JIREENYA JECHUUN MAALI?
DUBBISII HIRIYOOTA KEETIF #SHARE _GODHI
Namtichi Arra dhalate, boru ni du'a.Namtichi arra Gamoo keessaa jiraatu boru Dachee jala jiraata. Namtichi Arra konkolaataa konkolaachisu boru Ambulansiitu isaan konkolaata.Namtichi arra wan barbaade nyaatu, boru ilbisootaan nyaatama.
Namticha har'a mana isaa keessatti isaa boqonnaa godhu argitu, boru isaa Siree janaazaa irra boqotu argita nutis nagayaan boqodhu ykn Rabbiin Rahmata haa godhuuf qofa jannaani.
Namtchi har'aa nama hunda caalaa sorressummaan beekamu, boru qabeenyi isaa maal akka tahuufi eessa akka dhaqu hin beekkamu.
Kannaan booda jireenyi maali?
Boru jiraachu kee wan hin beekneef Har'a karooraan jiraadhu. Yoo har'a karooraan jiraatte ati wan sitti dhufu maraaf sodaa hin qabdu.
GOCHA SIRRII FI JIREENYA GAARII: Yeroo hunda Namootaaf harka kee bal'isi.
Mee kana ittti yaadi.
1: Jireenyi ati jiraattu = bilisa
2: Mana Amantaa seenuun= bilisa
3: Jaalalti Rabbii = bilisa
4: Hafuura baafachuun= bilisa
5: Hafuura galfachuun: bilisa
A: sigaaraa= ni kafalta
B: Alkooli= ni kafalta
C: mana Dhiichisaa(night club) seenuf= ni kafalta
D: Humna Aduunyaa ittin bulchitu argachuuf = ni kafalta.
Mee Namoonni mana ibidda(jahanama) bitachuuf Maliif kafalti kaffalu? Irra deebi'ii itti yaadi.
Rabbitti Amani isaatu hamtuu jalaa si baasaa. Yeroo hunda waa'ee guyyaa yaadna;
valantine day(guyyaa jaalala)
Guyya Abbotii
Guyyaa Harmee
Guyyaa Daa'ima
Guyyaa qotee bulaa
Guyyaa matii fi
k.k.fk..
Guyyaan Guyyaan dhume garuu ati Guyyaa murtii Rabbitiif yaaddee beektaa? Guyyaa san guyyaa ittin Bashanantu moo ittin rakkattuu beektee jirtaa lata?
yoo atilleen Rabbiin si baase, hiriyoota fi namoonni ati jaalattu akkamitti jiru? Namoota akkaan jaalattu wa'ee guyyaa murtii boru kana
yadachisuudhaan jaalala isaaniif qabdu argisiisi. Maaloo namoota 5-15 kan akkaan jaalattuuf ergaa kana dabarsi. boodaan ergaaf hin jadhin, sababni isaas booda jachuun fagoodha, Daqiiqaa murasa booda maal akka taatu waan hin beekneef Maaloo booda hin jadhin.
Yoon namootaa ati iddoo qabduuf keessaa tokko ta'e erguma kana naf deebisii jaalala kee na argisiisi.
Qopheessaan
Garee UNITY MEDIA Keessaa Isa jalqabaa Kan tahe
Abdulkebir Aliyi (Mucaa Baalee)
Baalee Bahaa Magaalaa Gindhiir irraa!
GULAALLIIN
UNITY MEDIA
{Let's work together}
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Stars_Tran_sferBot?start=_tgr_2Ypas08wM2Nk