Mammaaksa Oromoo


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Искусство


Mammaaksi dubbii gabaabsa, dubbii dheeressa, ni gorsa, ni barsiisa! Join Us!
Buy ads: https://telega.io/c/Mammaaka_Oromoo
ContactMe: @Getu_Abera

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Искусство
Статистика
Фильтр публикаций


#127

彡• “Dubbii jaarsaa ganama didanii galgala itti deebi'an”
彡• “Dugda hin dhungatan, hunda hin dubbatan”
彡• “Dullachi waan garaa qabu alba'a”

@Mammaaka_Oromoo


🌹 Amaloota dubara ogeettii waliin ilaalla... See More

👉 See More
       See More


💍 Amaloota gurguddoo 7,... See more


#126

彡• “Dinnichi bakka gobbitetti hordaa cabsiti”
彡• “Doqnaa fi garbuu sukkuumanii nyaatu”
彡• “Dubbii baha hin dhorkan galma malee”

@Mammaaka_Oromoo


☕️ Jaalalaaf ariifattee harka kennuuf wantoonni si dirqamsiisan 5 kunooti,...▶️ See More

         👇👇👇👇
     👉✨See More✨👈
     👉✨See More ✨👈
             👆👆👆👆


💖 Jaalala keessatti kufnaan miidhama,...▶️ See More


➡️"Yeroo hundumaa gammaddee jiraachuu yoo barnaadde, dubbii ijoon kunooti,...➡️See More

         👇👇👇👇
      👉✨See More✨👈
      👉✨See More ✨👈
               👆👆👆👆

🩷 Mana kee ogummaadhaan ijaari!,...➡️See More


👋Hi!

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Afoola_Oromoo24 ✍️
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@timevalue24 🕖
┃_
@BPEMBASSY 📖
┃_
@prophetamo
┃_
@Online_job724 💰
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@students_material ✉️
┃_
@Kuufama_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English
┃_
@English_Oromoo 📕
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
@OrooNetflix 😀
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
Bible Quotes 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
Beka Sport
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
Goal Tv 🔝
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 🛒

Contact: @Getu_Abera


Репост из: Hope Promotion
👍 Haati manaakee ergaalee jaalalaa yeroo hundumaa sirraa dhaga'uu feetuu fi humna guddaa ta'uuf.. See More

         👇👇👇👇
      👉✨See More✨👈
      👉✨See More ✨👈
               👆👆👆👆


💔 Ergaalee jaalalaa humna cimaa qaban 10n kanneenitti fayyadami!... 👉 See More


#125

彡• “Dhiirsi hamaan maaf hin nyaatin jedha niitii dhan”
彡• “Dhuufuun waliin mari'atanii dhuufan hin ajooftu”
彡• “Diimina haaduun nyaatan, diimaa arrabaan nyaatu”

@Mammaaka_Oromoo


Репост из: Hope Promotion
⏰ "Jaalalleewwan jaalala waliin eegaluun dura yeroo Sirrii Beekuun Baay'ee isaan barbaachisaa"....👉 See More

            👇👇👇👇
      👉✨See More✨👈
      👉✨See More ✨👈
               👆👆👆👆


❓➡️ Yeroo sirriin jaalala itti jalqaban yeroo kamidha?... See More


#124

彡• “Dhamaatuun dhama raaftee ro'ootu (weessootu) na dide jetti”
彡• “Dhiira jirtuu dhiirummaa hin dhuunfatan”
彡• “Dhiirsaa fi Niitiin muka tokko irraa muramu”

@Mammaaka_Oromoo


彡• “Dubbii jaarsaa ganama didanii galgala itti deebi'an”
彡• “Dugda hin dhungatan, hunda hin dubbatan”
彡• “Dullachi waan garaa qabu alba'a”

@Mammaaka_Oromoo


#123

彡• “Dawaa ofii beekan namaa kadhaamu”
彡• “Deegan malee Waaqayyo hin beekani”
彡• “Dhabaaf malee sombi kan sareeti”

@Mammaaka_Oromoo


#122

彡• “Daddaftee na dhungatteef dhiirsa naa hin taatu jette sanyoon”
彡• “Daalun xaraan kaanu tara”
彡• “Dabeessa uleen (jirmi) shan”

@Mammaaka_Oromoo


#121

彡• “Citaa tokko luqqisaniif manni hin dhimmisu”
彡• “Cubbuun bishaanii Harka buleen nama nyaachisa”
彡• “Cabsituun tulluu amaaraatiin giraancee jetti”

@Mammaaka_Oromoo


#120

彡• “Bulbuluma bulbuli hangan dhugu Anuu beekaa”
彡• “Buna lubbuuf xaaxa'u warri naa tolii kadhatu”

@Mammaaka_Oromoo


#119

彡• “Bishingaan otoo gubattuu kofalti”
彡• “Bofti fi raachi hanga ganni darbutti wal faana jiraatu”
彡• “Boru hin beeknen qad-bukoon ishee sagal”

@Mammaaka_Oromoo


#118

“Billaachi otoo ofii hin uffatin dhakaatti uffisti”
“Bishaan darbaa jiru nama hin nyaatin, Jaarsi du'a gahe si hin abaarin”
“Bishaan maaltu gossa jennaan waan achi keessa jiru gaafadhu jedhe”

@Mammaaka_Oromoo


#117

“Beekaan namaa afaan cufata malee hulaa hin cufatu”
“Biddeen nama quubsu eelee iirratti beeku”
“Billaachi ofiifuu hin qabduu dhagaatti uwwifti”

@Mammaaka_Oromoo


#116

彡• Bara guddaa mataa lafa godhu.
彡• Bara quufaa lukkuutu dhuufa.
彡• Barri gangalata fardaati.

@Mammaaka_Oromoo


#115

彡• Bara bofti nama hidde lootuun nama kajeelti.
彡• Bara dhibee bishaan muka namatti yaaba.
彡• Bara fuggisoo harreen gara manaa, sareen gara margaa.

@Mammaaka_Oromoo

Показано 20 последних публикаций.