JECHOOTA GAMNAA


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Образование


Channel kenyaa #join godhaa Jechoota psychology ykn Xinsammuu fayyadan irraa argachuu dandeessaa.
☞︎︎︎ Xinsammuu(psychology )
☞︎︎︎Jechoota Hayyoota
☞︎︎︎Gorsa BEEKTOTAA fi Gorsa JIREENYA
Yaada yoo qabattee : @maalmallisa21

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Образование
Статистика
Фильтр публикаций


Of beekuu dhiisuu dandeessa malee ati Nama jabaadha.

@Jechoota_gamnaa


Namni Sbaba malee sirraa
gara gale deeme.
Yoo deebi'es hin Amanamu
.

@Jechoota_gamnaa


Jireenya kee keessatti wanti kamiyyuu yoo ta’e yeroo hunda gammachuu filachuu dandeessa. Gadduun gonkumaa filannoo miti. Gammachuudhaaf furtuun waan fudhattu & waan gadhiiftu irratti to'annoo akka qabdu beekuudha.

@jechoota_gamnaa


Yaadni hamaan summii caalaa nama balleessa.
Yaadni gaariin dawaa caalaa nama jajjabeessa!

@jechoota_gamnaa


Jaalalti uumamaan qulqulluudha
Garuu wallaalaatu jaalala booressa malee 😁😁

@jechoota_gamnaa


Hin yaadda'in gatii kee kan hubatan gaafa nama akka kee argachuu dadhabaniidh !

@jechoota_gamnaa


"Jiruu tee keessatti nama tokkolle hin komatin
1.Namni badaan barnota sif taha
2.Namni gaariin yadanoo sif taha

@jechoota_gamnaa


Allaattiin ka’umsaa badde qubsumaaf rakkatti.

@jechoota_gamnaa


Wantoota 6 kanaaf dhimmamuu dhiisaa.

1, namoonni biroo waa'ee kee maal yaadu.

2, dogoggora kee kan darbe.

3, sodaa kufaatii.

4, hiriyyoota sobaa.

5, hawaasni irraa eegamu.

6, wantoota ati hin qabne.


Jechoota addaa addaa argachuuf channel kenyaa #Join godhaa

@Jechoota_gamnaa




Waan jedhamu maraaf deebisaa hin kennin
Namaa daraja hin qabnetti darajaa godhin.

@jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa


Namni wanta hin beekne gaafatu al tokkoo wallaalaa jedhama. Namni wanta hin beekne hin gaafannee garuu yoomiyyuu wallaalaadha.

@Jechoota_gamnaa


Osoo beektuu gowwaa ta’uun waa si barsiisaa.

@Jechoota_gamnaa


Jireenya kee kan balleessuu hanqina Nyaataa osoo hin taane hanqina yaadaa fi ilaalchaatii

@Jechoota_gamnaa


Galma kee kan si hanqisu gufuu cabbii osoo hin taane kufuu qalbiiti !!!

@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Namnii namaaf yaaduu akkasii kunnoo
#Mohammadsaalah

@jechoota_gamnaa


Namnii waan hundumaa hawwu Nama guddadha. Namni waan argachuu danda’uu qofa hawwuummo nama ogeessa.

@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa


Beekumsii beekumsa caaluu osoo beekanii dhiisuudha.

@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa


Qalbin waan barbadduu hin argatiin yeroo mara Imaltuudha.

@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa


"Nama dhiphisee ilaaluu jechuun nama yommuu filannoon lama isaaf dhiyaatu lamaanuu isaa filatu jechuudha"


@Jechoota_gamnaa

Показано 20 последних публикаций.