Dhukaastonni injifannoo galmeessuu itti fufan .
✅ Kilabiin Kaaba Landan Arsenaal tapha isaa Leesteer Siitii waliin taasise 2 fi 0n injifate.
Mikel Merino galchiiwwan injifannoo 2 the Gannersif galcheera.
✅ Arsenaal waggoota kudha afur booda yeroo jalqabaaf taphoota Piriimiyerliigii Ingiliiz kudha shan osoo hin mo'amin itti fufeera.
✅Aba Miikeel Arteetaan Arsenaal injifannoo isaa hordofuun qabxii afuriin dursaa liigichaa Liivarpuul irraa duubatti hafeera jechuun dubbate.
✅ Leesteer Siitiin ammoo mo'amuu isaanii hordofuun naannoo gadi bu'iinsaa keessa taa'uuf dirqame.
Haalli liigii isaanii maali?
2️⃣ Arsenaal :- Qabxii 53
1️⃣8️⃣ Leesteer Siitii :- Qabxii 17
Sagantaa itti aanu?
Jimaata - Leesteer Siitii fi Bireenfoordi
Dilbata - Arsenaal fi Weestihaam Yunaayitid