Фильтр публикаций




Namni Group Page Facebook  bitachuu  barbadu keessan Nadubbisa  @mahiir_best
0967573232


Репост из: Dambalii Jaalalaa
*Waa fuula keerraa ifaam
Akkuma biiftuu birraa
*Dirqamaan na booji'e
Bareedinni kee sirraa

*Eenyummaa kee hin qoranne
Siif bitamuu koon beekaa
*Eenyurra qoradharee
Anoo siif bitameetan
Ba'aaf gala kee eegaa

*Jalalli kee alanaa kun
Dhugumaan waanta jabduu
*Rakkoo kee isa na miiccus
Atoo quba naa qabduu
*Yaaduma kan kee qofaan
Qaatan ta'e an gaaddidduu

*Yeroon ijaan si arguu
Raata'een si ilaala
Dubbachuun naa mijatuu
*Wayiin dahadhee dhaaphee
Qaroon koollee hin libsatuu

*Kana biraa danda'ee
Eessaanin sitti haasa'aa
*Gubaa dirmannaa hin qabneenan
An waxalamaa ta'aa
*Karoorsees hin hojjedhu
Ofittis ta'ee ba'aa

*Namas biratti hin argu
Yeroo hunda kophaa deemtii
*Abeet miidhagina ishee
Dhiira jaalala hin beeknes
Laphee cabsitee seentii

*Gubbaa kaasee hanga goodaa
Rabbi uumaa kee bareechee
*Jaalala keen raatessee
Anas fayyaa na eelchee

💖♥️💚💯


Репост из: Kaayyoof Jiraanna


Репост из: Kaayyoof Jiraanna
SIN MARARFADHA

sin mararfadha sin jaaladha
qaamakoo qaama guutuu
jaalalakeef nan caba
siif lubbuunkoo haa duutuu

siif maaltu na mararaa
dabarseen siif of kennaa
dhugaanan si jaaladhaa
isa hin gaafanne beenyaa

mareekoo mararteekoo
kumakoo kitilakoo
umphaa koottuu na fudhu
kichuukoo biqilakoo

keessikoo siif gadoodaa
onneenkoo siif harganaa
guyyuu si dhabee hin turuu
si arguufan sardamaa

si argees natti hin furuu
osoon sin quufin deemtaa
qaamaan narraa fagaattee
yaadaan natti olseentaa

yerootu diina kootii
guyyaan daqiiqaa ta'aa
karaan dhumu hin mul'atuu
akkamittiin nu ga'aa

nun ga'u mararteekoo
kanaafan sihin hawwaa
hin fagaatin anarraa
si dhabnaan natti qaawwaa

jechoonni barraa'anii
toora yoo galaniyyuu
si ibsuu hin danda'an
mararteekoo yoomiyyuu

kanaafuu saruleekoo
bucheekoo qaroo waataa
narraa hin fagaatiinii
keessikoo na dhaabbataa

iiji kiyya simalee
lafa arguu dadhabdee
onneenkoo hojii dhaabdee
ati deemnaan gaggabdee


Репост из: I LOVE YOU ❤️


Bilbili Kee Smart phone Tahuu baatuus Appii kana fayyadamun footoo baredu kahu dandrsu Camera 📷 HD quality bifa Bareedaa tahe qabu Kan yeroo sikaasu photo bifa ajaa'ibaa Tahen qulqullina gaarii kan taheen Siif Barechu kana fayyadama Appii Kana Arkachuf liinkii Kana jala Arkattu 👇👇⬇️⬇️💯 https://bit.ly/41wxERl
https://bit.ly/41wxERl


Game Taphachuu qofaan galii gudda argamsisuu dandeessuu apps kana bufadhaa Irraa fayyadamaa apps kana Argachuuf liinkii Asin gadii kana Jalaa Seenuun Bufadhaa 👇👇⬇️⬇️✔️
https://mahir.mhaagj.org/make-money-by-playing-games/


Internetii Irratti Hojjechuun Galii Arkachuu Yeroo Tokkotti Hojiiwwan Hedduu Hojjechuu Dandeessa Appii Mobile tin maallaqa argachuu dandessan Appii kana Namoota hedutu fayyadamuun Hojjechuu jira Atis ni dandeessu Apps link kana tuqun bufadha👇👇⬇️⬇️ https://mahir.mhaagj.org/make-money-working-online-earn-income-online/


Namonni gaffii Nagafachuu baarbade Wahe kiya Baru yo fedhe Linki arman gadi tuqun As jalatti na qunamu nidandesu 👇👇⬇️⬇️✔️
ASS TUQII 👉 http://bit.ly/3KaYBmj
http://bit.ly/40ZXg8H






#Ani
Baayyeen si jaalladha
Hin fedhu si dhabuu
Kan biraa jaallachuuf
Onnee lama hin qabuu
Waadaa gaafa duraa
Hunduma isaa eegee
Onnee koo qulqulluun
Jaalalaaf wareegee
~
#Ati_immoo!
Jaalalaan siif qabuu
Qoosaatti lakkooftee
Gola onneeke keessaa
Jaalala koo ooftee
Yaadni kee na jeeqee
Gaafa haalli cimtee
Sin barbaadu yoomuu
Jettee natti himtee
~
#Egaa
Utuun siif dhippadhuu
Halkan guyyaa ciisee
Utuun si jaalladhuun
Siif dhiisee si dhiisee...itti fufa
kutaa biraa Link kana jala Arkattu ⬇️⬇️👇👇
http://bit.ly/3m9rFm6
http://bit.ly/3K5O1Nr


Asirratti Tuqii Mee ⬇️ 👇 ♥️ ❤️

https://n2.bbcko.com/get-1024-gb-cloud-storage-forever/


Iddoo barbaaddan teessanii humna keessan osoo hin balleessin aappii kanaan sooressa ta'uu ni dandeessu Appiin kun aappii online irratti hojiiwwan garagaraa salphaa ta'an hojjachuudhaan aappii maallaqa isiniif kaffalu dha Egaa maal eegduree yeroo keessanitti fayyadamaa jireenya keessan ittiin jijjiiradhaa

Appii kana liinkii Kana jala Arkattu argattu 👇👇👇
http://bit.ly/3ZnbHmP
http://bit.ly/3ZIVf0b


Gaafii Salphaa Kana Namni Deebise 3 Badhaasa Kaardii Abbaa 500 Qaba.

Namichaatu Suuqii Dhaqee Abbaa Suuqii Jalaa Birrii 200 Hate. Deebisee Suuquma Sana Irraa Birrii 200 Itti Kennee Meeshaa Birrii 250 Fudhate. Abbaan Suuqiitiis Meeshaa Kenneefii Birrii 50 Deebiseef. Abbaan Suuqii Birrii Meeqa Kasaare? Deebii Liinkii kana Tuqii jalatti Barresii 👇👇⬇️⬇️ http://bit.ly/3R5RBdC
https://bit.ly/3jS3x6B


❇️ BAGA GARA SAAFARIKOOM NAGAAN DHUFTAN❇️

Bootii saafarikoom fayyadamuudhan yemmuu miseensa taatan qarshii 1000 badhaafamtu.

🎁 Dabalataan nama tokko yemmuu affeertan kafaltii qarshii 100 argattu!

Namoonni affeertaan 25 yeroo gahan, qarshii 3500 baasii gochuu dandeessu.

Liinkin affeerraa kesssani ⬇️⬇️
http://bit.ly/3R5RBdC https://bit.ly/3jS3x6B


Ani Maqaan koo ibsituun ja'ama iddoon dhalota kiyya badiyya oromiyatin dhaladhe gudadhe barachaa jira kutaa 11ffaa baradha abban koo nama qabenya qabu tokkoti herumi nan jaha ani ammo barachuun barbaada namni naaf rifatu kara telegram kiyyatin Nadubbisa yaada kessan naf qooda gorsan barbada 💘⬇️👇👉👉 https://bit.ly/3Y0kdr5 http://bit.ly/3ZnbHmP
http://bit.ly/3ZIVf0b


Oduu Ammee : Simannaa Sooma Ramadaanaa Sababeeffachuun Guyyaa Har'aa Facebook'n Biyya Itiyoophiyaa Keessatti VPN malee Hojjechuu Jalqabee Jira. Link Asii Gadii Kana Seenuun Ammuma Install Godhadhaa Itti Fayyadamaa. 👇👇⬇️⬇️
http://bit.ly/3yX1Bhb http://bit.ly/3ZIVf0b
http://bit.ly/3wg7fJN


Akkam Oolmaan Guyyaa Arraa ♥️🌹

Показано 20 последних публикаций.

4 242

подписчиков
Статистика канала
Популярное в канале