 🔹 Shamarran yeroo hundumaa jaalala hoo'aatiin yommuu jaalattu, mallattoolee jaalala dhugaa isaanitti dhaga'amu kallattii baay'eedhaan calaqqisiisuu danda'u,... 👉 See More
👆👇👌💘

See More
     See More




✅🥰 HOPE PROMOTION

Walitti qabama Channelee armaan gadii Join taasisuun Ergaalee Adda addaa nama bashannansiisaniif barsiisan argattu! 💯
💡💡💡💡💡💡💡💡
⭐️ 10K+ Telegram Channels ⭐️
👇
𝚆𝙰𝙻𝙸𝚃𝚃𝙸 𝚀𝙰𝙱𝙰𝙼𝙰 ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ᴛᴇʟᴇɢʀᴀᴍ 10,000+ ta'an ᴀʀᴍᴀᴀɴ ɢᴀᴅɪᴛᴛɪ ᴅʜɪʜᴀᴀᴛᴀɴ ʜᴜɴᴅᴜᴍᴀᴀ ғɪʟᴀɴɴᴏᴏ ᴋᴇᴇssᴀɴ ɢᴏᴅʜᴀᴅʜᴀᴀ


┃ 🔤 Join All Channels 🔤
┃ _
┃30K - Gaggeessummaa 🌱
┃_
┃24K - Reading PDF 📚
┃_
┃12K - Gaa'ela Gaarii 😀
┃_
┃6K - Barruu beektotaa ™️😀
┃_
┃7.8K - Singer Megertu Official🙏
┃_
┃7K - Kakuu Studio 😀
┃_
┃2K -Mammaaka Oromoo😀
┃_
┃1K -⃝𖣔 Amharic Proverbs
┃_
┃2K - Research Help 📃
┃_
┃11K - Getu Official ✍️
┃_
┃9K - Plumbing Work 😀
┃_
┃4K - Tv Lattuu 🎆
┃_
┃1K - Best classical 🎧

┃1K - Haniko Official 😀
┃_
┃1K - Miira Jaalalaa 😀
┃_
┃6K - Top Books 😀
┃_
┃1.5K - Spiritual PDF
┃_
┃1K - Students Library 🚸
┃_
┃3K - Walaloo_Jaalalaa24 💛
┃_
┃7K - Arara Tv World Wide 🎡
┃_
┃2K - Kiisii Tube 🎇
┃_
┃2K - Dirree Gn 🔎
┃_
┃2K - Gech PDF 💻
┃_
┃1K - Students Books🔺
┃_
┃1K - Learn English Free💐
┃_
┃1K - Dhimma Fayyaa 🔺
┃_
┃1K - Daily Quotes 🔸
┃_
┃1K - Oro Inspire Center 😀
┃_
┃1K - Biiroo Barnootaa Oromia ‼️
┃_
┃2K - Kottaa Kolfaa 📌
┃_
┃2K - Walaloo Faaruu
┃_
┃1K - Online Job 😀
┃_
┃1K - Grow In Christ 😀
┃_
┃ 1K - Spiritual Books 🖼
┃_
┃ 1K - Books Wallpaper 📖
┃_
┃7K - Saayikoolojii🕯
┃_
┃14K - Laga Jireenyaa😀
┃_
┃17K - Michuu📌
┃_
┃4K - Ergaa Ganamaa 🔻
┃-
┃5K - Coba Yaadaa 🛡
┃-
┃4K - Dhaloota💐
┃_
┃7.4K+ Oro Lawyer Family ✍️
┃_
┃ 28K - Jireenya Boruuf😀
┃_
┃ 14K - Grace Media🕊
┃_
┃ 26K - Miira Jechootaa🎁
┃_
┃1K - Leaders Love 🥰

┃1K - Daandii Guddinaa😀
┃_
┃ 1K - English Books 🔥
┃_
┃3K - Qaroo Business
┃_
┃2.2K - Day Star Books
┃_
┃4.1K - Top Books Store
┃_
┃5.9K+ Ephrem Diriba ➡️
┃_
┃ 🔤 Join All Channels 🔤


▬▬▬▬▬▬▬
Sponsored by ➡️ [Gaggeessummaa]

¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
    Thιʂ ιʂ 𝙷𝙾𝙿𝙴 𝙿𝚁𝙾𝙼𝙾𝚃𝙸𝙾𝙽
          αԃʋҽɾƚιʂιɳɠ ƚҽʅҽɠɾαɱ
                ƈԋαɳɳҽʅʂ/ɠɾυσρʂ

                 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯

𝙰𝚍𝚜: 🔺
@hopepromotion
@bittaafigurgurtaachannel

𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ




#𝗢𝗱𝘂𝘂_𝗛𝗮𝗮𝗿𝗮𝗮
●~~~~●

𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝗍𝗈𝗄𝗄𝗈𝗈𝗇 𝗅𝗎𝖻𝖻𝗎𝗇 𝗄𝗎𝗆𝗇𝗂 𝗍𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖿𝗂 𝖽𝗁𝗂𝖻𝖻𝖺 𝖺𝖿𝗎𝗋i𝗂𝖿 𝗌𝗁𝖺𝗇(1405) 𝖦𝗈𝗈𝖿𝗍𝖺𝖺 𝖸𝖾𝗌𝗎𝗌𝗂𝗇 𝖿𝖺𝗒𝗂𝗌𝖺𝖺 𝗅𝗎𝖻𝖻𝗎𝗎 𝗂𝗌𝖺𝖺𝗇𝗂 𝗀𝗈𝖽𝗁𝖺𝗍𝖺𝗇i𝗂 𝖥𝗎𝖽𝗁𝖺𝗍𝖺𝗇i𝗂𝗋𝗎𝗎. 𝖸𝖤𝖲𝖴𝖲 𝖦𝗈𝗈𝖿𝗍𝖺𝖺𝖽𝗁𝖺𝖺 𝗆𝗈𝗈𝗍𝗎𝗆𝗆𝖺𝖺𝗇 𝗌𝖾𝖾𝗑𝖺𝗇𝖺𝖺 𝗀𝖺𝗇𝖺𝖺 𝖽𝗎𝗐𝗐𝖺𝗍𝗍𝗂𝗂 𝗁𝖺𝖿𝖺
𝖩𝗂𝗅𝖻𝗂𝗂 𝗁𝗎𝗇𝖽𝗎𝗆𝗍𝗎𝗎 𝖸𝖾𝗌𝗎𝗌𝗂𝖿 𝗃𝗂𝗅𝖻𝖾𝗇𝖿𝖺𝖼𝗁𝗎𝗎𝖿 𝖠𝖿𝖺𝖺𝗇 𝗁𝗎𝗇𝖽𝗎 𝖦𝗈𝗈𝖿𝗍𝗎𝗆𝗆𝖺𝖺 𝗂𝗌𝖺𝖺 𝗁𝗂𝗆𝗎𝗎𝖿 𝗃𝗂𝗋𝖺🙏🙏🥰🥰
●~~~●

@DirreeGN
@Spritpoem

👇👇👇👇👇
@Dirree_Bashannana1' rel='nofollow'>https://www.youtube.com/@Dirree_Bashannana1



Показано 20 последних публикаций.