😔NI_BEEKNA_ITTI_HIN_HOJJANNU.!! Mee dubbisii Share godhi nama akka Anaa Kan of irraanfateef.!! ↪Ibnul jawziin nija’e Miciyyoo xiqqoo takka jira tan dhukkubsattee duute. Guyyaa tokko abbaan isii manaaman arkee Yaa Intala tiyya mee wa’ee akiraarra natti himii ja’een Yaa Abba kiyya dhugaa amma kara amrii jabduudha dhufne jetteen😭 ……↪Nutii waan garii ni beekna itti hin hojjannu Wallahi duniyarratti osoon deebi’ee raka’aa tokko Salaateen filadha duniyaafi waan isiin qabdurra jatteen.!! ↔Dhugaa irra hedduun keenya muraada isiidha hin hubannu taha. 👉Ni beekna namani subanallah Wa bihamdiihii Yaroo 100 ja’e diliin isaa irra haqamtii osoo akka hoomocha bahaaratille heddumatte [dilii xixiqqo] osoo beeknuu kan itti hin dalaynee Guyyaafi halkan dhufee nurra dabara.😭 👉NI beekna namani dhukubsataa gafatee mala'ikaan 70,000 guyyaa guutu araarama isaaf kadhatan. 👉NI beeekna namani harifii tokko Qura'anarra qara’ee harifi tokkotti sawaaba 10 qaba. 👉NI beekna namani nama du’e tokkorratti salaatee hanga awwalanii wajiin turee awwale sawaaba gaara uhud gurguddaa lama qixawu isaaf taha. 👉NI beekna Namani Intala jaarsi irraa du’e, ijollee yaatamaa fi miskiina cinaa dhabatee gargaare akka nama jihaada kara Rabbirra godhu jiruu ~Takkaahuu akka nama soomana guyya soomanuu kan hin furre ~Takkaa akka nama halkan guutuu salaataa buulu kan hin rafneeti. 👉NI beekna guyyaan qiyaamaa tun hafiinsa hin qabduu Lubbuun hundi du’a dhandhamtuudha. ~Guyyaa qiyaama kafamneeti galta galfamnaa... ~Garuu guyyaa kanaaf hin qophoofnu !! [[Nu hin salphisin Yaa Rabbii ati of nu yaadachiisi osoo lubbuun jiruu😭😭 اللهم ارحمنا برحمتك اللهم اغفر لنا ياحي يقيم👐
@Al_hamdu @Al_hamdu
@Al_hamdu @Al_hamdu