🚩Yunaayitid Victor Yokeration mallatteessuu dandeessi?
📌 Maanchistar Yunaayitid ganna dhufu taphataa sarara fuulduraa akkaataa leenjisaa Ruuben Amoriimiin walsimu akka mallatteessisu ibsameera.
📌Taphataan sarara fuulduraa Seexanoonni Diimaan mallatteessisuuf barbaadan keessaa tokko taphataa Ispoortiin Liisboon Viiktoor Yookereesh akka ta'e himama.
Haa ta'u malee, jijjiirraan Victor Yokeresh gara Maanchistar Yunaayitid milka'a jedhamee hin eegamu jechuun The Athletic gabaaseera.
Taphataan kun garee Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa taphatu barbaadaa jiraachuu fi kaffaltiin jijjiirraa kun milkaa'ina jijjiirraa kanaaf gufuu ta'uu akka danda'u himamaa tureera.
Kanarraa kan hafe Maanchistar Yunaayitid taphataa ganna 27 kanaaf maallaqa guddaa baasuu akka hin barbaanne himama.
Karoorri jijjiirraa itti aanu Maanchistar Yunaayitid taphattoota dargaggoota qofa irratti akka xiyyeeffatu gabaafameera.