Фильтр публикаций


Репост из: Jabeessaa WBO
"Hiriira mormii balaaleffannaa ajjeechaa Jaal Battee Urgeessaa irratti Balaaleffannaa Hawaasa Oromoo biyya Ameerikaa washington DC tti.🙏🙏

#መረጃ፦የጀግናውን #ጃል_በቴ_ኡርጌሳን ግድያና በመላው ኦሮሚያ እየሄደ ያለው ፍጹም ጭካኔ የተሞላበትን ጭፍጨፋ በመቃወም የኦሮሞ ኮሚዩኒቲ በአሜሪካ ዋሽንግተን ዲሲ ሠልፍ እየተካሄደ ይገኛል....አስተባባሩዎቹንና ለህዝባችን ድምፅ የሆነውን ህዝባችንን ከልብ እናመሰግናለን!/


Репост из: Jabeessaa WBO
#ODUU_GADDAA

Guyyaa 17/4/2024
wallaggaa lixaa
Aanaa boojjii coqorsaa
ganda shaboo meexxiitti.
Nama maqaan isaa obbo Ayyalaa Biraasaa  jedhamuu abbaa ijoollee ja'a(6) kan ta'e ganama hardhaa badii tokkoo malee nama hawaasaa keessatti kabajaa fi jaalala guddaa qabu ajjeeftee waraanni pp .
maatii fi firoottaniif jajabina hawwina.

• Gumaan dhiigaa dhiigumaan ba'a.

#አሳዛኝ_መረጃ፦ዛሬ ጧት ማለትም በ17/4/23 በምዕራብ ወለጋ ዞን ቦጂ ጨቆርሳ ወረዳ ሸቦ ሚጤ ቀበሌ #ኦቦ_አየለ_ቢረሳ የተባሉ የ6 ልጆች አባትና በአከባቢው የተፈሩና የተከበሩ ሰው የፋሽስቱ ብልፅግና በጥይት ደብድባ ገላቸዋለች.....ለመላው ቤተሰብ ዘመድና ወዳጅ እንዲሁም ለህዝባችን መጽናናትን እየተመኘን
ለፈሰሰው ንጹህ ደም በእጥፍ ደም እንበቀላለን.....


Репост из: Jabeessaa WBO
#አሳዛኝ_መረጃ፦ትላንት ማለትም በ16/4/24 በአርሲ አዳባ ወረዳ ፋሽስት ብልፅግና መንግሥት ተብዬ የአራት ልጆች እናት የሆኑትን #አዴ_ሩቂያ_ሳዶን ያለምንም ርህራሄ በልጆቻቸው ፊት በጥይት ደብድባ ገለዋቸዋል.....


Репост из: Jabeessaa WBO
#inbox
Koonyaa Arsii Ona Adaabbaa Ganda Hanqooqaa Aadde Ruuqiyaa Saadoo harmee ilmaan Afurii Eebila 16,2024 waraana murna maafiyaa pp ajjeesanii bakkeetti gatan.😭😭😭😭boonyee kan ofirraa kaafnu miti lammii koo....


Репост из: Jabeessaa WBO
Weeraara Faanoo ummata Godina saba oromo irraatti  Guyyaa kaleessa fi Har'a gaggeefame irraatti Qotee Bultoonni miidhamun dhagahame jira.
Aanaa Dawwa caffa Ganda Gobaayya irraa 1.Adam Bullaa wareegame jira.
2.Ganda shakla irraa nama tokko
3.Ganda Abaayee irraa nama tokko.
Waluma galatti namoonni 3 wareegamu beekame jira.

መረጃ፦ትላንት በሰሜን ኦሮሚያ ወሎ ዞን ደዋ ጨፋ ወረዳ ጎፋዬ ቀበሌ ላይ ፋኖ ፋንዶ የተባለ ጽንፈኛ በከፈተው ወረራ ህዝባችን ላይ ጉዳት መድረሱ ተመልክቷል
ደዋ ጨፋ ወረዳ ጎባዬ ቀበሌ
1- #አደም_ቡላ የተሰዋ
-ከሸካ ቀበሌ አንድ ሰው እንዲሁም
-አበያ ቀበሌ ላይ አንድ ሰው ሲሰዋ በጠቅላላ 3 ሰው ተሰውቷል ተብሏል....


Репост из: Jabeessaa WBO
Bu'aa Impaayera kanaa

Lubii Balaayi Makonnin mana hidhaati darbatame jira.

Angoon Impaayerri kun isiniif keennitu dhumni hin bareedu irraa of qusaadha.

መረጃ፦ኢምፓየሪቱ የምትሰጥህ ሥልጣን መጨረሻው እንዱህ ነው፤ ቄስ በላይ በፋሽስቱ ኃይል ዘብጥያ ወርደዋል....


Репост из: Jabeessaa WBO
Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Kabajaa Guyyaa Gootota Oromoo Ebla 15 Waraan Bilisummaa Oromoo WBO Zoonii Giddu Galleessaa Oromiyaa Kaaba Lix Shaggar irratti geggeeffamee ture irratti haasaa waltajjii dirree kan #Jaal_Booree_Lammii (Godaannisa Seenaa) gootaa fi hayyuun gaara jiru gaggeesse kanatti dhiyaadhaa!

መረጃ፦ይህ የኦሮሞ ጀግኖች ቀን Ebel-15,2024 በማዕከላዊ ዞን የሰሜን ምዕራባዊ በተከበረበት ጊዜ #ጃል_ቦሬ_ለሚ ሰፊ የትግል ታሪክና ወቅታዊ የእሮሚያ ሁኔታን ያካተተ ወኔ ቀስቃሽ ንግግር....እናመሰግናለን ጆሎኮ!


Репост из: Jabeessaa WBO
የብርሀኑ ጁላ ልጆች.....በጀግኖቹ ዕድለኛ ሆነው ተማርከዋል!


Репост из: Jabeessaa WBO
Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Washington DC kun waan jajjabeeffamuu qabuudha

እናመሰግናለን!!


Репост из: Save Oromia 💪


Репост из: Save Oromia 💪
=======የሸገር ከተማ ልብስ በለበሱ በማይጠግቡ አውሬዎች የተፈጠረ ኢምፓየር =======

ሸገር ከተማ ተብሎ የተዋቀረው የዘራፊዎች አስተዳደር ህዝቡን ከpp ገዳይ ሰራዊት ባልተናነስ ቢሮ ቁጭ ብለው በቁሙ እየገደሉት ይገኛሉ።


ምንም ዓይነት ጉዳይ ኖሮ ከቀበሌ ጀምሮ እስከ ከተማ አስተዳደሩ ድረስ የምትሄድ ከሆነ ራስህን አሳምነህ ፈጣሪህን ከባለሆደ ትልቅ አሳማ ጠብቀኝ እንጂ አሳማውን ያዝልኝ ብለህ መፀለይ መተው አለብህ።ካልሆነ ፈጣሪን መፈታተን ይሆንብኻል።ገና ወደ ቢሮ ውስጥ ስትገባ በየወንበራቸው ላይ የተቀመጡት ሁሉ የሚሞቱለት የስጋቤት ቁርጥ ሲቀርብላቸው የሚያሳዩትን የመጓጓት ስሜት ዓይነት ከፊታቸው ላይ በግልፅ ታያለህ።

ወዳጄ ጉዳይህ ምንም ይሁን ምንም ከሃምሳ ሺ እስከ አንድ ሚሊዬን የእጅ መንሻ ወይም ሴት ከሆንክ ሴትነትን ማቅረብ ግዴታ እንደ ሆነ ባልተጻፈ ህግ ተግባራዊ እንደሆነ ትገነዘባለህ። ምን አለፋቹ ከከንቲባው ጀምሮ ከሌላ ፕላኔት የመጡ ህዝቡን የማያቁ ህሊና የሌላቸው ምድር ላይ የሌሉ እጅግ በጣም ጨካኝ አውሬዎች ይመስላሉ።


Репост из: Jabeessaa WBO
#Gadda

Mucaa kichuu kana Halkan edaa Highway Naannawaa Maqii-Baatuu jidduutti Galaafatan. nama nagaa hojjatatee ifaajatee buluudha.

Meeshaa Finfinnee bitatee fe’atee gara Roobee osoo deemaa jiru Halkan edaa naannawa sa’aa 4ttii Daandii saffisaa naannoo magaalaa maqiitti waraannni konkolaataa fe’atee inni keessa jirurratti Dhukaasa bananii Lubbuu isaa galaafatan

Erga ajjeesan booda Maatitti bilbilanii koottaa reeffa fudhadhaa jedhaniin garaa jabina Waraana faashistii kanarra gaheera.


Репост из: Jabeessaa WBO
#Fiichee_Salaalee
konkolaataa uggura cabsitee deemaa jirtu Fiichee aanaa Waacaalee, Shararoo, Fiichee, lamii lakkoofsi gabatee isaani kanneen gadiiti.
Oro 12377
Oro 63889
Oro 40764
Oro 65910
Oro 03326
Oro 83461
Oro 86601
Oro 66548
Oro 76146
Oro 33620
Oro 75243
Oro 21215
Oro 50748 warreen uggura cabsanii deemaa jiraniidha. Kana qofaa miti konkolaachistoonni biroo illee ugguricha cabsanii deemaa kan jirtaniidha. Tarkaanfii jalaa bahuu hin dandeessan


Репост из: Jabeessaa WBO
Jaarmiyaan waraana bilisummaa Oromoo waligalaa giddu kana duula gumaa baasu jedhun Oromiyaa bakka hedduutti waraana weerartu xoophiyaa kan waamamni ishee TPLF duraani taate kan Amma murna Bilxiginnaa jechun of waamtu irratti tarkaanfii laalessa fudhateera.

Bifuma kanan Giddu gala bahaa Oromiyaa jalatti Zooniin Shawaa bahaa Onoota akka Boosat , Fantaallee fi Dugda magaalaa Maqii keessatti tarkaanfii keessa deebii hin qabne yoo fudhatu , kaleessuma galgala Ona boosat Ganda Siifa Batteetti iddoo allaaga jedhamte beekkamtutti kaanbii hambaan ilman immiyye xoophiyaa keessa qubatte jirtu itti seenun olif gadi ari'ee tumee keessaa yaase taan Laga hawaasitti naqee jira.

Kaabinee Fi kaadiren murna pp naasu Lola kana irraa kan ka'e shaneen boosat eegalte jirti jechun riifatu isaani ibsacha jiru.


Репост из: Jabeessaa WBO


Репост из: Jabeessaa WBO
Irree fi gachaanni sabaa WBOn Zoonii Kibba Baha Oromiyaa Duulaa Gatii dhiigaa dhiigaan deebisuu fi jala bultii Guyyaa Gootota Oromoo Ebla 15/2024 sababeefaachun diina halkan guutuu irriba dhorkuun baaragsaa bule.
Halkaan dheengaddaa jechuun Ebla 14 korommiiwwan Zoonii Kibba Bahaa Cibraan Leenjisoo Diggaa bakkoota garaagaraatti tarkaanfii fudhachuun injifaannoon goolabee jira.
Godina Arsii Bahaa Aanaa Jajuu ganda Soqqee Boqichaa fi Wurutaa Doree iddoo qubsuma isheetti itti dhaquun loltoota diinaa 11ajjeesuun 16 madeessee baqachisee baasee jira.
Haaluma wal fakkaatuun halkanuma sana godina Baha Shaggar aanaa Fantaallee ganda Gaara Diimaa iddoo qubsuma isheetti olii fi gadii gooluudhaan loltoota faashistii PP 8 ajjeesuun 11 madeessee meeshaalee hedduu irraa hiikuun moonaa qabsoo bilisumma Oromoof galii godhee jira.
Walumaagalatti gootichii waraana bilisumaa Oromoo WBOn ayyaana Ebla 15 fi Duula Gumaa Dhiigaa Dhiigaan Deebisuuf diina haleeluun ciisichaa dhorkee akka isheen ofii wal baqattee bultu taasisee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof!


Репост из: Jabeessaa WBO
Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
ያዝ እንግዲህ!!!
ይሄ እንግዲህ የመጨረሻው መሥመር ላይ መድረሳችንን የሚያሳይ ነው......ብልፅግና ሾቃለች የምንለው በምክንያት ነው!!


Репост из: Jabeessaa WBO
Magaala Maqii naannoo Nook biratti shaamballii tokko dabalatee jalee hedduutu harca'e!
Warra Gumaa Baasu Nu Haa Godhu

መረጃ፦ትላንት ለሊት ጀግናው የእርሞ ነፃነት ሠራዊት ምሥራቅ ሸዋ ዞን መቂ ከተማን ሠብሮ በመግባት ከተማዋን ጂም ካረገ በኋላ አንድ ሻምበልን ጨምሮ በርካታዎችን ድባቅ መቷል.....የጃል በቴን ደም በደም ገና.....የኛ ደም መላሽ!!


Репост из: Jabeessaa WBO
መረጃ፦ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በአላማና ግብ የጸና ትውልድ በመፍጠር እንዲሁም በተለያዩ ወታደራዊ ፖለቲካዊና ታሪካዊ ሳይንሶችን በማሥልጠን ብቁ ታጋዮችን አስመርቋል.....ዕጩ ምሩቃንና አሠልጣኞች እንኳን ደስ አላ ሁ ለማለት እንወዳለን!


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
አቶ ከእስር ወጥቶ በሆስፒታል ፒጃማ የሰጠዉ ኢንተቪዉ... ሌሎች ያልተሰሙ ነገሮችን 👇🏿

https://www.youtube.com/live/UH-InTifLiA?si=ftoCc2zX5oTrqfbj

Показано 20 последних публикаций.