Galaana Faarfannaa † Asea of ​​Song🌍


Гео и язык канала: Эфиопия, Амхарский
Категория: Музыка


Channel kun Faarfannaa guyyaa guyyaan Kan isiniif maxxansudha.
⚡Nuquunnamuuf.
👉 @galaanafaarfannaaCHAT2
👉 0917635480🎙️
👉 YouTube :-https://www.youtube.com/@bilisummaabaaruuofficial5324

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Амхарский
Категория
Музыка
Статистика
Фильтр публикаций


Yaada garaa isa Kristos Yesus
qaba ture qabaadhaa!
Inni bifa waaqayyummaatiin utuma jiruu,
ulfina waaqayyummaa isa abbaa isaa wajjin
wal isa qixxeessu
wanta qabatanii itti hafanitti hin lakkoofne.
Inni ulfina sana gad dhiisee,
akka waan, waan tokkotti hin galle of godhe;
bifa garbummaa in fudhate;
fakkaattii namummaatiin in dhalate,
waan hundumaanis nama ta'ee argame.
Inni gad of deebisee,
hamma du'aatti, hamma fannifamee du'utti iyyuu
abboomamaa ta'e.
Kanaafis Waaqayyo waan hundumaa irra caalchisee
guddaa ol isa qabe;
maqaa isa maqaa kam irra iyyuu caalu kenneeraaf.
Kanaanis warri bantii waaqaa keessa jiran,
warri lafa irraa, warri lafa jala jiranis
hundinuu ulfina maqaa Yesusiif
jilbeenfatanii akka sagadan godhe.
Arrabni hundinuus,
ulfina Waaqayyoo abbaatiif,
Yesus Kristos gooftaa akka ta'e
beeksisuuf jiru.

Filiphisiiyus 2:5-11

👉 J O I N ;- @Galaanafaarfannaa1

Join : @BarsiisaWangeelaa


Hirpha Bahiru - Hin Faarfadhu || New 2025

👉 J O I N ;- @Galaanafaarfannaa1


Guyyaa Bareedaa ture.
👉 J O I N ;- @Galaanafaarfannaa1


Репост из: Barsiisa Wangeelaa 📖
Kristos immoo nuuf jedhee abaaramaa ta'uudhaan, abaarsa isa seerichi nutti fidu jalaa nu fureera; akkuma caafame, “Namni mukatti rarraafame abaaramaa dha” in jedha.

Galaatiyaa 3:13


Join : @BarsiisaWangeelaa






Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Hundi keessanuu Akka irraa barattan Abdiin qaba.

👉 J O I N ;- @Galaanafaarfannaa1


What Shall I say unto the Lord
All I have to say is Thank You Lord
What Shall I say unto my Father
All I have to say is Thank You Lord

Thank You Lord, Thank You Lord
All I have to say is Thank You Lord (x2)

For the breath in my lungs (I thank You Lord)
For the strength in my body (I thank You Lord)
You're a wonderful Father to me (I thank You Lord)
From the depths of my heart all I have to say
I Thank You Lord

👉 J O I N ;- @Galaanafaarfannaa1












Namoonni Wangeela Barachuu Feetan Audio fi Barreeffamaan Barachuu kan feetan Channel kana join godhadhaa.

https://t.me/BarsiisaWangeelaa




Namoonni Faarfannaa Gadhiifachuu Barbaaddan Asiin nudubbisaa👣
@galaanafaarfannaaCHAT2


Yammii ittiin Yaadadhu - Amantii Kumarraa

✝️ || @galaanafaarfannaa☑️


Ilaalchi Kee Adda - Amantii Kumarraa

✝️ || @galaanafaarfannaa☑️


Jireenya Koo - Amantii Kumarraa

✝️ || @galaanafaarfannaa ☑️


Dubbadhee Hin Fixu - Amantii Kumarraa

✝️ || @galaanafaarfannaa☑️

Показано 20 последних публикаций.